DINQISIISOO


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Bohaaraa Baradhaa
Wantoota Dhugumaan Dinqisiisoo Ta'an Isin Biraan geenya.

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций




👉Maqaan isaa francesco lentini jedhama.
😌Miila 3, qaama dhiiraa 2 fi quba miilaa 16 qaba ture!!


#Bohaaraa Baradhaa

🌐DINQISIISOO🫧

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk


🇩🇪Biyya jaarmaanii keessatti hidhaamaan tokko yoo miliquuf yaale seeraan hin adabamu. Sabababnis, bilisa bahuun mirga uumamaan dhala namaatiif keenname waan ta'eef.


#Bohaaraa Baradhaa

🌐DINQISIISOO🫧

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk


🤔Maqaan isaa Etibar Elchiyev (magnetic man) jedhama. Fallaana sibiilaa 53 qaama isaatiin harkisee qabuun world Guinness record book irratti galma'eera


#Bohaaraa Baradhaa

🌐DINQISIISOO🫧

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk


Saayinsii aja'ibaa kana dhageessanii?

Hojjaan nama tokkoo galgala yeroo rafuuf jedhuufi ganama yeroo hirriba ka'u tokko miti nu jedha saayinsiin🤷‍♂

Hojjaan kee ganama yeroo hirriba kaatu dheerina kana galgala yeroo raftee irratti sentimeetira 1 (1cm) dabala. Kunis kan ta'eef moorgaa ykn lafee lallaafaa afaan ingiliffaan cartilage kan jennuu yeroo guyyaa walitti compress ta'u ykn cafaqamu. Jedha saayinsiin


#Bohaaraa Baradhaa

🌐DINQISIISOO🫧

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk


Rifeensaa kee harkistee beekta? 😳😜

Bara 1990tti namni cimaan lammii Mayals kan Ramasamy Letchemanah jedhamuu rifeensa isaa fayyadamuun xiyyaara Boeing 737 Kuala Lampur keessatti 17m (56ft) harkisee rikoordii addunyaa haaraa galmeesse.🙊🤯😱

Dandeettiin isaas intala isaa kan bara 2002 rifeensa isheetiin konkolaataa fe'umsaa harkiftetti darbe.😄🫶😜


#Bohaaraa Baradhaa

🌐DINQISIISOO🫧

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk


Ashamaa👋 Hundumti keessan Naapooliyoon Fi Hitler ni beektu jedheen yaada Dhugumatti immoo ni bektuun.Tole Naapooliyoon Fi Hitler akkasumas hariiroo isaan waggaa 129 waliin qaban ilaallaa😍


Naapooliyoon fi Hitler: waggaa 129😳
.
* Naapooliyoon bara 1760 dhalate. Akkasumas Hitler bara 1889tti.
Garaagarummaan isaa waggaa 129 dha.

* Naapooliyoon bara 1804 aangootti dhufe. Hitler illee
Bara 1933tti. Garaagarummaan jiru ammallee waggaa 129 dha.

* Naapooliyoon bara 1812tti Raashiyaa weerare. Akkasumas Hitler bara 1941tti. Garaagarummaan isaa waggaa 129 dha.

* Naapooliyoon bara 1816tti injifatame. Akkasumas Immoo Hitler bara 1945tti injifatame😂
Garaagarummaan isaa waggaa 129 ture.


Waggaa 129😂😂😂😂

#Bohaaraa Baradhaa

🌐DINQISIISOO🫧

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk


Pinky promise🖐✋



Pinky promise jechuun namni waadaa(promise) seene cabse dirqama qubni isaa pinky irraa cituu qaban jechuudha.
Aadaan waadaa kanaas yeroo jalqabaaf biyya jaappan bakka "yubikiri" jedhamutti yeroo ta''u yubikiri jechuun immoo quba harkaa kutuu jechuudha.
Jiraattonni biyya jaappan namni waadaa(pinky promise) seene cabse, dirqama qubni isaa irraa cituu qaba jedhaniitu amanu.


Osoo biyya keenya ta'ee hoo?😂😂



#Bohaaraa Baradhaa

🌐DINQISIISOO🫧

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk


Репост из: ጉዲፈቻ-Guddifachaa
Video scholarship baay'ee YouTube Keenyarratti maxxansaa jirra .
Argachuuf subscribe godhaa

🔗 SUBSCRIBE 🔗

https://youtube.com/@TECHTIPS-ETHIOPIA?si=p_mIbym1GWpyqt5E




Репост из: Неизвестно
Bilbilli keenya akka tasaa yoo bade App hedduu nu gargaaru kana buufadhaa. App kunis sagalee Foorcuu fi iyyuudhaan bilbila keenya bakka jiruu naannoo jirrutti hattuunis yoo nurkaa fudhatte hatattamaan akka argannuuf kan nu gargaaruudha dursa App kana buufadhaa, kana booda setting keessa seenuudhaan waan qiindeeffattan qabdu app linkii gadii kanaan buufattu
👇👇👇
https://cutt.ly/dwQ8iHL8
https://cutt.ly/dwQ8iHL8


Репост из: Неизвестно
Dandeeii keenya guddisuudhaan kallattii hundaan akkamiin milkaa’uu dandeenya? Waan kana barataas ta’e hojjetaan namni kamiyyuu si barbaachisa sirriitti qayyabadhu keessatti of ilaali. Seenuudhaaf linkii gadii kana cuqaasi gara sanatti si geessa.

https://cutt.ly/rwmxFcfy
https://cutt.ly/rwmxFcfy


👩👩👩👩👩👩👩👩👩👩👩

Iccitii eeguu Dubartoota 🙄🙄🙄🙄

Akkaa qorannoon agarsiisutti Gidduu galeessaan Dubartoonni Sa'aatii Afurtamii Torbaa (47) fi daqiiqaa kudha shan (15) qofaf Iccittii qabachuu danda'uu jedhama kanaanis dandeettiin iccitti qabatanii turuu isaani kan dhiirotan wal bira yoo qabamu baayyee xiqqaadha.
👱‍♀👱‍♀👱‍♀🙄🙄🙄🙄🙄 #Naaf hubadhaa ana miti Saayinsiitu jedhe. 🤓

Dhiroonni hoo??😎😎

#Bohaaraa Baradhaa

🌐DINQISIISOO🫧

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Kana beektu laata!!!

Abjuu keessa yeroo taanu yookiin abjuu yeroo abjoonnu ijji keenya akkaata abjuu sana abjoochaa jirrutti socho'a. kana jechuun fakkeenyaaf abjuutin gara mirgaa ilaalaa jirra yoo ta'e ijji keenyis gara mirgaa ilaala.
Mee yaalaatii ilaalaa!!!


#Bohaaraa Baradhaa

🌐Dinqisiisoo 🫧

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk


Dhugaalee dinqisiisoo waa’ee bineensa guddaa addunyaa teenya #Blue_whales jedhamu.
1, #Blue_whales bineensa baayyee guddaa garba keeysa jiraatudha # Giddugaleessan meetira 24-27 dheeratu!!
#Ulfaatinni isaanii kg 181,437 nitaha
2, Blue whales onnee baayyee guddaa ta’e qabu. Onneen isaanii dheerina meetira 1.5 , bal'ina meetira 1.2, fi ulfaatina kg 181 qabdi!!.
3, Arrabni Blue_whales qofti hamma Arbaa ulfaata!!
4, Yeroo aaduu fi gadoodan fageenya kiloomeetira 1600 irra wal dhagahu danda’u(uum qarshii malee waliif bilbilu jechuudha 😂)
5, Guyyaatti nyaata hanga kg 3628 isaan barbaachisa.


#Bohaaraa Baradhaa

🌐Dinqisiisoo 🫧

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk


QUBA QABDUU LAATA?
~~~~
1. Hangi ija keenyaa erga dhalannee kaasee sirumaa hin dabalu.
2.Qeensi quba keenyaa inni gidduu warra kaan dursee guddata.
3. Namni harka isaatiin of hudhee of ajjeesuu gonkumaa hin danda’u.
4.Sammuun namaa guyyaarra halkan
si’aaya.
5.Miilli namaa xannacha dafqaa 500,000 qaba.
6.Namni kamuu ija cimaa tokkoo fi ija dadhabaa tokko qaba.
7. Gaafa garmalee nyaatan gurri badaa hin dhagahu.
8.Daa’imni gaafa dhalattu halluu gurraachaa fi adii qofa agarti.
9 .Tishuu cimaan qaama namaa arrabadha.
10. Hojjaan keenya inni ganamaa isa galgalaarra centimetira tokkoo(1cm)n caala.
11. Dhahannaan onnee shamarranii kan dhiiraa ni caala.
12.Garaachi dhiiraa kan shamarranii caalaa cooma bulleessa.
13. Arrabni keessan yoo goge dhamdhama kamuu adda hin baafatu.(ammuma yaalaa)
14.Dhiirri giddu galeessaan dhiiga liitira 6.8 qaba.shamarri immoo liitira 5 qabdi.
15.Seeliin guddaan qaama namaa hanqaaquu shamarranii yoo ta’u seeliin xinnoon immoo isparmii dhiiraa dha.

16.Umuriin rifeensa namaa waggaa 3-7 hin caalu.
17.Qeensi harkaa kan miilaa caalaa dafee guddata.
18.Waggaa 60tti namni dandee waa dhamdhamuu isaa harka walakkaatiin dhaba.
19. Lafeen namaa waggaa kudhan kudhaniin of haaressa.
20. Daqiiqaa 1tti seelota miiliyona 3ttu du’aa.


#Bohaaraa Baradhaa

🌐Dinqisiisoo 🫧

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk


Kitaabni "Guyyaa 30 kessatti akkamiin haadha mana kee jijjiruu dandessa"? jedhuu maxxanfame torbee 1 keessatti kitaabolee miliyoona 2 olitu gurgurame.

Garuu mata dureen kitaaba kun dogongora qube qaba ture mata duree inni sirriin "Guyyaa 30 kessatti akkamiin jireenya kee jijjiruu dandeessa"? Kan jedhu ture. Qubeewwan L fi W tu wal jijjiree maxxanfame ( Wife & Life). Kan sin aja'ibsiisuu kitaabni erga mata dureen isa sirreeffame maxxanfame booda ji'a 1 keessatti kitaabota 3 qofatu gurguramee.

Nama kan rakkisee jireenya utuu hin taane Haadha manaadha jechudha 😜😁

#Bohaaraa Baradhaa

🌐Dinqisiisoo 🫧

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk


Biyyaa Iraaq keessatti manneen gurgurtaa kitaaba galgala yeroo cufaman kitaabota isaani ol hin galchan namni hatu waan hin jirreef.

Akka aadaa warra Iraaqitti "Namni hatu hin dubbisu namni dubbisu immoo hin hatuu"

#Bohaaraa Baradhaa

🌐DINQISIISOO🫧

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk


Bakkeewwan 6 Addunyaarraa sa'a 24 ifa aduu qofa beektaa?
Bakkeewwan addunyaa kana irraa aduun hin baane hedduutu jira. Iddoowwan kana halkan yeroo baay'eef tura. Faallaa kanaa garuu bakkeewwan kanneen kaan immoo gonkumaa halkan hin qabaatiin ji'oota lakkoofsisu. Isaan kana dubbisuu dandeessa.

Jireenya keenya guyya guyyaa keessatti sa'a 24 qabbu keessaa 12 ifa kan hafe immoo duukana. Bakkeewwan addunyaa kana irraa guyyaa 70f ifni aduu hin banne ykn aduun hin lixne nii beektaa
?
1. NOORWEY
Noorwey naannoo sarara Arkitiikti kan argamtu yoo taatu lafa aduu halkan walakkaa jedhamuun beekkamti. Aduun xumura ji'a Caamsaa irraa hanga Adoolessaatti gonkumayyuu hin lixxu. Kana jechuun aduun sa'a 76 hin lixxu jechuudha. Kutaa biyya Noorwey Isvaalnardi jedhamu handaara kaaba ardii Awurooppaa yommuu taatu aduun walitti fufinsaan ji'oota Eebila 10 hanga Hagayya 23tti ifti. Gara biyya kanaa deemtee ji'oota kanaaf guyyaa duukana hin qabne jiraachuu dandeessa.

2.AYISLANDI
Biyyoota cabbii jidhamuun beekkaman keessaa Ayislandi biyya ballinaan sadarkaa lammaffaa irratti argamu yoo taatu biyya bookee hin qabne jedhamuun beekkamti. Ji'a Waxabajjii keessa aduun gonkumaa hin lixxu.

3. Baarrowu, Alaskaa
Xumura ji'a Caamsaa irraa hanga Adoolessaatti aduun kunis jalqaba ji'a Sadaasa irraa ka'uun guyyoota 30f aduun gonkumaa kan hin baaneen bakka bu'a. duukkana keessa Kana jechuun biyyattiin ji'oota gannaa keessa dukkanaan uwwifamtee jiraatti jechuudha. Yoom raawwachuu barbaadda? Gannamoo bona?
4. Fiinlaandi.

Biyya kanatti immoo guyyoota 73f aduun otoo hin lixin turuun ajab jechisiisa. Yeroo kana aduun guyyoota 73f walitti fufinsaan ifti. Sababa kana irraa kan ka'e namoonni biyya sana keessa jiraatan ji'a gannaa yeroo muraasa, ji'a bonaa immoo yeroo dheeraa ta'uu amaleefatan. Yoo carraa argattee daawwate mana igiluu keessatti yeroo dabarsuu dandeessa.

Nunavut magaalaa namoonni kumni 30 ga'an keessa jiraatan yommuu taatu sarara Arkitiikti irraa digirii lama gara kaabaatti kaaba-lixa Kanaadaatti argamti. Magaalaan kun ji'oota lamaaf ifa aduu 24x7 kan argamtu yoo ta'u yeroo gannaa guyyoota 30f walitti fufinsaan dukkana keessa jiraatu.


5. Iswiidin


Jalqaba ji'a Caamsaa irraa hanga xumura ji'a Hagayyaatti aduun halkan walakkaa lixuun ganama sa'aatii 4tti baati. Haala kanan biyyattiin ji'oota 6f kan turu yoo taatu deemtee daawwachuu guyyoota hedduu dabarsuu dandeessa.

6. Nunavut, Kanaadaa
Nunavut magaalaa namoonni kumni 30 ga'an keessa jiraatan yommuu taatu sarara Arkitiikti irraa digirii lama gara kaabaatti kaaba-lixa Kanaadaatti argamti. Magaalaan kun ji'oota lamaaf ifa aduu 24x7 kan argamtu yoo ta'u yeroo gannaa guyyoota 30f walitti fufinsaan dukkana keessa jiraatu.

#DINQISIISOO

https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk

Показано 19 последних публикаций.

3 276

подписчиков
Статистика канала