1. Moosaajii/Appii maallaqa hatu
karaan kun telegram irratti kaardii bilbilaa nama biroo hatuuf baay’inaan mul’ataa jira. Group fi channel garaagaraa irratti Appii ittiin maallaqni hatamu hedduun dalagamee maxxansama. karaa keessatiinis namatti dhufanii nama gowwoomsuf kan yaalan ni jiru. Aappiwwan kanneen download goonee install yoo goonu hayyama keenya malee osoo nuti hin beekin kallattiidhaan maallaqa keenya
butuun gara SIM cardi nama birootti dabarsa. namoonni gocha kana irratti bobba’an yeroo hedduu Appii badii kana ergaalee nama hawwatan waliin maxxansu. kanaafuu, Nuti ergaalee nama hawwatan kan maddi isaa hin beekamne dafnee amanuu dhiisun furmaata tokko.
Aappii maallaqa hatuu fi kan biroo akkamiin adda baasnee
beekuu dandeenya? Moosaajiiwwan (Appiwwan) maallaqa namaa hatan hammi isaanii baay’ee xiqqoodha. yeroo hedduu size isaanii 1MB gadi yoo ta’an, yoo baay’ate 2MB hin caalu. Kanaafuu Appii 2MB gadi keessumaa 1MB gadi ta’an shakkuu qabdu. Appin nama gowwoomsuf oolu kun kan dhugaa fakkaatee isiniif dhufuu danda’a. Fkn maqaa fi Astaa facebook qabatee dhufuu danda’a. telegram irratti Appin gosa ‘Apk’ salphatti download waan tahuuf ariifatuu hin qabdan Moosaajiiwwan maallaqa hatan download gootanii yeroo install gochuuf jettan permission Appii sanaa jalatti “ directly call phone number , this may cost you money ” jechuun isiniif fida. yeroo kanatti install gochuu yoo dhiistan gaariidha. tarii Appii maallaqa hatu ta’uu fi ta’uu dhiisuu isaa adda baafachuu yoo barbaaddan osoo install hin godhin dura bilbila keessan flight mode irra godhaa. Yeroo install gootanii open gootan flight mode irraa akka kaastan kan isin gaafatu yoo ta’e Appichi kan maallaqa hatuudha. yeroo kanatti Flight mode irraa yoo kaastan kallattiin maallaqa keessan gara kan nama birootti dabarsa. Kanaafuu, osoo flight mode irraa hin kaasin Appicha bilbila keessanirraa haqaa.