Computer-O-pedia™


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan


📢📢WLECOME TO Computer-O-pedia™
THIS CHANNEL IS about
✔Computer Engineering
✔COMPUTER HARDWARE & SOFTWARE
✔AND ALSO NEW APPLICATIONS.
Computer-O-pedia [Computer Knowledge]
✅Get Free Computer Tricks
✅Wanna know Latest Tech
⬜ You are in the Right place

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


🛑Best of TELEGRAM channels ⚠️
Click on the name of it to go to it
----------.

⚠️Test Your language ✅
-
📚 Free Paid Books
-
🔰 English Idioms & Phrases

~
English listening
@english_audible
Kids Book World
@kidsbookden
Premium courses FREE
@freeudemyc

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
Global Study
@globalstudygroup
English with Nab
@english_with_nab
English Grammar Secrets
@EnglishGrammarSecrets

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
Spiritual Books ‍
@spiritualbooks
.C.A. & NEWSPAPERPAPERS
@gkgsspecial
Belajar bahasa perancis
@perancisuntukpemula

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
General English and IELTS 7.0+
@Hogwarts_School_LC_English_IELTS
Hackers School ‍
@Dedseccollege
🤴Let's learn together🥇
@LearningEnglish720

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
Hackers Den
@Mekinohackz
Easy and fun english 🇬🇧
@English_easyly_learn

@INFO_IELTS

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
Bhojpuri best Songs
@BhojpuriSongs_Mp3
Let’s Read Aloud
@ReadAloudESL
SAT/GMAT TEST MATERIALS
@SAT_MATERIALS

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
🤴Let's learn together🥇
@WeEnglish
𝐃𝐑𝐈𝐒𝐇𝐓𝐈 𝐈𝐀𝐒 𝐇𝐈𝐍𝐃𝐈
@Drishti_Ias_Hindi_Pdf
O 𝐃𝐚𝐢𝐥𝐲 𝐂𝐮𝐫𝐫𝐞𝐧𝐭 𝐀𝐟𝐟𝐚𝐢𝐫𝐬 𝐏𝐝𝐟
@CURRENT_AFFAIRS_DailyUpdate

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
FREE UDEMY COURSES
@educationbazaar
ENGLISH ONLINE TESTS
@englishpracticeon
sketch with me
@draw_with_k

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
Discover English here!
@TowardDiscoveringEnglish
Easy English
@zero0english
Ebook &Courses About Hacking
@privatechatprogra

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
aviation world and drones
@droneinethiopia
Free e-books
@free_e_b00ks
SUPER CHEMISTRY | BIOLOGY
@Super_Chem_Bio_UZ

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
Real changing words
@motivationaltones
WEALTH
@wealth_business
🤴Wallpapers iPhone 11🤴
@Wallpapers_4k_ultra

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
Learn English Official channel
@prestigeEducation
UPstanding Media
@upstandingmedia
آموزش انگلیسی با استاد حیدری
@English_preceptor

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
Learn Proggramming
@DiaryOfaProgrammer
Network of English Teachers
@theainet
Computer-O-pedia™
@Computeropedia

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
️ mindblowing facts ️
@fact_world_1
I write what u feel and relate
@ankahikuchbaatien
Speak English like a native
@Phoenix_Academy

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
spectacular English knowledge
@learning_for_future
𝐌𝐈𝐒𝐒𝐈𝐎𝐍 𝐈𝐀𝐒 𝐈𝐏𝐒 𝟐𝟎𝟐𝟎
@MISSION_IAS_IPS_2020
Authentic recent IELTS essays
@actualwritingielts

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
BEST QUIZ CHANNEL IN INDIA
@SMART_QUIZZES
Spiritual Masters
@SpirtiualMasters
𝗗𝗮𝗶𝗹𝘆 𝗜𝗻𝗱𝗶𝗮𝗻 𝗡𝗲𝘄𝘀𝗽𝗮𝗽𝗲𝗿
@Daily_Newspapers_India

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
Bestselling eBooks
@eBooksThief
𝐖𝐈 𝐅𝐈 𝐒𝐭𝐮𝐝𝐲 𝐏𝐃𝐅
@Wi_Fi_STUDY_PDF
Funny Videos & Compilations
@Funnyrr

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
Motivational videos in English
@uzbek_motivation
Pangea English channel
@pangeaenglish
Collocαтιoɴ Lαɴd ESL
@CollocationLand

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
Learn English Grammar
@Advanced_English_Grammar
English reading
@english_readable
pdf 🅺🅸🅳🆂 🆂🆃🅾🆁🆈🅱🅾🅾🅺🆂 🧚‍
@storytimepdf

•┈•❈••✦✾✦••❈•┈•
Learn Free Ethical Hacking
@hackers_valley
Story of the Day
@Story_oftheday
♥️ HD Quotes & Wallpapers
@Quotes_WallPapers
.
~~
⚠️ Add your Channel ⚠️👇
1k Group Promotion
5k Group Promotion
100 Group Promotion
...




⚠️⚠️Waa’ee Vaayirasii Bilbilaa Hangam Beektu?
🧑‍💻By Abdulwasi

✅Qiinqanii (virus) jechuun koodii kompiitaraa ykn kan progiraamaa yemmuu ta’u, yeroo hedduu kan uumamu namoota ogummaa kompiitaraa gad fageenyan qabaniin hojjatama. Vaayirasiin gosoota hedduutu jira. isaan keessaa: Spyware virus, Malware virus, Ransonware virus, Adware virus, Trojan virus fi kkf.. jedhamuun waamamu. Hundi isaanii akkuma maqaa isaanii hojiin isaanitiis wal adda.

✅Hojiin Vaayirasii Maali?

👉Bilbila keenya balleessuu (Damage) gochuu.
👉 Faayiloota barbaachisoo ta’an nu jalaa balleessufi dhoksuu. Fkn, Music. Photo, Video, Application fi Document adda addaa akka nuti deebisnee argachuu hin dandeenyetti dhabamsiisuu danda’a.
👉Bilbila keenya Password ykn Pattern nuti hin beeknen cufuu. kana jechuun Jecha Darbii kan keenya malee kan nuti hin beeknen hidhama. yeroo hedduu namoonni gocha kana raawwatan Jecha Darbii hidhameen sana isiniif kennuuf
kafaltii hin barbaachifne nama gaafatu.
👉Hojii Operating System (OS) bilbila keenyaa wal keessa laaquu. kana jechuun bilbilli keenya hojii isaa sirnaan akka hin hojjanne gufuu itti taha jechuudha, yeroo kanatti bilbilli keenya osoo nuti hin ajajin ofumaa of ajajuu eegala. Fkn,
👉Aappii tokko banee cufuu, Flight Mode irra gochuu, Swich off gochuu, deebisee ofumaaf banuu fi amaloota akkanaa hedduu agarsiisa.
👉 ‘Software File’ Delete gochuu. Software File haqamnaan bilbila keenya sirreessun baay’ee ulfaatadha.

✅Kanneen asii olitti tarreeffaman hundi Eeyyama Abbaa bilbila sana maleeraawwatama. Hojiilee vaayirasii eega hangana jennee Amma gara Ofirraa ittisuufi Furmaata isaatti haa ceenuu.

✅Vaayirasii bilbila keenya irraa ittisuuf Qabxii 7

1️⃣. Bakkoota hin beekamneefi marsaariitii Fake tahan irraa waa download gochuu dhiisuu. Fkn, Application tokko yoo barbaanne Playstore fi Appstore keessatti search gochuun barbaaduu qabna. yoo marsaariitii maalummaan isaa hin beekamne irraa download kan goonu tahe, vaayirasii qabatee bilbila keenya keessa seenuu danda’a. Marsaariitii Fake tahan irratti yeroo hedduu vaayirasiin baay’inaan gadhiifamuun
beekama. kanaafuu, bakka Amansiisaa tahe qofarraa wanta barbaaddan Download godhachuun ni gorfama.

2️⃣. Softweerii bilbila keenyaa yerootti Update gochuu. Akkuma beekamu bilbilli keenya yeroon Update itti godhamu yoo gahe, notification irratti nu beeksifama. yeroo kanatti har’aa, boru jechuu osoo hin taane battalumatti Update gochuun
gaaridha. bilbilli keenya Software Update yoo godhame yeroo waliin akka tarkaanfatu taasisa. kuni immoo carraan vaayirasiin huubamuu isaa akka xiqqaatu godha.
Software Update gochuuf:
Yeroon update itti godhamu yoo gahe akkuma olitti jenne notification irratti isin beeksifamuu danda’a. yoo isin hin beeksifamin ofuma keessanii software update ajajuu dandeessu. kuniis: Setting > gad deemun dhuma irratti > About Phone kan jedhu tuqaa. itti aansun Software Update kan jedhu ni arganna seenun Click goona. yeroon isaa kan gahe yoo tahe update tahuu ni eegala.

3️⃣. Farra Qiinqanii (Antivirus) sirrii ta’an faayyadamuun Faayiloota fi Aappota bilbila keenya irra jiran hunda Scan gochuu. Scan yeroo goonu kanneen bilbila keenya keessatti gocha addaa adeemsisan gargar waan nu baasuf battalumatti balleessuu qabna.

✅Antivirus Sirrii (Orginal) jedhaman kan Asii gadiiti.

➡️Norton Antivirus
➡️Kaspersky Antivirus
➡️AVG Antivirus
➡️Avast Antivirus
➡️Avira Antivirus
➡️Bitdefender Antivirus
➡️McAfee Antivirus
➡️Lookout Antivirus

⚠️ ⚠️ ➡️➡️ Palystore keessaa argattu

Hundi isaanii hojii isaanirraa eegamu sirnaan raawwatu. Namoota miliyoonan lakkaayamaniin Download godhamanii jiru. isiniis kan bilbila keessaniin wal simu ilaalaa faayyadamaa.

4️⃣. karaalee vaayirasiin bilbila keenya ittiin seenu keessaa inni duraa Email dha. Fkn, Gmail fudhachuu dandeenya. yeroo hedduu liinkin Email nuti hin beekne irraa yoo dhufe banuu irraa of qusachuu qabna. Ergaaleen karaa email’n nu gahan
salphatti vaayirasiin keessa dhoksfamuu danda’u. Nutiis ariifannee yoo Click goone dafee Download tahuun vaayirasiin inni qabate bilbila keenyatti galuu danda’a.

5️⃣. Aappota bilbila keenya


2. Koodii bilbilaa ittiin kaardiin hatamu

Tooftaan kun immoo ‘kaardii dachaadhaan isiniif guutama’ jechuun hanna raawwatamudha. Yeroo baay’ee Facebook irratti suuraa loogoo Itiyoo telekoomii fayyadamuudhaan nama gowwoomsuu yaalu.
Akkamiin hatama kan jedhuuf, koodii bilbila isaanii irratti kaardii keessan guutu isiniif kaa’u. Koodicha yoo fayyadamtan kaardichi dachan isiniif guutama jedhu. Fakkeenyaaf lakkoofsa bilbilaa 0920304050 irratti kaardiin akka guutamu gochuuf koodii *805*lakk. Dhoksaa kaardii*920304050# fayyadamaa jedhu. Kana xiqqoo waanti adda godhee nama gowwoomsu lakkoofsa bilbilichaa ‘0’ jedhee jalqabuu dhiisuu isaati malee koodiin kun kaardii akka namaaf guutu waan namni hundi beekudha. Haa ta’u malee lakkoofsi zeeroon jiraates jiraachuu baates ni hojjata. Bifa kanaan kaardii keessan hatu jechuudha. Walumaa galatti kaardiin dachaa guutamu hin jiru. Akka tasaa kaardiin keessan bifa kanaan yoo hatame lakkoofsa bilbilaa inni irratti darbe SMS dhaan waan isiniif dhufuuf lakkoofsa bilbilichaa Teeleetti gabaasuu qabdu.


1. Moosaajii/Appii maallaqa hatu

karaan kun telegram irratti kaardii bilbilaa nama biroo hatuuf baay’inaan mul’ataa jira. Group fi channel garaagaraa irratti Appii ittiin maallaqni hatamu hedduun dalagamee maxxansama. karaa keessatiinis namatti dhufanii nama gowwoomsuf kan yaalan ni jiru. Aappiwwan kanneen download goonee install yoo goonu hayyama keenya malee osoo nuti hin beekin kallattiidhaan maallaqa keenya
butuun gara SIM cardi nama birootti dabarsa. namoonni gocha kana irratti bobba’an yeroo hedduu Appii badii kana ergaalee nama hawwatan waliin maxxansu. kanaafuu, Nuti ergaalee nama hawwatan kan maddi isaa hin beekamne dafnee amanuu dhiisun furmaata tokko.
Aappii maallaqa hatuu fi kan biroo akkamiin adda baasnee
beekuu dandeenya? Moosaajiiwwan (Appiwwan) maallaqa namaa hatan hammi isaanii baay’ee xiqqoodha. yeroo hedduu size isaanii 1MB gadi yoo ta’an, yoo baay’ate 2MB hin caalu. Kanaafuu Appii 2MB gadi keessumaa 1MB gadi ta’an shakkuu qabdu. Appin nama gowwoomsuf oolu kun kan dhugaa fakkaatee isiniif dhufuu danda’a. Fkn maqaa fi Astaa facebook qabatee dhufuu danda’a. telegram irratti Appin gosa ‘Apk’ salphatti download waan tahuuf ariifatuu hin qabdan Moosaajiiwwan maallaqa hatan download gootanii yeroo install gochuuf jettan permission Appii sanaa jalatti “ directly call phone number , this may cost you money ” jechuun isiniif fida. yeroo kanatti install gochuu yoo dhiistan gaariidha. tarii Appii maallaqa hatu ta’uu fi ta’uu dhiisuu isaa adda baafachuu yoo barbaaddan osoo install hin godhin dura bilbila keessan flight mode irra godhaa. Yeroo install gootanii open gootan flight mode irraa akka kaastan kan isin gaafatu yoo ta’e Appichi kan maallaqa hatuudha. yeroo kanatti Flight mode irraa yoo kaastan kallattiin maallaqa keessan gara kan nama birootti dabarsa. Kanaafuu, osoo flight mode irraa hin kaasin Appicha bilbila keessanirraa haqaa.


Appii Fi Koodii Sobaa Maallaqni Keenya Ittiin Hatamu Akka Itti Beekuu Dandeenyu Fi Of Eeggannoo Gochuu Qabnu !
🧑‍💻By Abdulwasi

Yeroo ammaa karaa lamaan kaardiin bilbilaa nu jalaa hatamuu
danda’a. kuni akkamitti ta’a? Furmaatni isaa hoo? Qabxiilee asii gadii laman sirnaan hubadhaa.




Appii Fi Koodii Sobaa Maallaqni Keenya Ittiin Hatamu Akka Itti Beekuu Dandeenyu Fi Of Eeggannoo Gochuu Qabnu !
Laptop Chaarjii Irra Godhanii Faayyadamuun Baatirii Ni Miidhaa?


Hundi isaanii hojii isaanirraa eegamu sirnaan raawwatu. Namoota miliyoonan lakkaayamaniin Download godhamanii jiru. isiniis kan bilbila keessaniin wal simu ilaalaa faayyadamaa.

4. karaalee vaayirasiin bilbila keenya ittiin seenu keessaa inni duraa Email dha. Fkn, Gmail fudhachuu dandeenya. yeroo hedduu liinkin Email nuti hin beekne irraa yoo dhufe banuu irraa of qusachuu qabna. Ergaaleen karaa email’n nu gahan
salphatti vaayirasiin keessa dhoksfamuu danda’u. Nutiis ariifannee yoo Click goone dafee Download tahuun vaayirasiin inni qabate bilbila keenyatti galuu danda’a.

5. Aappota bilbila keenya irratti faayyadamnu hunda yeroo yeroon update gochuu. sababni isaa: Aappin bilbila irraa osoo update hin godhamin yeroo dheeraa yoo ture gara vaayirasitti jijjiiramuun ni mala. Aappii Update gochuuf:
Palystore > sarara sadeen bitarraa tuqi > My App seeni > Aappii ati bilbila irraa qabdu hunda siif baasa, kan haaromuu barbaadu akka Update gootu si gaafata, irratti tuquun update goota. akkasuma maqaa Aappii faayyadamtuu sana playstore irratti search gochuun bakka Open jedhutti Update kan jedhu yoo jiraate irratti tuquun update goota. Dabalata Setting palaystore keessa Auto Update Apps kan jedhu ni jira. isa keessa seenun Aappin hundi akka ofiin of haaromsu ajaajuufi ajaja dhowwuun ni danda’ama.

6. Internet (Data & Wifi) banaa yogguu ta’an yeroo hunda Of eeggannoo taasisuu. sababni isaa: yeroo kanatti notification Eeyyama keenya barbaadan nutti dhufuu
danda’u, Fkn, Allow or Decline nu jechuu danda’u. nuti bilbila keenya itti faayyadamuu itti fufuuf ariifannee Allow yoo jenneen Wanta eeyyama nu gaafatu sanaaf osoo maalummaa isaa hin beekin Eeyyama nu gaafatu laannef jechuudha.
Wantichi vaayirasii yoo ta’e kallattiin hojii isaa hojjachuu eegala. Kanaafuu; Notification nutti dhufu hunda osoo maalummaa isaa hin beekin goonkumaa Eeyyama laachufi hin qabnu.

7. Aappii ykn Faayilaas tahee wanta barbaanne yoo kan namootarraa fudhannu tahe dursa irratti Maalummaa isaa sirritti gaafachuu. yoo namichi isin gowwoomsuf kan yaalu tahe, dhimmicha irratti search gochuun dhugaa jiru
hubadhaa. Akkasuma namni eenyummaan isaa hin beekamne tokko karaa keessatiin wanta akka liinkii yoo isinitti erge hedduu itti hin gammadinaa.


Antivirus Sirrii (Orginal) jedhaman kan Asii gadiiti.

●Norton Antivirus
●Kaspersky Antivirus
●AVG Antivirus
●Avast Antivirus
●Avira Antivirus
●Bitdefender Antivirus
■McAfee Antivirus
●Lookout Antivirus

Palystore keessaa argattu


Qiinqanii (virus) jechuun koodii kompiitaraa ykn kan progiraamaa yemmuu ta’u, yeroo hedduu kan uumamu namoota ogummaa kompiitaraa gad fageenyan qabaniin hojjatama. Vaayirasiin gosoota hedduutu jira. isaan keessaa: Spyware virus, Malware virus, Ransonware virus, Adware virus, Trojan virus fi kkf.. jedhamuun waamamu. Hundi isaanii akkuma maqaa isaanii hojiin isaanitiis wal adda.

Hojiin Vaayirasii Maali?

● Bilbila keenya balleessuu (Damage) gochuu.
● Faayiloota barbaachisoo ta’an nu jalaa balleessufi dhoksuu. Fkn, Music. Photo, Video, Application fi Document adda addaa akka nuti deebisnee argachuu hin dandeenyetti dhabamsiisuu danda’a.
● Bilbila keenya Password ykn Pattern nuti hin beeknen cufuu. kana jechuun Jecha Darbii kan keenya malee kan nuti hin beeknen hidhama. yeroo hedduu namoonni gocha kana raawwatan Jecha Darbii hidhameen sana isiniif kennuuf
kafaltii hin barbaachifne nama gaafatu.
● Hojii Operating System (OS) bilbila keenyaa wal keessa laaquu. kana jechuun bilbilli keenya hojii isaa sirnaan akka hin hojjanne gufuu itti taha jechuudha, yeroo kanatti bilbilli keenya osoo nuti hin ajajin ofumaa of ajajuu eegala. Fkn,
● Aappii tokko banee cufuu, Flight Mode irra gochuu, Swich off gochuu, deebisee ofumaaf banuu fi amaloota akkanaa hedduu agarsiisa.
● ‘Software File’ Delete gochuu. Software File haqamnaan bilbila keenya sirreessun baay’ee ulfaatadha.

Kanneen asii olitti tarreeffaman hundi Eeyyama Abbaa bilbila sana maleeraawwatama. Hojiilee vaayirasii eega hangana jennee Amma gara Ofirraa ittisuufi Furmaata isaatti haa ceenuu.

Vaayirasii bilbila keenya irraa ittisuuf Qabxii 7

1. Bakkoota hin beekamneefi marsaariitii Fake tahan irraa waa download gochuu dhiisuu. Fkn, Application tokko yoo barbaanne Playstore fi Appstore keessatti search gochuun barbaaduu qabna. yoo marsaariitii maalummaan isaa hin beekamne irraa download kan goonu tahe, vaayirasii qabatee bilbila keenya keessa seenuu danda’a. Marsaariitii Fake tahan irratti yeroo hedduu vaayirasiin baay’inaan gadhiifamuun
beekama. kanaafuu, bakka Amansiisaa tahe qofarraa wanta barbaaddan Download godhachuun ni gorfama.

2. Softweerii bilbila keenyaa yerootti Update gochuu. Akkuma beekamu bilbilli keenya yeroon Update itti godhamu yoo gahe, notification irratti nu beeksifama. yeroo kanatti har’aa, boru jechuu osoo hin taane battalumatti Update gochuun
gaaridha. bilbilli keenya Software Update yoo godhame yeroo waliin akka tarkaanfatu taasisa. kuni immoo carraan vaayirasiin huubamuu isaa akka xiqqaatu godha.
Software Update gochuuf:
Yeroon update itti godhamu yoo gahe akkuma olitti jenne notification irratti isin beeksifamuu danda’a. yoo isin hin beeksifamin ofuma keessanii software update ajajuu dandeessu. kuniis: Setting > gad deemun dhuma irratti > About Phone kan jedhu tuqaa. itti aansun Software Update kan jedhu ni arganna seenun Click goona. yeroon isaa kan gahe yoo tahe update tahuu ni eegala.

3. Farra Qiinqanii (Antivirus) sirrii ta’an faayyadamuun Faayiloota fi Aappota bilbila keenya irra jiran hunda Scan gochuu. Scan yeroo goonu kanneen bilbila keenya keessatti gocha addaa adeemsisan gargar waan nu baasuf battalumatti balleessuu qabna.

Antivirus Sirrii (Orginal) jedhaman kan Asii gadiiti.


Waa’ee Vaayirasii Bilbilaa Hangam Beektu?
🧑‍💻By Abdulwasi






💻Computer - Hardware

Hardware represents the physical and tangible components of a computer, i.e. the components that can be seen and touched.

✅Examples of Hardware are the following −

     👉  Input devices − keyboard, mouse, etc.

    👉 Output devices − printer, monitor, etc.

👉 Secondary storage devices − Hard disk, CD, DVD, etc.

👉 Internal components − CPU, motherboard, RAM, etc.




✅Relationship between Hardware and Software

·        Hardware and software are mutually dependent on each other. Both of them must work together to make a computer produce a useful output.

·        Software cannot be utilized without supporting hardware.

·        Hardware without a set of programs to operate upon cannot be utilized and is useless.

·        To get a particular job done on the computer, relevant software should be loaded into the hardware.

·        Hardware is a one-time expense.

·        Software development is very expensive and is a continuing expense.

·        Different software applications




✅ስንቶቻችን የ #technology_abbreviatios እናቃቸዋለን❓ እስቲ ለዛሬ የተወሰኑትን እንያቸው...

*The most important words*

1.*PAN* - permanent account number.

2. *PDF* - portable document format.

3. *SIM* - Subscriber Identity Module.

4. *ATM* - Automated Teller machine.

5. *IFSC* - Indian Financial System Code.

6. *FSSAI(Fssai)* - Food Safety & Standards
Authority of India.

7. *Wi-Fi* - Wireless fidelity.

8. *GOOGLE* - Global Organization Of Oriented Group Language Of Earth.

9. *YAHOO* - Yet Another Hierarchical Officious Oracle.

10. *WINDOW* - Wide Interactive Network
Development for Office work Solution.

11. *COMPUTER* - Common Oriented Machine.

Particularly United and used under Technical
and Educational Research.

12. *VIRUS* - Vital Information Resources
Under Siege.

13. *UMTS* - Universal Mobile Telecommunications System.

14. *AMOLED* - Active-matrix organic light-emitting diode.

15. *OLED* - Organic light-emitting diode.

16. *IMEI* - International Mobile Equipment Identity.

17. *ESN* - Electronic Serial Number.

18. *UPS* - Uninterruptible power supply.

19. *HDMI* - High -Definition Multimedia
Interface.

20. *VPN* - Virtual private network.

21. *APN* - Access Point Name.

22. *LED* - Light emitting diode.

23. *DLNA* - Digital Living Network Alliance.

24. *RAM* - Random access memory.

25. *ROM* - Read only memory.

26. *VGA* - Video Graphics Array.

27. *QVGA* - Quarter Video Graphics Array.

28. *WVGA* - Wide video graphics array.

29. *WXGA* - Widescreen Extended Graphics Array.

30. *USB* - Universal serial Bus.

Join 👇👇👇http://t.me/@Computeropedia


What is an Operating System?
What Does an Operating System Do?
How does it work?
Where Do Operating Systems End and
Programs Begin?
What’s the Difference Between Firmware and an OS?
Soon we'll give a brief chat on
Operating System.


🔟 things You Have to know Before u Buy Desktop Computer 🖥⌨ ዴስክቶፕ ኮምፒውተር ከመግዛትዎ በፊት ሊያውቋቸው የሚገቡ 10 ነገሮች

✅ ዴስክቶፕ ኮምፒውተር ለመግዛት ስንመርጥ ብዙ ነገሮችን አስበን ነው። ከነዚህ ውስጥ የተለመዱ ነገሮች አሉ። ለምሳሌ አይነቱና ዋጋው።

✅ አሁን ማንኛውም ሰው #Desktop_PC ከመግዛቱ በፊት ሊያውቃቸው የሚገባቸው ምርጥ 10 ሃሳቦችን ይዘንላችሁ ቀርበናል።

1⃣ ካገለገለ ኮምፒውተር ይልቅ አዲስ ኮምፒውተር ይምረጡ።

2⃣ #Motherboard ውስጥ PCI Express x16 slot መኖር አለበት። ይህም ሌሎች ካርዶችን ለመጨመር ይረዳዎታል። ለምሳሌ፦ ቲቪ ካርድ፣ ግራፊክስ ካርድ እና ሌሎች . . .

3⃣ ሚሞሪው ወይም #RAM ቢያንስ 4GB መሆን አለበት። ይህም ኮምፒውተርዎ እንዳይጨናነቅና ፈጣን እንዲሆን ያደርገዋል።

4⃣ ፕሮሰሰሩ ወይም #CPU Quad-core processor ቢሆን ይመረጣል። ይህም ኮምፒውተርዎ ፈጣንና ብዙ ፕሮግራሞችን በአንዴ የማስተናገድ አቅም እንዲኖረው ያደርጋል።

5⃣ ኮምፒውተሩን ለቤት ከሆነ የፈለጉት ፋኑ የማይጮህና የማይረብሽ ቢሆን ይመረጣል።

6⃣ All-in-one ወይም ሁሉንም በአንድ ላይ የያዘ ኮምፒውተር ይምረጡ (ሞኒተሩ #Flat እና #HDMI_Cable ማስገባት የሚችል፣ #Bluetooth እና #Wi-Fi የሚሰራ እና ሌሎችንም የኮምፒውተር አክሰሰሪዎች ያሟላ)

7⃣ Single and High powered graphics card ያለው ይምረጡ። ይህም ኮምፒውተርዎ ላይ ጌም የሚጫወቱ ከሆነ ይጠቅምዎታል።

8⃣ የሃርድ ዲስኩ ሳይዝ 500 GB ወይም ከዛ በላይ ቢሆን ይመረጣል። ይህም ኮምፒውተርዎ ላይ ብዙ ፋይሎችን የሚያስቀምጡ ከሆነ ነው።

9⃣ ሃይል ቆጣቢና አነስተኛ ወጪ የሚያወጣ ይምረጡ።

🔟 ኮምፒውተር ሲገዙ አብረው #External_Hard_Disc ይግዙ። ይህም ኮምፒውተሩ ቢበላሽ ለFile backup (መጠባበቂያ) ያገለግላል።


🔟 things You Have to know Before u Buy Desktop Computer
🖥⌨ ዴስክቶፕ ኮምፒውተር ከመግዛትዎ በፊት ሊያውቋቸው የሚገቡ 10 ነገሮች

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

226

obunachilar
Kanal statistikasi