Dubartii haala kamiin jaalala qabsiisuu dandeenya?
❤️❤️❤👱♀👱♀❤️❤️❤️
By the way, daldaltoonni piyaassatti meeshaan kamiyyuu akka qaaliitti(mi'atti) bitu ni beektaa? kana beekumsuma walii-gaalatifan dubadhe gara dubbii ijoo kotittiha ha darbuu.
Dubartii jaalatte San guyyaa tokko saqirays siif qaba jadhini waami, yeroo dhuftu akka isheen uffata midhagaa fi meeshalee faayaa babareeda godhatte dhuftu jibeessi itti himi.
Yeroo isheen iddoo waamtetti sitti dhufte ofitti-amanammummaadhan lafaa ol ka'iiti seeqaa simadhu.
Ergas gara iddoo itti taphattan geessi *coca* ajaaji, coca dhugaa ishee haamadhu harkaan morma ishee suuta sukkuumi.
Morma ishee dhugangachuun akka sihin rakkifne faaya morma ishee irraa baasi minjaala(table) irra ka'i, gurra ishee jalatti siqiti akka ishee jaalattu suuta gurratti Hasaasi.
akka gurra keessaa dhungachuun sihin rakkisnee faaya gurra ishee irraa baasi minjaala irraa kaa'i suuta dhungadhu ammalle akka harka ishee keessaa dhungachuun sif mijaa'u faaya harka isheerraa baasi minjaala irra kaa'i.
Akkanuma gogodhaa mobayilii isheetis irra fudhi minjaala irra kaa'i ergaas gurra ishee keessa ciniini(ati bar gowwaadha yoo feete ni madheeysita🤣 ere suuta jedhi ciniini ani sif hime tiyyaa).
mormaa ishee hafuura ho'aadhaan ho'isaafi jaalalaan mallaa isheerra, adda isheerra, hidhii isheerra dhungadhu. Ergaas *surprise* qaba jedhiiti ija ishee walitti cufsiisi.
Akka isheen ijaa cufattetti battalumaan mobayilii, faaya morma, faaya gurraa, faaya harkaa isheerraa baftee minjaala irra keesse walitti qabi fudhadhuti fiigicha itti qabi 🏃♂🏃♂milli kee si haa baasu.
.
Daldaaltonni wan sii egaa jiraniif saffisaan garaa piyassaa deem
😂😂😂
Yoo sitti tole share+👍
Guyyaa gutuu koflaa oluuf😂
@Galleryketchw