Walaa Entertainment😁😁


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Bashananaf bekumsaf chennal kana
Join godha
😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂🙇🙇😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@WalaaOromo

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Guyyaa Ayyanaa
🌙🌙🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Hadha: yaa ilma kiyya kottu mee al takka

Ilma: maal jattee harmee koo

Hadha: kottu lukkuu ayyaana kana naf qali

Ilma: lakki lakki harmee too

Hadha: maliif?

Ilmi kun yoo mal jadheen gaarii si fakkaate

Ilma: yoo natti duute hoo? Hin jedhuun seetani
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Feetan kolfaa ani kotiif kofleen jira.
AYYAANA GAARII
Share+join

@Galleryketchw
@Galleryketchw




Namni kun daldalaa ture. Waggaa 21ffaa saatti kisaaraan jalqabaa irra ga'e. Waggaa 22ttimmoo mana barumsaa seeraa irraa hari'ame. Waggaa 24 yoo ta'u kisaaraa lammaffaan itti dabalame. 26tti jaalallee isaa du'aan dhabe. 34 Yoo ta'u mana mareef dorgomee hin milkoofne. 45tti seenetarummaaf dorgomee hin milkoofne. Waggaa 47 itti aanaa pireezidaantii ta'uu dorgomee mo'atame. 49tti irra deebiin seenetarummaaf dorgomee hin milkoofne.

Waggaa 52 yoo ta'u Pireezidaantii Ameerikaa Ta'uun Muudame. Namni Kun ABRAHAAM LIINKOLNI dha.

"Abdii Kutuun Dhaabbiitti Du'uu dha"


@Galleryketchw


Akkami Jirtu channel kan Hirriyota kessaniif. #Sheer godhatti #Join ha godhatan. Channel Afaana Oromo walin tane hagudisnu hin Dagattina. Obballewan Sheer godha
👇👇Join👇👇godha
👉 @Galleryketchw👈


😂 Beautyfull 😂
Jartiiin Bilbila ishee charjii irra goote Tessee Jarsa ishee waliin otuu Hasawaa jirtu Bilbilli ishee iyyee.

Yeroo kana jarsii ishee dafee lafaa ol ka'ee bilbila fudhe yeroo ilaalu dallane enyu kan sa'aati kanan Beautyfull jadhee sif ergu jadhee itti lallabee.

Isheenis naasuudhan saffisaan lafaa kaate yeroo ilaaltu, jaarsa ishee caalaa dallante😡.

Jarsaa isheetin yoo maal jatteen gaariidha sitti fakkaate

..
..
Boo doofa, jazba battery full jedha malee beautyfull jadha?hin jattuun seetani.😂😂😂😂😂😂

Feetan koflaa ani kotiif kofleen jira.😂🤣😂🤣😂🤣😂
😂😂😂😂😂😂😂😂
Maaliga kophaa kofaluun are Hiriyoota keetif share godhi isaanis haa koflanii

@Galleryketchw
@Galleryketchw


Media Ko dan repost
Afaan, Artii, Aadaa Oromoo kan guddisuuf dhabbatee channelii You Tube keenya kana Subscribe nu gochuun nu gargaara.
MIJUU TUBE

https://m.youtube.com/channel/UCe7jpSA12pnXnrS20M6MYQw


😂 @Galleryketchw😂

Intalli Beellama Jaalallee ishee waliin qabdu yeroo dabarsitee ykn orraafatte dhufte.

Gurbaa:
- Essatti Orraafattee dhufte?

Intala:
- yeroo bayyee dubartiin Bareedduun orraafatte dhufti, ati kana hin beektu?

Gurbaa:
- Sana niin beeka, garuu ati maaliif orraafatte dhufta?
👇👇join👇👇
😂 @Galleryketchw 😂
Kan Galleef #Sheer


Walaa Entertainment😁😁 dan repost
Hararge Life
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
ilma::mom Ani arra booda jima qama'u dhiisufi
😂😂😂😂😂😂
Haadha::muca koo Mali Rakko jira?
Kottu mee gad teenyeeti qama'aa hasofnaa
😂😂😂😂😂😂
Matii wa'e jima bekku
😂😁😂😂😂😂
Hararge 👍 kun itti hin xiqatu
I love hararge


Boru Ajandaan Guddaan tora Facebookii fi soshaal-Midiyaa hundaan Namni Hundi kan irratti xiiyyeefatu EID MUBARAK wan Taheef😁, Anis Gama kootin asuman Nama Hunda Dura Obolleewwan kiyya warreen Amantaa Muslimaa Hordofan Maraan Baga Ayyaana EID Al-Adhaatin isin Gahe.
🌴🕋🌴🕌🌴🕌🌴🕋🕌🕋🌴🕌🕌🌴
EID MUBARAK
👇👇Join👇👇
👉@Galleryketchw👈


💰Hayyee hordoftoota keenya, akkam jirtu? har'a marsariitii tokkon isin barsiisa na hordofaa!!

Marsariitiin kun maallaqa ni kaffala. Na amanaa, hiriyyaan koo amma ammaatti doolaara 200 argateera!! Sin sobees maal na fayyada.
💵💵💵💵💵
Jalqaba liinkii kanaa gadiitiin seentu, ergasii gara irraa 'Register' kan jedhu jira, isarra takkaa cuqaastu. Kana booda 'username' , 'password' , 'email' 'Address' fi 'Your Name' kan jedhu isiniif dhufa.

Bakka 'username' jedhutti, maqaa gabaabaa kan barbaaddan itti guuttu.

Bakka 'password' jedhutti, jecha darbii kan hin dagatamne itti galchitu.

Bakka 'Email' jedhutti, warri 'email' qabdan itti galchitu warri hin qabnemmoo lakk. bilbilaa keessan itti galchitu.

Bakka 'Address' jedhutti, bakka jiraattan itti galchitu. Fknf, warri Itoophiyaa keessa jiraannu ingiliffaan Ethiopia jennee itti galchina.

Bakka 'Your Name' jedhutti, maqaa keessan isa sirrii itti galchitu.

Kana booda, irra keessa bakka 'Register' jedhu bira 'Login' kan jedhu jira. Achirra takkaa cuqaastanii yeroo inni isiniif fidu, 'username' fi 'password' keessan itti galchitu. Kana booda, liinkii isiniif fida. Liinkii kana copy gootanii, miidiyaalee hawwaasaa kanneen akka Facebook, Instagram, YouTube, Telegram fi kkf keessatti maxxansitu. Yeroo namni tokko liinkii keessaniin gara marsariitii sanaa deemu, marsariitichi isiniif doolaara 1 kenna!! Yeroo doolaara 20 irra geessan maallaqa keessan karaa 'MoneyGram ykn 'Western Union' akka isiniif ergamu gochuu ni dandeessu!!

👇👇Liinkii ittiin seentan👇👇
http://thejoby.com/?code=11788

Carraa gaariin isiniif hawwa!!


Dubartii haala kamiin jaalala qabsiisuu dandeenya?
❤️❤️❤👱‍♀👱‍♀❤️❤️❤️
By the way, daldaltoonni piyaassatti meeshaan kamiyyuu akka qaaliitti(mi'atti) bitu ni beektaa? kana beekumsuma walii-gaalatifan dubadhe gara dubbii ijoo kotittiha ha darbuu.

Dubartii jaalatte San guyyaa tokko saqirays siif qaba jadhini waami, yeroo dhuftu akka isheen uffata midhagaa fi meeshalee faayaa babareeda godhatte dhuftu jibeessi itti himi.

Yeroo isheen iddoo waamtetti sitti dhufte ofitti-amanammummaadhan lafaa ol ka'iiti seeqaa simadhu.

Ergas gara iddoo itti taphattan geessi *coca* ajaaji, coca dhugaa ishee haamadhu harkaan morma ishee suuta sukkuumi.

Morma ishee dhugangachuun akka sihin rakkifne faaya morma ishee irraa baasi minjaala(table) irra ka'i, gurra ishee jalatti siqiti akka ishee jaalattu suuta gurratti Hasaasi.

akka gurra keessaa dhungachuun sihin rakkisnee faaya gurra ishee irraa baasi minjaala irraa kaa'i suuta dhungadhu ammalle akka harka ishee keessaa dhungachuun sif mijaa'u faaya harka isheerraa baasi minjaala irra kaa'i.

Akkanuma gogodhaa mobayilii isheetis irra fudhi minjaala irra kaa'i ergaas gurra ishee keessa ciniini(ati bar gowwaadha yoo feete ni madheeysita🤣 ere suuta jedhi ciniini ani sif hime tiyyaa).

mormaa ishee hafuura ho'aadhaan ho'isaafi jaalalaan mallaa isheerra, adda isheerra, hidhii isheerra dhungadhu. Ergaas *surprise* qaba jedhiiti ija ishee walitti cufsiisi.

Akka isheen ijaa cufattetti battalumaan mobayilii, faaya morma, faaya gurraa, faaya harkaa isheerraa baftee minjaala irra keesse walitti qabi fudhadhuti fiigicha itti qabi 🏃‍♂🏃‍♂milli kee si haa baasu.
.
Daldaaltonni wan sii egaa jiraniif saffisaan garaa piyassaa deem
😂😂😂
Yoo sitti tole share+👍
Guyyaa gutuu koflaa oluuf😂

@Gall
eryketchw
@Galleryketchw




Akkami Jirtu channel kan Hirriyota kessaniif. #Sheer godhatti #Join ha godhatan. Channel Afaana Oromo walin tane hagudisnu hin Dagattina. Obballewan Sheer godha
👇👇Join👇👇godha
👉 @Galleryketchw👈


Gaaffii barataan cimaa tokko barsiisaa isaa gaafate.....

Barata: Barsiisa Gaaffii tokkon qab?
Barsiisa: Hayye gaafadhu
Barata: Akkamitti Arba tokko firijii keessa kaa'uu dandessuu?
Barsiisa: Ani hin bekku!
Barata: Salpaadha,Firiji bantanii keessa keessu.
Gaaffii biraan qaba!
Barsiisa: Hayye Gafaadhu!
Barata: Akkamiti Harree tokko firijii keessa kaa'uu dandeesu?
Barsiisa: salphaadha,firijii baneen keessa kaa'uu dandeesu?
Barata: Barsiisa dogoggortaniittu! Firijii bantanii,Arba keessa baastanii Harreemmoo keessa Seensitu!
Barsiisa: Oooow! Hayye
Barata: Mee Gaaffii biraan isin Gaafadha.Bineensonni hundi gara kabaja guyya dhaloota Leencaa deeman,bineensi takkommo ni hafe haa jennu;bineensi hafe kun eyyudha?
Barsiisa: lencaka! Sababni isaas yoo dhufe bineensota hunda nyaachuu waan danda'uuf.
Barata: Barsiisa dogoggortaniittu!Harreedha.sababni isaas,ammayyuu firijii keessa waan jiruuf.
Barsiisa: Natti baacaa jirtaa?
Barata: Lakki barsiisa! Gaffii isa dhumaa tokko.
Barsiisa: Hayye.
Barata: Lagni tokko Naacha hedduu qaba haa jannu,isinimmoo laga kana ce'uu dandeessu?
Barsiisa: karaan biraa waan hin jirreef,yabalan fayyaadama!
Barata: Barsiisa dogoggortaniittu! Laga Sana daaktanii ce'uu dandeessu! Sababni isaas,bineensonni hundi kabaja guyyaa dhaloota leencaa waan deemaniif!!😄

Barrata cimma 👍 kun itti hin xiqqatu😂😂😁😁

@Galleryketchw
@Galleryketchw


Hiriyaankoo Gurraacha taa'uu isaarra kan ka'e warri Gaambeellaa iyyu

Muca Gurracha San Jedhanit waamu😂😄
@Galleryketchw


#Sheer

Guyya takko Jaallallewwan lammaatu ture jennan akkas jatten

ishee: Garuu ati jaalala lapherraa na Jaallataa?

isaa: lakkii

ishee: Jaalala sobaadha jechuudha mitii😢

inni yoo mal jedhe sinitti fakkate

isaa: lakki,jalaala Onneradha

@Galleryketchw








Linki armana gaditi senun galma'udhan oson isin hin sobne guyyati. Dolara $1 isinif kafalama. Wan San ta'ef galma'udhan. Wan si gafatan debisun guyyati dolara. $1 badhabama
http://thejoby.com/?code11788

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

105

obunachilar
Kanal statistikasi