Namni kun daldalaa ture. Waggaa 21ffaa saatti kisaaraan jalqabaa irra ga'e. Waggaa 22ttimmoo mana barumsaa seeraa irraa hari'ame. Waggaa 24 yoo ta'u kisaaraa lammaffaan itti dabalame. 26tti jaalallee isaa du'aan dhabe. 34 Yoo ta'u mana mareef dorgomee hin milkoofne. 45tti seenetarummaaf dorgomee hin milkoofne. Waggaa 47 itti aanaa pireezidaantii ta'uu dorgomee mo'atame. 49tti irra deebiin seenetarummaaf dorgomee hin milkoofne.
Waggaa 52 yoo ta'u Pireezidaantii Ameerikaa Ta'uun Muudame. Namni Kun ABRAHAAM LIINKOLNI dha.
"Abdii Kutuun Dhaabbiitti Du'uu dha"
@Galleryketchw
Waggaa 52 yoo ta'u Pireezidaantii Ameerikaa Ta'uun Muudame. Namni Kun ABRAHAAM LIINKOLNI dha.
"Abdii Kutuun Dhaabbiitti Du'uu dha"
@Galleryketchw