Yeroo mul'ata


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Nagaan,hundaa kessanaf haa tahu,maati channel koo akkam jirtuu fayya keessani? channel kun baranotta gudaa isaaf qooda

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


gowwoomsaan” seeraan akka dhoorkamu dubbata. Nama tokko gowwoomsitee irraa fayyadamtee booda gara nama buraatti deemta taanaan waanuma ittiin safarte kanatti boru siif safarama. Yaa’iqoob obboleessa isaa Esaawuu gowwoomsee eebba irraa fudhate. Akkuma kana abbaan soddaa isaa (Laabaan) ija isaa qabee gowwoomsee intala inni hin jaallanne isa fuusise. Har’as nama tokko “sin fuudha/sin heeruma” jettee irraa fayyadamtee sobdee gara biraa deemta taanaan gatii kee hinuma argatta.

👇👇👇👇
https://yerooifaa.com/kaadhimummaan-gaaela-miti-seeraan-hubadhuu/

@GizuYM


#Finfinnee 💔

Markaatoo naannoo Shammaataraa jedhamutti Balaan Abiddaa Mudachuufii Galgala sa'aa 1:00 irraa kaasee haga yoonatti Abidda Too'achuun Rakkisaa akka jirutu dubbatama.

Waaqayyo Biyya keenyaf Nagaa Haa buusu 😭
Hundumti keessan Akka amantii keessaniitti Biyya keenyaf Waaqayyoon Kadhadhaa🤲🙏🙏

●~~~~~~~~~~~~~~~~~●

@GizuYM


yesuus In Dhufaa dan repost
Obboleessa Koo jireenyi tun 🎮 game dha yeroo tokko yoo moohatte yeroo biraa ammoo ni moohamta..... Kanaaf jireenyaa moohadhee ka'ee fuudha jettee yeroo kee hin gubiniitiin fuudhi!😜.... achi booda firii godhachaa jireenya kee laaffifachuuf tattaafadhu... Sababni isaas hagam Akka jiraattuufi yoom Akka duutu hin beektu waan ta'eef!😂😂
👇👇👇👇👇
https://yerooifaa.com/your-boyfriend-wife/

3 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.