gowwoomsaan” seeraan akka dhoorkamu dubbata. Nama tokko gowwoomsitee irraa fayyadamtee booda gara nama buraatti deemta taanaan waanuma ittiin safarte kanatti boru siif safarama. Yaa’iqoob obboleessa isaa Esaawuu gowwoomsee eebba irraa fudhate. Akkuma kana abbaan soddaa isaa (Laabaan) ija isaa qabee gowwoomsee intala inni hin jaallanne isa fuusise. Har’as nama tokko “sin fuudha/sin heeruma” jettee irraa fayyadamtee sobdee gara biraa deemta taanaan gatii kee hinuma argatta.
👇👇👇👇
https://yerooifaa.com/kaadhimummaan-gaaela-miti-seeraan-hubadhuu/
@GizuYM
👇👇👇👇
https://yerooifaa.com/kaadhimummaan-gaaela-miti-seeraan-hubadhuu/
@GizuYM