#Imimmaan_Ija_Tokkoo_Asoosam_Gabaabaa_Kutaa_7ffaa
Kutaawwan darban channel @jaalala_dhuga jala seenuun dubbisi
............Dubbisa gaarii..................
.....gargar saaqxee Moorkii of gidduu galchite. Moorkiinis
Qalbisee Isaa qalbiidhan ofitti qabee zipii/
Shaamelaa surree isaa banatee qaama Isaa
Isa Niwkileerii kooriyaa kaabaa fakkaatu
qaama ishee Keessa galchuuf yeroo jedhu
isheen sababa dhiirri qaama ishee bira ga'ee
hin beekneef qaama Ishee biratti Amartii
qubatti kaawwatan wayya. utuu akkasittin wal
irra gangalatanii inni qaama ishee keessa
qaama isaa yeroonni galchuuf jedhu
Qalbiseen Moorkikoo Jette Uuuuuu maaf na
ajjeefta? bareeda koo jette. harka tokkon
ofitti qabde dhungattee itti ba'uu didde.
Utuu Isaan akkasiin jiranii harmeen Isaa
bakkeedha dubartoota warra waliin cidha
dhaqxee sanaa wajjin nagaa walitti dhaama
gara manaatti as qajeelte.
mana bira geesse Moorkii jette Moorkinis
abjuu itti fakkaate Ammas sagalee Moorkii
jedhuu dhaga'ee
utaalee nafa nafa surree isaa uffate. harmee
jedhe. Qalbiseenis akka nama dhukkubsatu
taatee addunyaa jaalala guyya har'a kana
isheen akka nagaa walitti dhaamutti
fudhacha jirti turte garuu maal godha hin
milka'in hafee hoo.
Qalbiseen naate kaate gara mana Isaanitti
galuuf yeroo jettu qaamni Ishee deemu
dadhabee humnaan of tirsaa kaayyoo ishee
isa karaatti hafeef miira gaabbiin kaate.
harmeen Isaas bunan danfisa mucaa koo
jetteen.
Qalbise "lakkisa harmee yeroo biraan dhuga
jetteen.
Moorkin xiqqoo erga geggeesse booda kan
duraan bilbila ishee harkaa fudhatee hin
beekne sababa deemuf jedhuuf achuman
lakkoofsa bilbila ishee harkaa fuudhe. nagaa
Isaa Yeroo itti dhaamuf jedhuu hidhii Ishee
utuu dhungatuu hidhiin Ishe diimatee
timaatima fakkaate .
yeroo itti bu'an waanta buruquuf jedhu fakkaata.
Innis Irra siqee sababa qoosaa jaallatuuf
akkas jedheen Qalbii " jedhee waame yoo" jetteen
hidhii kee akkam goota si jalaa dhiita'ee
diminnii isaa immoo barbaada abiddaa fakkaata jedhee kolfaaf mar'ummaan qabate
Qalbiseenis itti kolfite Morkitu akkas nagodheen jedheen abba kootti hima jettee ilkaan ishee isa akka cabbii addaatu sana gadi baaste itti kolfite.
Moorkinis An qallinnii koo akka soonsasababa ta'eef soonsatu na hidde jedhiijedheen.
Qalbiseenis kolfitee gara mana IsaanittiGalte.
yeroo isheen galtu abbaan Ishee mana cidhaatii waamamee hiriyyota isaa waliin gara waajjiraatti deemera Inni .Isheen akka uumaa oliitti sodaattu hin jiru eessa deeme?
Jette gaafannaan.
walga'ii arifachiisatu jira jedhanii Adaamaatti fuudhanii deeman ittiin jedhan.
Qalbisee qoma ishee irra waa gadi deebi'ee.
borii isaa Yunivesity Haroommayya karaa fooddaa tv dursee waame waan jiruuf guyyaa tokko
qofatuu hafee morokin deemuuf jedhee
Qalbiseef walaloo isheen akka nyaatattii ittin
jiraattuu badhaasee demee....
gara mana barnoota isaatti qajeele
Walalichis Akkas Jedha....
Itti Fufa....
Share osoo hin godhiin bira dabarraan seenaan si gaafata!
Join our channel
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
Yaadni kessan utubaa keenya
Hanqina keenyas nutti himaa
Yoo sinitti toles nu jajabeessaa
Yaadaaf @sool_dave quunnamaa
@SOOL_DAVE