GALAANA BEEKUMSAA


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


👉BY THE POWER OF THE ALLAH
❗Channel kana keessatti Wantoota Argaman
👉Gorsa Abdii Namatti Horu
✍️Seenaawwan Nama Barsiisaa Nama Bashannansiisan
✍️Barnoota Bilbilaa ,ingiliffaa,Herega
Yaadaafii Gaaffii Kamuu Yoo Qabaatan Asiin Nadubbisaa @ADINAN_SMHAEL

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


KANA BEEKTUU

Dirree teenisii isa olaanaa

Dubaayitti sadarkaa lafaa ykn bishaan irraa meetira 211 ol siqee ijaaramee.

‼️YOO SITTI TOLE REACT GODHI‼️

♡ ㅤ    ❍ㅤ      ⎙             ⌲
ˡᶦᵏᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ    ˢᵃᵛᵉ  𝑠ℎ𝑎𝑟𝑒


📡 @NEVER_GIVE_UP_2017
📡 @NEVER_GIVE_UP_2017


KANA BEEKTUU

Kun boqqolloo baayyee bareedaadha. Boqqolloo "glass gem corn" gosa Ameerikaa ti. Bakka sana qofaatti argama.

‼️YOO SITTI TOLE REACT GODHI‼️

♡ ㅤ    ❍ㅤ      ⎙             ⌲
ˡᶦᵏᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ    ˢᵃᵛᵉ  𝑠ℎ𝑎𝑟𝑒


📡 @NEVER_GIVE_UP_2017
📡 @NEVER_GIVE_UP_2017


KANA BEEKTUU

Saayikolojistoonni akka jedhanitti😱

Dhiironni Ikonomiidhan yoo guddatan bultii ijaarrachuuf yaadu!😍
No
Faalla kanaan ammoo dubartoonni Ikonomiin yoo guddatan abbaan manaa na hin barbaachisu jedhanii yaadu!😜

‼️YOO SITTI TOLE REACT GODHI‼️


📡 @NEVER_GIVE_UP_2017
📡 @NEVER_GIVE_UP_2017


Kana beektu laata?

Biyya Siwiidinitti namoonni dhiiga kennanii dhiiga isaanin namni yoo fayye baanki dhiigaa irraa ergaan baga gammaddee ni ergamaaf🥰

‼️YOO SITTI TOLE REACT GODHI‼️


📡 @NEVER_GIVE_UP_2017
📡 @NEVER_GIVE_UP_2017


Kana beektu?

Biyya Peensilveeniyaatti dhiirri tokko mana dhugaati deeme alkoolii fayyadamuu yoo barbaade haadha manaa irraa waraqaa heyyamaa barreessifachuu qaba. Kana hin goone taanan ni hidhama!😳😜

‼️YOO SITTI TOLE REACT GODHI‼️


📡 @NEVER_GIVE_UP_2017
📡 @NEVER_GIVE_UP_2017


KANA BEEKTUU

Dhugaaleen kun nama dhukkubsa garuu nama fooyya'aa akka taatu si taasisa😎

✔️Jireenyi baay’ee nama gammachiisu kan qormaata, sodaa fi qabsoo of keessaa qabuudha.  Kanneen malee jiraachuun nuffisiisaa fi oomisha kan hin qabne ta'a.

✔️Injifattoonni waan injifanoon hayyamameef osoo hin taane, injifachuuf waan murteessaniifidha Kan injifatan.


✔️Yeroo kanatti bakka  taa'uu qabdu jirta.  Muuxannoo fi tarkaanfiin hundi guddina keetif barbaachisaadha.

✔️Dhukkubbiin malee gammachuun hin jiru.

✔️Kaleessa jijjiiruu hin dandeessu, garuu waa'ee boruu yaadda'uudhaan har'a balleessuu dandeessa.

‼️YOO SITTI TOLE REACT GoDHI ‼️


📡 @NEVER_GIVE_UP_2017
📡 @NEVER_GIVE_UP_2017


KANA BEEKTUU?

Onneen Dubartoota daqiiqaa 1 keessatti kan dhiiraa caalaa garaagarummaa ballaan dhahata.


Science jedhe 🥶
♡ ㅤ    ❍ㅤ      ⎙             ⌲
ˡᶦᵏᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ    ˢᵃᵛᵉ  𝑠ℎ𝑎𝑟𝑒
Show us your love by react.♥️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @NEVER_GIVE_UP_2017
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @NEVER_GIVE_UP_2017


🎙Sadio Mane❤️

"Guyyaa jalqabaa yaaliin duraa gochuuf Faransaay gahe yoomiyyuu hin dagadhu.

Guyyaan dhufe irraa kaasee shaakala gochuun qaba ture garuu leenjisaan mana taa'i naan jedhee qarshii haadha koo bilbiluuf illee hin qabu ture. Haadha kootti bilbilee akkan Faransaay dhaqe itti himuu barbaadeen ture, bilbilli koo garuu kaardii waan hin qabneef bilbiluu hin dandeenye.

Guyyaa itti aanutti taphattoonni FC Metz tokko tokko hiriyyoota koo waan ta'aniif maallaqa isaan irraa fudhadhee kaardii bitachuuf deeme. Sana booda haadha kootti bilbile... "AKKAM NAGUMAA haadha Koo Faransaayin jira" jedheen. Isheenis "Maal, Faransaay kam?" Naan jette. Amanuu dadhabde! "Faransaay Awurooppaa keessa" jedheen. Isheenis akkas jettee naaf deebiste "Awurooppaa maal jechuu keetii? Senegaal jiraatta,wosiila kee waliin ta'uu qabda"...

Sana booda "Eeyyee amma garuu Awurooppaan jira" jedheen. Isheenis ajaa'ibsiifatte... ati maraatte Nan jette. Baayyee ajaa'ibsiifatte. Guyyaa guyyaan dhugaa ta'uu isaa na gaafachaa turte.

Gaaf tokko akkan taphadhu ilaaluuf TV akka ilaaalru ishee gaafadhe. Hanga guyyaa ani tapha kana akka argitu godhetti na hin amanne. Dhumarratti TV irratti yeroo na argitu dhugaa ta'uu isaa hubatte.

" dhumarratti abjuu kee dhugoomsite mucaa koo jabaa. Baay'een sitti boona leenca koo" jette.

Ulfinni haadholii keenya nu caalaa dhimmamaniif ❤

‼️YOO SITTI TOLE REACT GIDHI‼️


📡 @NEVER_GIVE_UP_2017
📡 @NEVER_GIVE_UP_2017


KANA BEEKTUU ❓

Raashiyaa keessatti mana ciree addaatu jira! Namni hundi nyaata nyaateef osoo hin taane, yeroo nyaata nyaachuun itti fudhatef (hamma turtii ) kaffala!

Yeroo baay'ee immoo namoonni baay'een maallaqa guddaa akka hin baasneef jedhanii saffisaan nyaatu.




‼️YOO SITTI TOLE REACT GIDHI ‼️

📡 @NEVER_GIVE_UP_2017
📡 @NEVER_GIVE_UP_2017


KANA BEEKTUU ❓

Bara 1567tti abbaan areeda dheeraa addunyaa kanaa kan taʼe "Hans Steininger," balaa ibiddaa jalaa miliquuf utuu fiigaa jiruu areedni isaa isa gufachiisuun duʼe.

‼️ @NEVER_GIVE_UP_2017
‼️ @NEVER_GIVE_UP_2017


KANA BEEKTUU ❓

Jaalalli Isa jaalateef "HIV" dha
Isa jaalatameef "DV" dha
isaa ilaaluf "DSTV" dha

Yoo siif galee ❤️


KANA DHAGEESSANII BEEKTU❓

"Rapper zeddy" lammii Ameerikaa ganna 22 yoo ta'u hiriyyoota isaa dubartootaa 5 haala wal fakkaatuun ulfeessuu danda'eera. Waan nama ajaa'ibu hundi isaanii ji'a walfakkaataa ulfaa'ani.

Karooraani mitiiree😂

Please share
@NEVER_GIVE_UP_2017
@NEVER_GIVE_UP_2017


KANA BEEKTUU ❓

🤔 Addunyaa irratti sababa alkoolii dhuguun sekondii 10 keessatti namni tokko ni du'a.


Join @NEVER_GIVE_UP_2017


KANA BEEKTUU ❓

Hanni baanki Ameerikaa keessatti yeroo jalqabaaf taasifame hanna dolaara 162,821 yoo ta'u, namichi hates qarshicha deebisee baankii sana yoo keeyyatu qabamuu danda'eera.

Yaaddaniittuu osoo biyya keenya ta'ee silaa biyyaa *

🎯Join @NEVER_GIVE_UP_2017
🎯Join @NEVER_GIVE_UP_2017


KANA BEEKTUU ❓

Nafti nama tokkoo seelota dhiiga diimaa Giddu Galeessaan tiriliyoona 25 qaba

Join @NEVER_GIVE_UP_2017
Join @NEVER_GIVE_UP_2017


KANA BEEKTUU ❓

Fiilmiin sodaachisaa "Cannibal Holocaust" jedhamu baayyee dhugaa waan fakkaateef daayirektarri fiilmichaa mana murtiitti dhiyaatee taphattoonni (taatonni)lubbuun jiraachuu isaanii mirkaneessuuf dirqaee ture.

Join @NEVER_GIVE_UP_2017
Join @NEVER_GIVE_UP_2017


NEW RECORD ‼️

Maqaan Muhaammad Biriteen(Ingilizii) keessatti moggaasaan maqaa daa'imaa sadarkaa tokkooffa ta'e

Daa'imman waggaa tokko keessatti Biriteen keessatti dhalatan 4,600 ol maqaan isaanii Mohaammad jedhamee galmaa’eera.

Join @NEVER_GIVE_UP_2017

Kanaan dura “Nooh” maqaa ijoollee baayyinaan moggafamu ture.


KANA BEEKTUU 😱

👉Maastikaa Nyaattanii Eessatti Gattu ❓

Maastikaa Nyaattanii Gaafa Ala irratti Gattan Sinbiroonni Nyaata Se'anii nyaachuun Karaa ittiin bishaan dhuganiifii Nyaata nyaatan dhabuun du'u.😫

Kanaafuu maaloo isinis Bakka Gaariitti(Bakka dhokataatti Gataa) isiniin Jedha.

Join⚡️ @NEVER_GIVE_UP_2017


KANA BEEKTUU ❓

🔵Xaaliyaanii keessatti hiyyeessaafi beela'aa taatee nyaata yoo hatte Yakka miti

Join⚡️ @NEVER_GIVE_UP_2017


Kunis jedhameera‼️

..... Dubartootni addunyaa kana irra jiran marti qorichichi HIV AIDS osoo hin argamin wal-qunnamtii saalaa hin goonu osoo jedhanii..... yeroo kanatti dhiironni daqiiqaa 30 keessatti qorichicha ni argatu ture.

Walii ni galtuu👍

Join⚔️ @NEVER_GIVE_UP_2017

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.