KANA BEEKTUU
Dhugaaleen kun nama dhukkubsa garuu nama fooyya'aa akka taatu si taasisa😎
✔️Jireenyi baay’ee nama gammachiisu kan qormaata, sodaa fi qabsoo of keessaa qabuudha. Kanneen malee jiraachuun nuffisiisaa fi oomisha kan hin qabne ta'a.
✔️Injifattoonni waan injifanoon hayyamameef osoo hin taane, injifachuuf waan murteessaniifidha Kan injifatan.
✔️Yeroo kanatti bakka taa'uu qabdu jirta. Muuxannoo fi tarkaanfiin hundi guddina keetif barbaachisaadha.
✔️Dhukkubbiin malee gammachuun hin jiru.
✔️Kaleessa jijjiiruu hin dandeessu, garuu waa'ee boruu yaadda'uudhaan har'a balleessuu dandeessa.
‼️YOO SITTI TOLE REACT GoDHI ‼️
📡 @NEVER_GIVE_UP_2017