ⓂAATII💕 OROMOO


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


MAATII OROMOO
✔ Suuraa babbareedaa
✔Seenaa Gootota Oromoo
✔ Kolfaaf
Kana hunda bakka tokkotti argachuu dhaaf channel keessan kara @maatiioromoo join godhuun maatii tahaa.
https://t.me/joinchat/AAAAAFNxcII_MGRJ_4aMMg

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Carra kana yaali
Deebii isa fuula iti anuuti argaata
Lakk kana gadi jiraan keessa tokko filachuun cuqaasi/ tiqi
Achi channel sidhufuuf join godhi
1 2 3 4 5 6 7 8 9






Wal Pictures 📷 dan repost
❤️💚❤️ Qeerroo Abdii Sabaa

@oromobeauty




🧲🧲🧲🧲🧲🧲🧲🧲🧲🧲🧲🧲
Chaanaalota beekkamoo fi
guguddoo ta'an join godhaa

🕊🕊🕊⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️🕊🕊🕊


📸 Suuraalee Oromoo mimmiidhagoo fi hawwatoo ta'an qofa .... 📱
======================
👸 suuraa Moodeelistoota Oromoo bebbekamoo ta'an
======================
😂bashannanaaf , kolfaa, baacoo, meme, fi k.k.f ....niif seeqaatti makamaa
======================

MM Dr.Abiy Ahmed ABO waliin...See more

⚡️Our channel⚡️






🗣🗣🗣👁👀👁👀
🚤⛴🏯🎠
@orocomedy1

🤫☠💀👅👄👀🌱🍀🌿🦚

Tapoota kana gadii tapachuudhan waan aja dhibaa argiitu osoon tapatiin hin darbiina
Guyyaa dhaloota yoo tuqtaan waan sini dhufu ilaala
Channel siniidhufuuf dursaa join godha

@orocomedy1






Free Obsaa Abdiisaa




Sidaamu har'a referendum isa nannoosa gageessuf filanoorra jira sin cina jirra jenaana




👆
Barattoonni Oromoo Yuunivarsitii Waldiyaa hiriira ba'uun mormii dhageessisan
*********************************
Barattoonni Oromoo Yunivarsiitii Waldiyaa ''guyyoota salgan darbaniif obsaan dirree keessa bullee jirra, amma garuu gara Oromiyaatti nu deebisaa' jechuun harra Wiixata ganama sa'aatii 12 irraa eegaluun mormii dhageessisan. Yunvarsiitichatti saayinsii siyaasaa waggaa lammaffaa barachaa jireaachuu kn himu barataan Oromoo tokko guyyoota saglan darban haala rakkisaa keessa teenyee obsinus gaaffiin keenya deebii waan dhabeef har'a karaa nagaatiin sagalee keenya dhageessisuuf dirqamnee jedha. "Hanga Har'aa seera mana barumsichaa fi seera raayyaa waraanaa kabajuuf jecha haala rakkisaa keessa teenyee obsaa turre. Dirreerra ciisneeti hanga har'aa kan geenye. Har'a bakkuma bullu kanatti baanuun osoo waraanaanis walitti hin bu'in nagaadhaan sagalee keenya kan dhageessifne" jedha.

Barumsa barachuuf nageenyi keenya eegamee bilisummaa yoo qabaanne malee haala amma keessa jirruun barachuu hin dandeenyu kan jedhu barataan kun, hiriira har'aa kanarrattis dhaadannoo ijoon 'gara Oromiyaa nudeebisaa'kan jedhu ture jedha.
Bakka guyyoota saglan darbe bulaa jiran kanatti rakkoo qulqullinaa waan jiruuf dhibeef saaxilamaa jiraachuus himu barattoonni.
"Guyyaa saglan kana bakka qaama itti dhiqannu hin qabnu xuroofnee jirra, mana fincaaniis dirreerratti fayyadamna. Du'a lammaffaa mootummaan nurratti gaggeessaa jira. Kanaafi har'a sagalee keenya dhageessisuuf kan dirqamne" jedha.
Yunvarsiitii Waldiyaatti muummee Baayolojii waggaa lammaffaa barachaa jiraachuu kan himtu barattuun Oromoo tokkos rakkoon dubartootarra gahu kan warra dhiiraa caalaa hammaatadha jetti.
"Dubartoonni keenya qulqullinaa fi yeroo laguun itti dhufee 'moodasii' argachuu dhabnee rakkoo hamaa keessa jirra. Dubartoonni sababa Kanaan dhiphina keessa seenanii dhukkubsachaa jiran hedduudha. Wanta dubartootaaf barbaachisu tokkollee hin qabnu," jetti.

Fedhii barachuu qabaannus haala yaaddessaa amma keessa jirru kanaan lubbuudhaan jiraachuun barachuu waan dursuuf fedhii asitti barachuu hin qabnus jetti.
"Kan amma nu eegaa jiru kuni dormiitti, mana nyaataatti, mana kitaabaatti dhufee nun eegu. Namni asitti baradhaa nuun jedhu nama du'aa nuun jedhudha malee nuti haala amma keessa jirruun barnoota hin barbaannu. Gara haadha, abbaa fi firoota keenyaa, gara Oromiyaatti keenyaatti galuu qofa barbaanna," Jette.Hiriira yunvarsiitii waldiyaatti har'a gaggeefame kanaratti barattoonni Oromoo hanga kuma afurii ta'an hirmaachuus himu barattoonni.Hiriirichi har'a karaa nagaatiin xumuramuu kan himan barattoonni Oromoo kunneen, hanga gara Oromiyaatti nudeebisanitti gaaffii fi diddaa keenya dhageessisuu itti fufna jedhaniiru.

Hooggantoonni maal jedhan
Dhibdee Yuunivarsitii Waldiyaa keessatti mudate furuuf qondaaltonni mootummaa federaalaa fi naannoo, jaarsoliin biyyaa ,abbootiin amantaa fi bulchiinsi Yuunivarsitichaa tibba darbe marii gaggeessaniiru.
Haata'u malee hanga ammaatti gaaffiin isaanii akka hin deebinee fi inumaa dararaa fi sodaa hamaa keessa akka jiran dubbatu barattoonni.
Qaamoleen marii gaggeessan kunneen nageenyi yuunivarsitichaa eegamee barattoonni barnoota isaanii akka itti fufan gaafatanillee barattoonni garuu ammallee sodaa qaban irraa gara maatii isaaniitti deebi'uu akka barbaadan dubbatu.
Erga hookkarri yuunivarsitii Waldiyaa keessatti uumamee as mooraan yuunivarsitichaa poolisii federaalaa, raayyaa ittisa biyyaa fi humna addaa naannoo Amaaraatiin eegamaa jira.
Rakkoo Yuunivarsitii Waldiyaa keessatti uumame booda yuuniverstiiwwan biyyattii hedduu keessatti rakkoon walfakkaataan mudachuu itti fufeera.
Tibba darbe waa'ee hookkara Yuunivarsitiiwwan keessa jiraniirratti kan dubbatan Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad rakkoon kan hammaatu yoo ta'e yeroof yuunivarsitiillee hanga cufuutti deemna jedhanii turan.

@kushmedia via,#bbc









20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

595

obunachilar
Kanal statistikasi