Walitti bu’iinsa kanneeniin ACLED’n, “Kufaatii qaamolee siyaasaa, sirnaa, tasgabbii itti fufiinsa qabu fiduu fi rakkoo jiru hiikuu dadhabuu irraa kan dhufe” jedhe. “Kunis hawaasni idil addunyaa meeshaalee, gamtaa fi dhiyeenya lola addunyaa dheeraa fi dhuma hin qabne furuuf gargaaru akka hin qabne saaxile” jedhe gabaasichi.
https://oromoo.addisstandard.com/itoophiyaa-keessatti-bara-2021-walitti-buiinsi-harka-161-guddachuu-qorannoon-ifoomse/
https://oromoo.addisstandard.com/itoophiyaa-keessatti-bara-2021-walitti-buiinsi-harka-161-guddachuu-qorannoon-ifoomse/