Asiin duras haala dhokataa ta’een Oromoota Walloo naannoo sana jiran, sabummaa irratti xiyyeeffchuun haleellaan irratti rawwatamaa ture kan jedhu Faantahuun “Amma kana immoo ummata nagaan jiraatu dararuu, ajjeesuu fi qe’ee isaa irraa buqqisuuf lola ifatti bananii” jedhe.
https://oromoo.addisstandard.com/walitti-buinsa-godina-addaa-saba-oromootti-uumameen-namootni-kurnaan-lakkaawwaman-duaniiru/
https://oromoo.addisstandard.com/walitti-buinsa-godina-addaa-saba-oromootti-uumameen-namootni-kurnaan-lakkaawwaman-duaniiru/