Ibsi manni marichaa baasee kun yeroo kutaalee biyyattii garaagaraa keessatti, keessattuu naannolee Amaaraa fi Oromiyaa gidduu walitti bu’iinsi mul’achaa jirutti bahe. Naannolee lamaan gidduu waraanni jechaa fi rakkoolee nageenyaa naannolee lamaan keessatti mudatuuf quba walirratti qabu daran dabalaa jira.
https://oromoo.addisstandard.com/xiinxala-oduu-manni-maree-nageenya-biyyaaleessaa-diinota-itoophiyaa-irratti-tarkaanfii-madaalawaa-fi-yeroosaa-eeggate-fudhachuuf-waadaa-gale/
https://oromoo.addisstandard.com/xiinxala-oduu-manni-maree-nageenya-biyyaaleessaa-diinota-itoophiyaa-irratti-tarkaanfii-madaalawaa-fi-yeroosaa-eeggate-fudhachuuf-waadaa-gale/