Post'n Waxabajjii keessa "Fulbaana dhufu kanarraa Dolaara hammaaruun keenya hin hafu" jedhee maxxansee ture wayii oggas namoonni baay'een waan muudii natti qabattaniif haqeen ture garuu raajiin koo raawwatee kunoo nuti Dolaara cuffachaa jirra isin afaan duwwaa nu hamadhaa ammayyuu. Ani amma warra "Airdrop'n kun soba, 666 dha" faa jechaa turan adamseen Xibsii affeeraa jira (yaawu, yoo dhuguma birriin kun kan 666 ta'es isaaniis hirmii nyaachisuuf🤓)