💡 Molokiyuulii
Wantootni Yuuniversii kana keessa jiran hundi Molokiyuulii irra ijaaraman. Molokiyuulonni immoo Waliitt hidhamiinsa Atoomotaat.
💡Atoomii
Atoomiin Niyukilaasii fi Elektiroonii of keessaa qabdi.
💡Niyuukilaasii
Niyuukilaasiin Pirootoonii fi Niyutiroonii of keessaa qabdi.
💡Pirootoonii
Pirootooniin “Quark” fi “Gluon” irra ijaarame.
✍ Pirootooniin qaama “Higgs Boson” jedhamuun ,saffisa Ifaatiin Hawaa keessa deemuu irraa ittifaman .
💡Higgs Boson
Dirree Higgs jedhamu qabdi .
✍ Eleektirooniin Suudoo Yoo tahu Dirree Elektiroonii qaba. Yeroo hangi Elektiroonii zeroo tahu , Dirreen Eleektirooniis zeeroo taha. Garuu Higgs Boson'f kun sirrii mit . Higgs Boson (suudoo) jiraachuu baatuus Dirrren Higgs yeroo hundaa Laakkofsa qaba.
Join @AstroBioChemPhyM