Ferhan Abdulselam dan repost
“Qophii lagannaa irratti
Akeekkachiisa maayyii Qeerroo
Awwadaay irraa:
Isin Hubachiisuuf; Daldala jimaa irratti Lagannaa godhamuun walqabatee yeroo baay'ee tattaaffii qeerroo magaalaa Awwadaayiin Magaalattii keessatti sochiin Daldala jimaa yoo Dhaabbatees Abboottiin qabeenyaa tokko tokko kan keenya tahanii fi kan M/N/soomalee waliin tahuun Hojjattoota isaaniitiis fudhatanii Iddoo #Boonbas je'amtu tan Gaafa wayyaanee sanitti Abdi illeen daldala jimaa garasitti geeddaruuf yaadee qopheessetti bitaa turan. Hubadhaa, Jimaan achitti dalagamu san kanuma awwadaayitti hojjatamuu tureetu dhooysaadhaan bitamee garas geeffama.
kanaaf, Abboottii qabeenyaa kanneen Nuuf akeekkachiisi. Qotee bulaan keenyaas warri dhoosysitanii itti ergitan adaraa akka dhiiftan nuuf ja'iin. yoo Diddan tarkaanfiin akka isinirratti fudhatamu nuuf ja'iin. Qeerroon #Baabbilee akka jimaan kun isin keessa gadin dabarre ittisuu akka qaban itti nuuf dhaami.” https://www.facebook.com/10220981168433225/posts/10220985770548275