Xalayaa Jaalalaa barataa CSπ¨βπ»π¨βπ» (Computer Science)...
βπβ
Akka #iPhone_S8 mi'ooftuu kan taate, bakka buufata #Cursor ija kootii akkam nagaa keetii?
Ani sababan baayyee si yaaduuf #CPU'n koo na jalaa miidhamuurraan kan hafe baayyee #Happy dha.
Jaallatamtuu jaalallee koo, guyyaan si argee jalqabee barumsa koo #RAM jalatti galmaa'uudhaan rakkadheera.
Bareedina kee, dhaabbii kee, amala kee walumaa galatti #Super_Computer kan ta'e eenyummaa keetiif, onnee koo keessatti bakka #Read_only siif kenneera.
Yeroo baayyee dubbisuuf ykn #Word_program hojjechuuf #Library deemee, ija kee isa akka #Blank_Page qulqulluu sana, ilkaan kee isa akka #Key_board tarree galee taa'u sana, harma kee isa akka #Mouth_Pointer dhadhaabbatu sanan yaada kootiinan arga.
#Program koo gara #Multimedia'tti jijjiireen siin akka fiilmiitti si ilaala.
Jaalalli kee guyyaadhaa gara guyyaatti onnee koo keessatti baayyatee waa na rakkiseef, hiriyyoota koo waliin mari'achuun jaalalan siif qabu #Excel_application'tiin ida'ee, hir'isee siif dhiyeessuuf murteesseera!π
Jaalala koo #Program kamiin akkan sitti himu hin beeku!
#Internet irratti rakkoo koo nama naaf hubatu yeroon barbaadus, kompiitarichi #no_results_found jechuudhaan yaada koo karaatti na jalaa hambisa.
Akkati na jaallattuuf jedhee #Menu keessa of galchee #Colored, #Bold fi #Underline of gochuun yaada kee gara kootti fiduuf yeroon yaalu ati garuu #Ignore_and_cancel na gochuu keetiin kan ka'e rakkadheera.
Jaalala keetiin kan ka'e barattoonni #Medicine, abbaltii sirratti hojjennuu naan jedhaniiru. Fuulli koo jaalala keetti aaruurraan kan ka'e #Floppy_disk fakkaateera. Yeroon si argu onneen koo #Click gochuudhaan waan na rakkiseef, #C++ fayyadamee osoon #Program jaalalaa hin hojjetiin dura; rakkina koo kana naaf hubattee faayila onnee kee keessatti akka #Save na gootu maqaa #Software'tiinin si gaafadha!!!π
πKolfuu dhiisuun seeraan kan dhorkamedha!
βNamni galeef qofti filannoo haa kennu..
Join us for more funny and Wonderfactsπππ
βββββββββββ
β @WonderfactOromo β