ABDULII MAN dan repost
Mee hanga jarri deebi'aniif tana dubbisaa
LโWaa'ee Adolf Hitler wantoota Dinqisiisoo kanneen dhageessanii beektuu ?๐๐
โ๏ธ Yeroo ijoollummaa isaatti hawwiin isaa Lubaa mana amantaa taโu ture. ๐ค๐๐ฏ๐ฒ๐ฒ ๐ซ๐๐ช๐ ๐ค๐๐ฏ๐๐ ๐ง๐๐๐ข๐ข๐ฐ๐ฐ๐ ๐๐ก๐ก๐ฒ๐ฒ๐ซ๐ถ๐๐ ๐จ๐ข๐ข๐ซ๐ถ๐๐ ๐ฑ๐'๐ข.
โ๏ธ Erga jabaachaa dhufe Abjuun isaa Artist taโu ture kanumaafis Akkaadaami "Fine Arts vienna" jedhamu seenee garuu yeroo lama hariโamee ( bara 1907 fi 1908 )
โ๏ธAdurree hedduu sodaata ture sababa kananiis hedduu rakkachaa tureera.
โ๏ธ Bara 1939 badhaasa Noobelii Nageenyaaf kaadhimame ture.๐ณ
โ๏ธ Yeroo Hitler dhokatee namni Yihuudii tokko akka innii hin argamneef isa gargaaree ture.
โจโจโจโจโจโจโจโจโจโจโจโจ
@GADAA_BARNOOTAA