²⁹ Yesus deebisee, "Inni hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha.
Gooftichi Waaqayyo keenya Kophaa isaa gooftaadha jedhee ufis keessa galche
Luq. 18
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁸ Gurguddoota Yihudootaa keessaa tokko, "Yaa barsiisaa gaarii, jireenya bara baraatti galuudhaaf maal godhu?" jedhee isa gaafate.
¹⁹ Yesus immoo deebiseefii, "Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru.
Maaliif Gaarii naan jette Namni Gaariin tokkoyyuu hin jiru Waaqayyo tokkicha qofatu Gaariidha jedheet Akka Waaqayyo hin taane ifatti Labsate.
https://t.me/KaraandhugaaIslaamummaaqofa
https://t.me/Gingilchaadhugaa