Yoo Macaafni Qulqulluun ati dubbisaa jirtu
kun gara Islaamummaatti si hin geessine, Macaaficha dogongiraan dubbisaa turte, yookaan Macaaficha ni dubbifte malee hin hubanne jechuu dha.
If the Bible doesn't lead you to Islam, then either you have been reading the wrong Bible, or you don't understand the Bible .
sababoota... ;
1. Yesus Kiristos (Nageenyi Rabbii isarra haa jiraatuu) Waaqayyo tokkicha akka ta'ee fi Waaqayyoon tokkochi sun qofti waaqeffamuu akka qabu barsiisaa ture. Keessa Deebii 6:4, Maarqos 12:29. Muslimtoonnis kana akka aayata Qur'aanaa 4:171 keessatti barsiifame jirutti ni amanu.
2. Yesus Kiristos akka Seera Lewwotaa 11:7 irratti barsiifamee jirutti foon Booyyee dhoorgaa waan ta'eef Yesusis sooratee hin jiru. Muslimtoonnis akka Booyyeen haraama ta'e aayata Qur'aanaa 6:145 irratti barsiifamee waan jiruuf hin nyaatan. Garuu ammaan tana Kiristiyaanonni biyyoota Lixaa foon Booyyee soorachuudhaan beekkamu.
3. Yesus Kiristos jechoota akka “Salaamu Alaikum” ( Nagaan isiniif haa ta’u ) jedhu Yohaannis 20:21 irratti nagaa gaafate. Muslimoonnis haala kanaan nagaa wal gaafatu.
4. Yesus Kiristos yeroo hunda “Waqayyo yoo fedhe” ( Inshallah ) jedha ture. Muslimoonnis waan tokko bor hojjadha jedhanii jala muruu dura yoo Rabbiin fedhe akka jedhan Qur'aanni 18:23-24 jalatti isaan ajajee jira.
5. Yesus Kirstos osoo Rabbiin hin kadhatin dura fuula, harkaa fi miila isaa dhiqate. Muslimoonnis osoo salaata hin eegalin dura akkasuma godhu.
6. Yesus Kiristos yeroo Rabbiin kadhatu mataa isaatiin lafatti gombifamee kadhata. (Maatewos 26:39 ilaali). Muslimoonni akkasuma akka Qur’aana 22:77, Qur'aana aayata 3:43 keessatti barsiifameetti ni godhu.
7. Yesus Kiristos afaan Aramaayik dubbataa ture, Waaqayyoon afaan saniin “Elah” jedhee waame, kunis jecha “Allaah” jechuun wal fakkaata. Afaan Aramaayik afaan durii, afaan Macaafa Qulqulluti. Afaanota Seem keessaa tokko yoo ta’u, afaan Ibrootaa, Arabaa, Itophiyaa fi afaan Asoor fi Baabiloon durii kan Akkaadiyaani
https://t.me/Gingilchaadhugaa