๐Guddinaa fii Ajaaiba Qur'aanaa irraa๐
Qur'aana keessatti Jechi "ุซููููููุง" jedhu Yeroo lama qofa Dhufe Suniis:-
1.Suuraa Al-insan Aayata (* 27 *).
ุฅูููู ูููฐูุคูููุงูุกู ููุญูุจููููู ูฑููุนูุงุฌูููุฉู ููููุฐูุฑูููู ููุฑูุงูุกูููู ู ููููู ูุง ุซููููููุง
๐บ๏ธDhugumatti, warri kun(Khaafirtootni) addunyaa ariifattuu jaalatu; GUYYAA ULFAATAA fuulduratti lakkisu (dagatu).
๐บ๏ธIddoo kanatti jecha "ุซููููููุง" jedhu Kana Hiika @Guyyaa_ulfaataa jedhu kenna kana jechuuniis Guyyaa qiyaamaa jechuudhaafi.
2.Suuraa Al-Muzzammil Aayata (* 5 *).
ุฅููููุง ุณูููููููู ุนููููููู ููููููุง ุซููููููุง
๐ท๏ธNuti sirratti buusuuf jirra(Deemna) JECHA ULFAATAA.
๐ท๏ธ Iddoo isa Kanatti immoo jechi "ุซููููููุง" jedhu hiika @Jecha_Ulfaataa jedhu kenna. Jecha ulfaataa jechuun isaa Qur'aana jechuu isaati.
โ ๏ธWaan Asirraa Fudhannuu:-
๐ Namni @GUYYAA_ULFAATAA cinqii fii
Yaaddoo isa keessaa irraa nagaya bahuu barbaadu @JECHA_ULFAATAA haa qabatuu.
๐นGuyyaa Qiyaamaa akka najaa baatuuf Qur'aana qabadhu.
*Hadiisni Rasuulaa
Keessa kee siyaalaa*
Forward gochuudhaan
Gargaari wallaalaa**
@HadithOfficial