Yesuus:- ''abbaan koo ana caala'' jedhee barsiisaa ture.
Yohaannis:- 14:28
"እኔ እሄዳለሁ ወደ እናንተም እመጣለሁ እንዳልኋችሁ ሰማችሁ። የምትወዱኝስ ብትሆኑ ከእኔ አብ #ይበልጣልና ወደ አብ በመሄዴ ደስ ባላችሁ ነበር።
('Amma nan adeema deebi'ees isin bira nan dhufa' akkan isiniin jedhe dhageessaniittu; utuu na jaallattu taatanii, waanan gara abbaa dhaquuf in gammaddu turtan, #abbaan na #caala'o, )
Gaaffiin asitti nu qabnu;-
📌1. Yesuus Waaqni akka isa caalu barsiisaa ture. Kiristaanotni maaliif Yesuus fi Waaqni tokko jedhanii lallabu?
🖍2. Kun Yesuus fi Waaqni gargar akka ta'an hin ibsuu?
📌3. Ragaa tokko malee wal sossobuun maal fayyada?
🖍4. Sila Yesuus nama keessaa dhalatee, Waaqa waliin akkamitti madaalama?
📌5. Caalaa fi caalamaan akkamitti tokko ta'uu danda'u?
🖍6. Keyyata akka kanaa osoo arganuu maaliif jallisanii hiikanii namatti himu?
📌7. Pheenxonni yeroo "Yesuus qofa" ykn "only Jesus" jedhanu, Waaqa uumaa waan hundaa isa ta'e eessatti gatani?
🖍8. Waaqni harka keessaa hin qabuu?
📌9. Kiristaanotni yeroo Sillaasee jedhanii namatti lallabanu, ragaa maal qabataniiti? Macaafa qulqulluu biraatu jiraa? Yoo jiraate nuuf haa dhiyaatu.
https://t.me/+tnI1AyeVgXI1N2U8