Yesuus; Waaqa yoo ta'e, akkamitti ergamootaa gadi ta'uu danda'a?
Ibroota :- 2:7
(Yeroo gabaabaadhaaf ergamootaa gad isa goote, gonfoo guddinaa fi ulfinaa mataa isaa irra keesse;)
Ibroota :- 2:9
(Haa ta'u iyyuu malee, isa yeroo gabaabaadhaaf ergamootaa gad ta'ee, dhiphatee du'uu isaatiin, amma gonfoo guddinaa fi ulfinaa mataa isaa irra kaa'ate,)
Gaaffiin asitti nu qabnu:-
1. Akkamitti Yesuus ergamtoota gadi ta'e?
2. Waaqa ergamaa wajjin madaalchisuun eessaa bahe?
3. Yesuus Waaqa yoo ta'e, Waaqni ergamootaa gadi ta'e jechuudha?
4. Kun akkamitti ta'a?
5. Kiristaanotni fi pirootestanotni Keyyatoota akka kanaa argaa, maaliif Yesuus "Waaqa" jedhu?
6. Macaafa Qulqulluu jedhame kana hin dubbisanuu?
https://t.me/+tnI1AyeVgXI1N2U8