Oduu: Kaffaltii mindaa harkifachuun barsiisonni naannoolee haaraa hundaaeeffaman keessa jiran gadadoo keessa jiraachuu himan
Barsiisonni manneen barnootaa naannolee haaraa hundeeffamanii Kaaba Itoophiyaa, Giddugaleessa Itoophiyaafi Kibba Lixa Itoophiyaa keessatti barsiisan mindaan irraa kutamaafi jalaa barfachuun walqabatee jireenyasaaniifi qulqullina baruufi barsiisuurratti dhiibbaa uumuu himatu.
Taateen kuni xiinsammuu barsiisotaarratti dhiibbaa uumuufi barsiisonni hedduun hojii humnaa kaffaltii gadiaanaadhaan hojjachuuf saaxilamuu himu.