Waliin taanee kan ulfaate
Kophaa kophaa hin dandeenyu
Oduu addaan nu babbaasu
Gurra cufaa hin dhageenyu!!
Nuufbarsisi gooftaa...
t.me/MeelbaaCaalaaBultume
Kophaa kophaa hin dandeenyu
Oduu addaan nu babbaasu
Gurra cufaa hin dhageenyu!!
Nuufbarsisi gooftaa...
t.me/MeelbaaCaalaaBultume