ORO MAN UNITED ™


Kanal geosi va tili: Somali, Somalicha
Toifa: Sport


Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.
👉Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid
👉Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.
👉Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu
Group 👉 @Oro_man_uniteds_Group

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Somali, Somalicha
Toifa
Sport
Statistika
Postlar filtri


🚨 Koobii Maayinoon gaaffii kontiraata dheeressuu Maan Yunaayitid irraa dhihaatuf kuffisuun gara kilaba biraatti makamuuf akka karoorfate gabaafameera.

[Guardian Sport]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨| JUSTIN: Carraan Rasmus Hojluund gannaa dhufuu ergisaan maanchister yuunaayitiid gadi dhisuu guddadha.

[Muppetiers]

𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴➪ @ORO_man_uniteds    
𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴➪ @ORO_man_uniteds


#Itti_fufuun

''Dhiibbaan Maaykil Arteeta Arsenaal keessatti irra jiru dhiibbaa ani Yunaayitid keessatti narra jiruu wajjin wal hin fakkaatu."

"Lamaan keenyayyuu kilaboota adda addaa leenjifna... garuu akkaataa Arteetaan garee kana itti ijaare dinqisiifachuu dhiisuu hin danda'u. Leenjisaa namoota hedduudhaaf kaka'umsa ta'uu danda'uudha."

"Xiyyeeffannaan koo tapha Wiixataa taphattoota ani qabu waliin akkamitti akkan injifachuu danda'u qofa irratti."

"Bara dorgommii kana haala kamiinuu erga darbinee booda waan kamiifuu of qopheessina."

"Barri kun nutti ulfaateera, kilabichi seenaa isaa keessatti rakkoo hamaa keessa darbee jira..."

"Haa ta'u malee, hundi keenya gareen kun rakkoo keessa jiru keessaa akka bahu gargaaruuf as jirra, kunis tumsaa fi gargaarsa hunda keenyaatiin akka ta'u nan amana

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪
@Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ 
@Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Leenjisaan Ruuben Amorim tapha dilbata Arsenaal waliin taasisan dura ibsa gaazexeessitootaaf kennaniiru.

"dilbata mo'amuu hin qabnu. Gareen keenya tapha kaleessaa daqiiqaawwan 20 dhumaa irratti baayyee laafaa ture, garuu miira dadhabbii kana irraa dandamachuu qabna."

"Yoo kana gochuu dadhabne taphattoota filannoo lammaffaa waliin tapha kana injifachuuf yaaluun dirqama... Rakkoon keenya guddaan taphattoonni keenya ciccimoon miidhamuu isaaniiti."

"Amma namoonni maaliif taphattoota tapha irraa gara taphaatti akka jijjiirru waan hubatan fakkaata... Akka yaada kiyyaatti Liigiin Awurooppaa dorgommii Shaampiyoonsi Liigii caalaa baayyee cimaadha."

"Ulfaatina taphoota wal bira qabuu miti, garuu Kamisa taphatanii Dilbata taphachuun qormaata guddaadha."

"Dilbata injifachuu qabna. Bara kana erga darbinee booda waan kamiifuu qophaa'uudha!!"

"Taphataan kamiyyuu tapha dibataa irratti carraa taphachuu argachuu danda'a... Shaakala isaanii sirnaan yoo raawwatan hundi isaanii carraa taphachuu qabu."

''Chiidoo Obiin tapha dilbataa irratti carraa taphachuu ni qabaata."

"Taphattoonni lamaan bara kana deebi'uu hin dandeenye Liisaandiroo Maartineez fi Amad Diallo dha jedheen yaada, garuu ji'a dhumaa bara kanaa keessatti waa'ee Amad waanti haaraan jiraachuu danda'a."

''Homaa jechuu hin barbaadu, garuu Amad Diallo osoo bara dorgommii hin xumuramin carraa deebi'uu qabaachuu mala."

"Garuu Liisaandiroo Maartineez bara dorgommii kana guutummaatti ala ta'uu isaa dubbachuu nan danda'a."

"Haarii Maaguweeriin of eeggannoo gochuu qabna. Maanu'eel Ugaarteen tapha dilbataaf ni deebi'a jennee eegna.... Luuk Shaaw fi Meeson Maaunt illee yeroo dhiyootti gara dirree deebi'uu danda'u jedhameera."

"dilbata waan hunda ni argina sana booda waan hunda ni mirkaneessina... taphattoonni ni deebi'u, keessattuu Meeson Maaunt, inni bara dorgommii osoo hin xumuramin ni deebi'a."

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪
@Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ 
@Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


#PRESS_CONFRENCE


🚨Waggaa lama dura guyyaa akka har'aa garaagarummaa goolii 7tiin Liiverpuuliin injifatamne.🤦‍♂

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


📸 Koobii Maayinoo obboleewwan isaa waliin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Warri bara 2022 teessoo eeggattootaa irra turan, kanneen har'a jiranii wajjin yoo wal bira qabaman..."

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Fakundo Peelistarriin fuula IG isaa irratti:

"What a joy to see you brother" 🥹❤️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


"Biruunoo Feernaandees Pirimeer Liigiitti erga makamee as, liigoota gurguddoo Awurooppaa shanan keessatti carraawwan goolii uumuun isa qixxaatu hin jiru!"

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Maanchistar Yunaayitid Juwaan-Filiippee Maatettaa hordofaa kan jiran yoo ta'u, jijjirraa ganna kanaan isa mallatteessisuuf socho'uu danda'a. Sochii fi saffisa isaa ilaalun foormeshiniin 3-4-3 isaaf mijata akka tahetti ilaalama. Maatettaan Yunaayitid itti makamuuf banaadha.

[The Sun Football]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


"Murteessuu irratti hin hirmaanne!"

Leenjisaan olaanaa kilabii London Kaabaa, Arsenal, Miikel Arteetaan, dargaggeessi taphataa fuulduraa Chiidoo Obii kilabii isaanii akka gadi dhiisu murteeffamerratti hirmaannaa akka hin qabne ibsan.

"Murteessuu irratti hin hirmaanne. Taphatichi gadi lakkisuun murtee sirrii dha yoo jedhame, akka leenjisaatti wanti ati gochuu dandeessu hin jiru."

"Nu carraa hin arganne, sababiin isaas taphattoota garee akadeemii keenyaa eeggachuu barbaanna... Haa ta'uu malee yaadni kun Ayden Heeveen fi Chiidoo irratti milkaa'uu hin dandeenye."

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Ruben Amorim🗣️

"Tapha Arsenalif wanti murteessan fayaa qaama keenyaa eeggachuu dha, sana booda tapha deebii Real Sociedadif of qopheessuu qabna."

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


UNDERRATED ! 🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨 | JUST IN: Maanchister yuunaayitiid dargaggeessa gannaa 19 fi taphaataa saraara ittisaa feenarbahce Yuusuf Akcicek fudhachuuf fedhii guddaa qaba.

[Ekrem Konour]

𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴➪ @ORO_man_uniteds    
𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴➪ @ORO_man_uniteds


Pool Mersaan toftaa taphaa lenjisaa Ruben Amoorim irratti:

"Inni taphattota qabuun osoo hin taanee, ciminaa ofii isaatiin taphachaa jira."

𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴➪ @ORO_man_uniteds    
𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴➪ @ORO_man_uniteds


🚨 | NEW: Koobbi mayinoon cheelsiin mindaa kool paalmar caaluu yoo isaaf dhiyessaan malee gara cheelsii deemuu akkaa hin barbaadne himaamee jira.

[Caught Offside]

𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴➪ @ORO_man_uniteds    
𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴➪ @ORO_man_uniteds


🚨 | NEW: Maanchister yuunaayitiid ganna kana taphaataa saraara fuuldura kiristaal paalaas Jiyaan filiip Maateetaa fudhachuuf yaada jira.

🔸 Gatiin Viktoor Osimihen fi Viktoor gyokeras qaalii waan ta'eef, yuunaayitiid filannoo gatii rakasa barbaadaa.

[The Sun Football]

𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴➪ @ORO_man_uniteds    
𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴➪ @ORO_man_uniteds


✅️Alehaandiroo Gaarnaachoo bara dorgommii kana Maanchister Yunaayitidiif dorgommii hundaan:

⚽️Goolii 8
👟Assist 7

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🐐🤫

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Oro_man_uniteds

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.