Oromia Bank


Kanal geosi va tili: Somali, Somalicha


Oromia Bank is continually adopting modern approaches to optimize operations, add value and provide enhanced superior customer experiences.

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Somali, Somalicha
Statistika
Postlar filtri


Tilmaama Sharafa Alaa guyyaa irratti Boonasii Harka lama!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

በእለቱ የዉጭ ምንዛሪ ተመን ላይ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Saturday, January 11, 2025, in all Oromia Bank branches.

Kabajamtoota Maamiltoota keenya,

Karaa  wakkiilota daddabarsa maallaqaa  nu waliin hojjetaniin maallaqa biyya alaatii  firaa fi aantee keessan irraa isiniif ergame Baankii Oromiyaa irraa wayita fudhattanii qusattanii fi mallaqa biyya alaa harka keessan irra jiru dameelee Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan tilmaama Sharafa Biyya Alaa kan guyyaa irratti Boonasii dhibbeentaa lama (2%) tajaajila saffisa qabu waliin argattu.

ውድ ደንበኞቻችን!

ከእኛ ባንክ ጋር ከሚሰሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል ከወዳጅ ዘመድዎ ከውጭ ሀገር የተላከልዎትን ገንዘብ  ሲቀብሉ፣ ከባንካችን ተቀብለው ሲቆጥቡ እና በእጅዎ የሚገኙትን የውጭ ሀገራት ገንዘቦች በባንካችን ቅርንጫፎች ሲመነዝሩ በእለቱ የውጭ ምንዛሪ ተመን ላይ የሚሰላ የ2 በመቶ (2%) ጉርሻ ከፈጣን መስተንግዶ ጋር ያገኛሉ፡፡


Waa’ee tajaajila Baankii keenyaa fi gita hojii banaa Baankiin Oromiyaa baasu akkasumas odeeffannoo haaraa fi wayitawaa argachuuf fuula Miidiyaa hawaasaa armaan gadii hordofuun, maatii Baankii keenyaa ta’aa.

ባንካችን ስለሚሰጣቸው አገልግሎቶች እና ክፍት የስራ ማስታወቂያዎች እንዲሁም አዳዲስ እና ወቅታዊ መረጃዎችን ለማግኘት የሚከተሉትን የባንካችን የማህበራዊ ሚዲያ ገፆች ቤተሰብ ይሁኑ።

Follow our social media platforms linked below to get the latest and up-to-date information about our Bank's products and new vacancies.

1. Facebook: https://www.facebook.com/oibsc
2. Telegram: https://t.me/OromiabankOfficial
3. LinkedIn: https://lnkd.in/d8gFDsf6
4. Instagram: https://www.instagram.com/oromiaintbank/
5. X: https://twitter.com/OromiaBank
6. TikTok: https://www.tiktok.com/@oromiabankofficial?lang=en
7. YouTube: https://www.youtube.com/c/OromiaBank
8. Website: https://www.oromiabank.com/


Tilmaama Sharafa Alaa guyyaa irratti Boonasii Harka lama!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

በእለቱ የዉጭ ምንዛሪ ተመን ላይ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Friday, January 10, 2025, in all Oromia Bank branches.

Kabajamtoota Maamiltoota keenya,

Karaa  wakkiilota daddabarsa maallaqaa  nu waliin hojjetaniin maallaqa biyya alaatii  firaa fi aantee keessan irraa isiniif ergame Baankii Oromiyaa irraa wayita fudhattanii qusattanii fi mallaqa biyya alaa harka keessan irra jiru dameelee Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan tilmaama Sharafa Biyya Alaa kan guyyaa irratti Boonasii dhibbeentaa lama (2%) tajaajila saffisa qabu waliin argattu.

ውድ ደንበኞቻችን!

ከእኛ ባንክ ጋር ከሚሰሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል ከወዳጅ ዘመድዎ ከውጭ ሀገር የተላከልዎትን ገንዘብ  ሲቀብሉ፣ ከባንካችን ተቀብለው ሲቆጥቡ እና በእጅዎ የሚገኙትን የውጭ ሀገራት ገንዘቦች በባንካችን ቅርንጫፎች ሲመነዝሩ በእለቱ የውጭ ምንዛሪ ተመን ላይ የሚሰላ የ2 በመቶ (2%) ጉርሻ ከፈጣን መስተንግዶ ጋር ያገኛሉ፡፡


Ibsa Gaddaa

Boordiin Daayireekterootaa, Manajimantii fi Hojjettootni Baankii Oromiyaa, Hojjetaa Baankii  Keenyaa Damee Jahan Galaan Kan turan Obbo Fiqruu Tseggaa Dabal du’aan boqochuu isaanitti gadda itti dhagahame ibsaa, Maatii fi Firoottan isaaniitiif jajjabina hawwu.

የሀዘን መግለጫ

የኦሮሚያ ባንክ የዳይሬክተሮች ቦርድ፣ የማኔጅመንት አባላት እና ሰራተኞች፤ የባንካችን የጀሃን ገላን ቅርንጫፍ ባለደረባ የነበሩት አቶ ፍቅሩ ፀጋ ደበል ህልፈት የተሰማቸዉን ሀዘን እየገለፁ፤ ለቤተሰባቸዉ እና ለወዳጅ ዘመዶቻቸዉ መፅናናትን ይመኛሉ፡፡


በሙዳራባህ የቁጠባ ሂሳብ የተሻለ ትርፍ ይቋደሱ

ባንካችን ኦሮሚያ ባንክ ከወለድ ነፃ የባንክ አግልገሎት ላይ ለበርካታ ዓመታት ባካበተዉ ልምድ፤ የሸሪዓ መርሆችን እና እሴቶች ያከበሩ አማራጭ የፋይናንስ አገልግሎቶችን ለደንበኞቹ እያቀረበ ይገኛል፡፡

በዚህም ሙዳራባህ የተሰኘ ትርፍ አጋሪ የቁጠባ ሒሳብ ለአግልግሎት ዘግጁ አድርጓል፡፡ ደንበኛዉ በሚያቀርበዉ ካፒታል በመጠቀም ባንኩ የሸሪዓዉ መርህ በሚፈቅዳቸዉ የስራ ዘርፎች ብቻ ላይ በማዋል የሚገኘዉን ትርፍ መካፈል ነዉ፡፡

በዚህ የቁጠባ ሂሳብ ደንበኞች ያስቀመጡትን ገንዘብ በፈለጉበት ጊዜ  ሆነ ማዉጣትም ሆነ ማንቀሳቀስ ይችላሉ፡፡

በባንካችን የቀረቡ በርካታ የሙዳራባ የቁጠባ ሂሳብ አማራጮችን ለመጠቀም በአቅራቢያዎ የሚገኙትን የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፈፎች ያማክሩ!

ጁመዓ ሙባረክ!


Herreega Qusannaa Mudaarabaatiin Bu’aa Gaarii Qoodadhaa.

Baankiin Oromiyaa Tajaajila Baankii dhala irraa bilisaan muxxannoo jabaa waggoota hedduuf horateen, tajaajila Baankii seera shari’aa bu’ureffatan hedduu kennaa jira.

Kanaanis Herreega Qusannaa Mudaaraabaa Bu’aa qooddachuu irratti hundaa’e fayyadamtootaaf dhiyeessee jira.

Herreega Qusannaa gosaan adda ta’e kana, maamilli kaappitala wayita dhiyeessuu Baankiin immoo qabeenya kana hojiilee seera shari’aan eyyama irra oolachuun bu’aa argame kan itti qoodamu dha.

As irratti maamilli maallaqa dhiyeesse yeroo barbaadetti sochoosuu, baasuu, fi irratti galchuuf mirga guutuu qaba.

Filannoolee Herreega qusannoo Mudaaraabaa fayyadamuuf Dameelee Baankii Oromiyaa isinitti dhihoo jiru marisiisaa.

Juma'aa Mubarak!


Tilmaama Sharafa Alaa guyyaa irratti Boonasii Harka lama!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

በእለቱ የዉጭ ምንዛሪ ተመን ላይ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Thursday, January 09, 2025, in all Oromia Bank branches.

Kabajamtoota Maamiltoota keenya,

Karaa  wakkiilota daddabarsa maallaqaa  nu waliin hojjetaniin maallaqa biyya alaatii  firaa fi aantee keessan irraa isiniif ergame Baankii Oromiyaa irraa wayita fudhattanii qusattanii fi mallaqa biyya alaa harka keessan irra jiru dameelee Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan tilmaama Sharafa Biyya Alaa kan guyyaa irratti Boonasii dhibbeentaa lama (2%) tajaajila saffisa qabu waliin argattu.

ውድ ደንበኞቻችን!

ከእኛ ባንክ ጋር ከሚሰሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል ከወዳጅ ዘመድዎ ከውጭ ሀገር የተላከልዎትን ገንዘብ  ሲቀብሉ፣ ከባንካችን ተቀብለው ሲቆጥቡ እና በእጅዎ የሚገኙትን የውጭ ሀገራት ገንዘቦች በባንካችን ቅርንጫፎች ሲመነዝሩ በእለቱ የውጭ ምንዛሪ ተመን ላይ የሚሰላ የ2 በመቶ (2%) ጉርሻ ከፈጣን መስተንግዶ ጋር ያገኛሉ፡፡


Waa’ee Herrega Qusannaa Dubartootaa Siinqee? 

Ulee nagaa fi araaraa dubartoota Oromootiin kan moggaafame Herreegni Qusannaa Dubartootaa Siinqee, qusannaa shammarranii fi hawwanii jajjabeessuu fi fayyadamummaa dinagdee isaanii mirkaneessuuf kan qophaa’edha.

Herrega Qusannaa Dubartootaa Siinqee Qusannaa idilee irraa adda kan taasisu tilmaana dhala addaa qabaachuu isaati.

Herrega kana banachuuf umriin hin daangessu.

Odeeffannoo Dabalataaf:
Damee Baankii Oromiyaa isinitti dhihoo jiru Mariisisaa

ስለ ሲንቄ የሴቶች የቁጠባ ሂሳብ ይህን ያውቁ ኖሯል?

በኦሮሞ ሴቶች የእርቅና የሰላም ተምሳሌት እንዲሁም የፍትህ እና የእኩልነት በትር በሆነው ”ሲንቄ” የተሰየመው የሴቶች የቁጠባ ሂሳብ፤ የሴቶችን የቁጠባ ባህልን ለማበረታት እና ኢኮኖሚያዊ ተጠቃሚነታቸዉን ለማገዝ የተዘጋጀ ነዉ፡፡

ሲንቄ የሴቶች የቁጠባ ሂሳብ፤ ከመደበኛ ቁጠባ ሂሳብ የሚለየው ልዩ የወለድ ተመን ያለው መሆኑ ነው።

ይህን የቁጠባ ሂሳብ ለመክፈት የዕድሜ ገደብ የለውም።

ለበለጠ መረጃ:
በአቅራቢያዎ የሚገኙትን የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች ያማክሩ


Tilmaama Sharafa Alaa guyyaa irratti Boonasii Harka lama!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

በእለቱ የዉጭ ምንዛሪ ተመን ላይ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Wednesday, January 08, 2025, in all Oromia Bank branches.

Kabajamtoota Maamiltoota keenya,

Karaa  wakkiilota daddabarsa maallaqaa  nu waliin hojjetaniin maallaqa biyya alaatii  firaa fi aantee keessan irraa isiniif ergame Baankii Oromiyaa irraa wayita fudhattanii qusattanii fi mallaqa biyya alaa harka keessan irra jiru dameelee Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan tilmaama Sharafa Biyya Alaa kan guyyaa irratti Boonasii dhibbeentaa lama (2%) tajaajila saffisa qabu waliin argattu.

ውድ ደንበኞቻችን!

ከእኛ ባንክ ጋር ከሚሰሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል ከወዳጅ ዘመድዎ ከውጭ ሀገር የተላከልዎትን ገንዘብ  ሲቀብሉ፣ ከባንካችን ተቀብለው ሲቆጥቡ እና በእጅዎ የሚገኙትን የውጭ ሀገራት ገንዘቦች በባንካችን ቅርንጫፎች ሲመነዝሩ በእለቱ የውጭ ምንዛሪ ተመን ላይ የሚሰላ የ2 በመቶ (2%) ጉርሻ ከፈጣን መስተንግዶ ጋር ያገኛሉ፡፡


Hordoftonni Amantaa Kiristaanaa hundi baga ayyaana Qilleetin nagaan isin gahe!

Ayyaanni kun kan Nagaa, Jaalalaa  fi Eebbaa isiniif haa ta’u!

Baankii Oromiyaa
Baankii Ummataa!

ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች እንኳን ለብርሃነ-ልደቱ በሰላም አደረሳችሁ!

በዓሉ የሰላም፣ የፍቅር እና የበረከት ይሁንልዎ!

ኦሮሚያ ባንክ
የህዝብ ባንክ!






Ibsa Gaddaa

Boordiin Daayireekterootaa, Manajimantii fi Hojjettootni Baankii Oromiyaa du’aan boqochuu Ogeessa Dinagdeefi Siyaasaa beekamaa Obbo Bulchaa Dammaksaatti gadda itti dhagahame ibsaa Maatii fi Firoottan isaaniitiif jajjabina hawwu.


የሀዘን መግለጫ

የኦሮሚያ ባንክ የዳይሬክተሮች ቦርድ፣ የማኔጅመንት አባላት እና ሰራተኞች፤ በአንጋፋው ፓለቲከኛ እና የምጣኔ ሀብት ባለሙያ አቶ ቡልቻ ደመክሳ ህልፈተ-ሕይወት፤ የተሰማቸዉን ሀዘን እየገለፁ ለስራ ባልደረቦቻቸው፣ ለቤተሰባቸዉ እና ለወዳጅ ዘመዶቻቸዉ መፅናናትን ይመኛሉ፡፡


Tilmaama Sharafa Alaa guyyaa irratti Boonasii Harka lama!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

በእለቱ የዉጭ ምንዛሪ ተመን ላይ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Saturday, January 04, 2025, in all Oromia Bank branches.

Kabajamtoota Maamiltoota keenya,

Karaa  wakkiilota daddabarsa maallaqaa  nu waliin hojjetaniin maallaqa biyya alaatii  firaa fi aantee keessan irraa isiniif ergame Baankii Oromiyaa irraa wayita fudhattanii qusattanii fi mallaqa biyya alaa harka keessan irra jiru dameelee Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan tilmaama Sharafa Biyya Alaa kan guyyaa irratti Boonasii dhibbeentaa lama (2%) tajaajila saffisa qabu waliin argattu.

ውድ ደንበኞቻችን!

ከእኛ ባንክ ጋር ከሚሰሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል ከወዳጅ ዘመድዎ ከውጭ ሀገር የተላከልዎትን ገንዘብ  ሲቀብሉ፣ ከባንካችን ተቀብለው ሲቆጥቡ እና በእጅዎ የሚገኙትን የውጭ ሀገራት ገንዘቦች በባንካችን ቅርንጫፎች ሲመነዝሩ በእለቱ የውጭ ምንዛሪ ተመን ላይ የሚሰላ የ2 በመቶ (2%) ጉርሻ ከፈጣን መስተንግዶ ጋር ያገኛሉ፡፡


Baga Jala Bultii Ayyaana Qilleetin isin Gahe!

Ayyaana sababeeffachuun Karaa  wakkiilota daddabarsa maallaqaa  nu waliin hojjetaniin maallaqa biyya alaatii  firaa fi aantee keessan irraa isiniif ergame Baankii Oromiyaa irraa wayita fudhattanii qusattanii fi mallaqa biyya alaa harka keessan irra jiru dameelee Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan tilmaama Sharafa Biyya Alaa kan guyyaa irratti Boonasii dhibbeentaa lama (2%) tajaajila saffisa qabu waliin argattu.

Ayyaana Gaarii!



እንኳን ለብርሃነ-ልደቱ ዋዜማ በሰላም አደረሳችሁ!

በዓሉን ምክኒያት በማድረግ ከእኛ ባንክ ጋር ከሚሰሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል ከወዳጅ ዘመድዎ ከውጭ ሀገር የተላከልዎትን ገንዘብ  ሲቀብሉ፣ ከባንካችን ተቀብለው ሲቆጥቡ እና በእጅዎ የሚገኙትን የውጭ ሀገራት ገንዘቦች በባንካችን ቅርንጫፎች ሲመነዝሩ በእለቱ የውጭ ምንዛሪ ተመን ላይ የሚሰላ የ2 በመቶ (2%) ጉርሻ ከፈጣን መስተንግዶ ጋር ያገኛሉ፡፡

መልካም በዓል!


Tilmaama Sharafa Alaa guyyaa irratti Boonasii Harka lama!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

በእለቱ የዉጭ ምንዛሪ ተመን ላይ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Saturday, January 04, 2025, in all Oromia Bank branches.

Kabajamtoota Maamiltoota keenya,

Karaa  wakkiilota daddabarsa maallaqaa  nu waliin hojjetaniin maallaqa biyya alaatii  firaa fi aantee keessan irraa isiniif ergame Baankii Oromiyaa irraa wayita fudhattanii qusattanii fi mallaqa biyya alaa harka keessan irra jiru dameelee Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan tilmaama Sharafa Biyya Alaa kan guyyaa irratti Boonasii dhibbeentaa lama (2%) tajaajila saffisa qabu waliin argattu.

ውድ ደንበኞቻችን!

ከእኛ ባንክ ጋር ከሚሰሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል ከወዳጅ ዘመድዎ ከውጭ ሀገር የተላከልዎትን ገንዘብ  ሲቀብሉ፣ ከባንካችን ተቀብለው ሲቆጥቡ እና በእጅዎ የሚገኙትን የውጭ ሀገራት ገንዘቦች በባንካችን ቅርንጫፎች ሲመነዝሩ በእለቱ የውጭ ምንዛሪ ተመን ላይ የሚሰላ የ2 በመቶ (2%) ጉርሻ ከፈጣን መስተንግዶ ጋር ያገኛሉ፡፡


Bittaa fi gurgurtaa waqtii ayyaanaaf abbaa filannoo hedduu OrooDigital fayyadamaa!

Tajaajilli Baankiin Dijitaalaa OrooDigitaal , fayyadamuuf salphaa, ammayaa'aafi nageeeyi isaa kan eegame dha.



ለበዓላት ወቅት ግብይትዎ ባለ ብዙ አማራጭ የሆነውን  ኦሮዲጂታል ይጠቀሙ!

ኦሮዲጂታል ለአጠቃቀም ቀላል፣ ዘመናዊ, ምቹ እና አስተማማኝ የዲጂታል ባንኪንግ አገልግሎት ነው።

Download the App now!
Play-Store
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking

Apple-Store
https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355


Tilmaama Sharafa Alaa guyyaa irratti Boonasii Harka lama!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

በእለቱ የዉጭ ምንዛሪ ተመን ላይ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Friday, January 03, 2025, in all Oromia Bank branches.

Kabajamtoota Maamiltoota keenya,

Karaa  wakkiilota daddabarsa maallaqaa  nu waliin hojjetaniin maallaqa biyya alaatii  firaa fi aantee keessan irraa isiniif ergame Baankii Oromiyaa irraa wayita fudhattanii qusattanii fi mallaqa biyya alaa harka keessan irra jiru dameelee Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan tilmaama Sharafa Biyya Alaa kan guyyaa irratti Boonasii dhibbeentaa lama (2%) tajaajila saffisa qabu waliin argattu.

ውድ ደንበኞቻችን!

ከእኛ ባንክ ጋር ከሚሰሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል ከወዳጅ ዘመድዎ ከውጭ ሀገር የተላከልዎትን ገንዘብ  ሲቀብሉ፣ ከባንካችን ተቀብለው ሲቆጥቡ እና በእጅዎ የሚገኙትን የውጭ ሀገራት ገንዘቦች በባንካችን ቅርንጫፎች ሲመነዝሩ በእለቱ የውጭ ምንዛሪ ተመን ላይ የሚሰላ የ2 በመቶ (2%) ጉርሻ ከፈጣን መስተንግዶ ጋር ያገኛሉ፡፡


𝐉𝐮𝐦𝐦𝐚 𝐌𝐮𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤  𝐟𝐫𝐨𝐦 #𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐚_𝐁𝐚𝐧𝐤

𝐓𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚 𝐈𝐣𝐨𝐨 𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐰𝐚𝐥 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐚

 
1. Tajaajila Yaboo (Adaraa)tiin maallalqa Baankii kaawwachuu.  
✓ Waadi’aa: Herrega qusannaa dabtaraan socho’u
✓ Amaanaa: Herrega Cheekiidhaan socho’u
✓ Mudaarabaa: Herrega bifa investimentiin kaayamu
 
2. Tajaajila Faayinaansii
✓ Tajaajila Faayinaansii Muraabahaa
✓ Tajaajila Faayinaansii Salaam
✓ Tajaajila Faayinaansii (Preshipment)
 

𝗠𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗛𝗼𝗷𝗷𝗲𝗻𝗻𝗮!

 
ኦሮሚያ ባንክ ዋና ዋና ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎቶች ጋር ይተዋወቁ

1. በአደራ ገንዘብ የማስቀመጥ አገልግሎት
✓ ዋዲአ፡- ዋዲአ የቁጠባ ሂሳብ
✓ አማና፡- በቼክ የምንቀሳቀስ ሂሳብ
✓ ሙዳረባህ፡- በኢንቨስትመንት መልክ የሚቀመጥ ሂሳብ
2. የፋይናንስ አገልግሎቶች
✓ ሙራባሃ ፋይናንሲንግ አገልግሎት
✓ ሰላም ፋይናንሲንግ አገልግሎት
✓ የፋይናንስ አገልግሎት (Preshipment)

  ለስኬትዎ እንተጋለን!


Tilmaama Sharafa Alaa guyyaa irratti Boonasii Harka lama!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

በእለቱ የዉጭ ምንዛሪ ተመን ላይ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Thursday, January 02, 2025, in all Oromia Bank branches.

Kabajamtoota Maamiltoota keenya,

Karaa  wakkiilota daddabarsa maallaqaa  nu waliin hojjetaniin maallaqa biyya alaatii  firaa fi aantee keessan irraa isiniif ergame Baankii Oromiyaa irraa wayita fudhattanii qusattanii fi mallaqa biyya alaa harka keessan irra jiru dameelee Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan tilmaama Sharafa Biyya Alaa kan guyyaa irratti Boonasii dhibbeentaa lama (2%) tajaajila saffisa qabu waliin argattu.

ውድ ደንበኞቻችን!

ከእኛ ባንክ ጋር ከሚሰሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል ከወዳጅ ዘመድዎ ከውጭ ሀገር የተላከልዎትን ገንዘብ  ሲቀብሉ፣ ከባንካችን ተቀብለው ሲቆጥቡ እና በእጅዎ የሚገኙትን የውጭ ሀገራት ገንዘቦች በባንካችን ቅርንጫፎች ሲመነዝሩ በእለቱ የውጭ ምንዛሪ ተመን ላይ የሚሰላ የ2 በመቶ (2%) ጉርሻ ከፈጣን መስተንግዶ ጋር ያገኛሉ፡፡

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.