#Beeksisa waamicha
#Yuunivarsiitii Arbaa Minci
Barattoota bara barnootaa 2017 Yunivarsiitii Arbaa Mincciitti ramadamanii fi bara barnootaa 2016 Yuunivarsiitii Arbaa Mincii keessatti sagantaa fooyya'iinsa darbaniif, guyyaan seensaa Sadaasa 7 fi 8/2017 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera. Galmeen sadaasa 9fi10/ 2017 ni gaggeeffamaa. barnoonni Sadaasa 11/ 2017 akka eegalu ibsameera.
Haaluma kanaan barattoonni Saayinsii Uumamaa(Natural science ) mooraa guddicha(main campus )Yuunivarsiitii Arbaa Minci, akkasumas barattonni saayinsii Hawaasa (social science) kan qubeen maqaa jalqabaa isaanii A irraa hanga Q, kaampaasi Caamoo(Chamo campus )magaala Arbaa Mincciitti argamuufi barattoonni Saayinsii hawasaa qubeen maqaa kan jalqabaa R irraa hanga Z jirtan kaampaasi Sawulaa (sawula Campus ) kan godina Goofaa magaala sawulaatti argamutti qaaman argamtanii galmee akka taasiftan yuunvarsiitichi beeksiseera.
@Oromian_Students