Daandii Milkii(Jennataa) dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
"Osoon Islaamummaa hin fudhatin NABIYYII Muhammadii fi Muslimoota arrabsaan ture. Garuu Amma dhugaa argadheen Jira. Nabi Muhammadii fi Muslimoonni akka dhiifama naaf godhan kadha." Jetti obboleettiin koo Qaalkidaan wadasan. Eeyyeen amantii Islaamaa fudhachuu dhabuuf sabaan jiru tokko qofa. Innis karaa sirrii ta'een waa'ee isaa beekuu dhabuufha.
Viidiyoo fi barnoota dabalataa argachuuf chaanaalii keenya armaan gadii Join gochuun nu hordofaa!
@Saahibuddiin28
Viidiyoo fi barnoota dabalataa argachuuf chaanaalii keenya armaan gadii Join gochuun nu hordofaa!
@Saahibuddiin28