" gurbaa tokko kan haati isaa osoo irraa dallantee jirtuu duutee..haati isaa duraa duute osoo inni boruun araarfadha ja"u..sheenaan qalbii isaa kessatti hafte isiin du"udhaan sheenaan San isa hin lakkiftu hanga inniniis du"utti..!!
*jaarsa ,jaartii isaa irraa dallanee mana bahe..jaartiin isaa yeroo inni manatti deebi"en araarfadha jattee ka eeydu ka bahee hin deebi"in..sheenaan jaartitti hafte..!!
*jaarsa ,jaartii isaa dallansiise osoo hin araarsin mana kessatti dhiisee biraa deeme..
Oggaa deebi"e niin araarfadha ja"u isii kafanaan maramte jirtu arke...sheenaan isarraa hin baatu..!!
*mucaa haadha fi abbaa isaatti mataa jabaatee..haadha fi abbaan isaa isarraa dallananii osoo jiranii lakkise biraa deeme..kan lubbuu isaa kessatti oggaan deebi"en gammachiisa ja"e..manatti hin deebine silkii isarratti dawwalamte rabbiin obsa siif haa kennu ja"aniin malerratti..!!
GORSA...
Naafi..siif ..cufa nama qalbii qalbii qabuutiif..
Dallantee..nama San araarsu boruuf hin tursiisin silaa araarse jatteeti sheenooyta..!!!
هدانا الله وإياكم اللهم أمين..!!
@alfannn