# intalti takka manaaman gurbaa fira isii, isaa jawween ciniinte isa ajjeefte arkite...
Oggaa ganamsiifatte gama mana gurbaa sanii deemteeti waan manaaman arkite San itti himte...
Gurbaan hoolaa lama gurgudaa akka rabbiif jacha qalu qodhaa seenee....
rabbiin akka manaama kanarra nagaya isa baasuf jacha.......
Halkan guyyaa sanii hoola lama gurguddaa qaleeti Fira saati fi ollaa saa hunda walitti qabe nyaachise....
Miila tokko malee Foon hafees nama hundaaf hire ..
Abbaan manaa nyaata manaati fi foon saniis afaanin hin xuuyne sababaa yaanni isatti jiruu fi rakkoo jireenya isaa cinqitu tanaaf....
Gurbaan miila hafe sanirra foon xiqqo takka murate yeroo afaan kaayachu deemu dullatti ollaa saa ta sababaa isii dhukkubuuf dhufte nyaata kana hin nyaatin yaadate..deemeti harka isaatin miila foonii ka hafe San kanneef...
Dullattin gammaddeti foon San nyaatte lafee hafte firraa darbite...
Halkan kessa jawween shurufka foon sanii dhageeyseeti dhuftee..lafee sanirratti foon hafe osoo nyaattu lafeen San laagaa isii kessa seentee jawween lafee San firraa baasu dadhabde...
Jawween mataa isii lafarraa fudhatte if duuba shorraqutti seente gara mana gurbaa sanitti......
Ganama joolleen sossihinsa tokko mana saanii cinatti dhagahani abbaa isaanitti himan....
Abaan isaanii yeroo dubbii dhugoomsuudhaaf gad bahu jawwee lafarra sossotu arke...
Rabbiin nagaya isa baasuudhaaf Galata galcheeti jawwee San ajjeese...
Namni seena tana zamana dheeraadhaf odeeyse...oduun tun biyya hedduu kessa facahe.
Jecha imaama kana jachutti seenan....
((كثرة اللقم تطرد النقم))
Sadaqaa hedduu kannachuun balaa sirraa dhorkiti..!!
@alfannn