السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Kabajamtoota Hordoftoota Garee Kanaa!
Ani Maqaan Koo Awwal Qaasim Jedhama, Barataa Thiology (Shari'aa) Islaamaati, Yoo Rabbiin Keenya Fedhe Karaa Channel Kanaatiin Barnoota Gaarii Akka Waliif Qoodnu Abdii Qaba.
Wanti Guddaan Nuti Irratti Xiyyeeffannu.
1. Tokkichummaa Uumaa Keenyaati.
2. Bareedina Islaamummaati.
3. Dhugummaa Islaamummaati.
4. Nabiyyummaa Nabiyyii Muhammad صلى الله عليه وسلم.
Kana Irratti Dabalataan Waa'ee Amantiilee Biroos Fedha Rabbiitiin Keessa Deemnee Wal Barsiifna.
Inni Nu Haa Gargaaru!
Channel Ustaaz Awwol Kaasim Deemaatii Join Godhaa Hordofaa Karaa Tiktokiitiin Nama Barnoota Comparative Barsiisuudhaan Guyyaa Gyyyaadhaan Nama Gara Islaamumnaatti Fiduun Beekamuudhaa.
Namoonni Tiktokii Fayyadamtan Namni Wollaalu Jira Jedhee Hin Yaaduu.
Channel Link 👇👇👇👇
https://t.me/Awel_Kasim_Channel