ChatGPT ilaalchisee hubannoo akkamii qabdu?
So‘rovnoma
- A. Hubannaa Gahaa Akkasuma Hojii Garagaraafis Yeroo Baayyee Dhimma Ittiin Baha.
- B. Hubannaa Xiqqoo, Odeeffannoo Muraasa Dhagaha, Garuu Waan Muraasaaf Ni Fayyadama Akka Yaaliitti.
- C. Hubannaa Hin qabu, Yeroo Tokko Tokko Oduu Isaa Nin Dhagaha Garuu Dhimma Ittiin Bahee Hin Beeku.
- D. Tasuma Hubbaannoos Tahe Odeeffannoo Isaa Hin Qabu, Garuu Maqaan Isaa Naaf Haaraa Miti.
- E. Kana Hundaa Bira Darbee Fuuldurrii Isaa Na Yaaddeessa, Ilmaa Namaaf Yaaddoo Ta'a Jedheen Shakka.