👑 Kiiliyaan Mbaappee 🗣
«"Morkattoonni keenya dirree irratti uffata sirnaa uffanneerra jechuun yaaduu danda'u. Garuu yeroo barbaachisaa ta'etti nutis tapha cimaa fi wal'aansoo guddaa qabu taphachuu ni dandeenya. Garee qofa weeraraan beekamu miti; haala taphaa kamiyyuu ofitti madaqsinee taphachuu akka dandeenyu agarsiifnee jirra."»
«"Yoo isaan amala gaarii dhabanii jechootaan nu irratti duulan, nutis akkuma isaanii deebii kennuu irraa hin duubatti jedhu. Yoo kubbaa miilaa sirriitti taphachuu hin barbaadne ta'e, nutis mala isaanii sanaan illee caalaatti taphachuu akka dandeenyu mirkaneessinee jirra."»
Youtube 👇👇
📹
https://youtube.com/@kiyyaatech𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️
@Dirree_sport𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️
@Dirree_sport👍 ⭐️ ㅤ ➡️ 🔕 💬
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ