Elias K. Law Room


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


A channel mainly created to make access of laws and law notes to lawyers freely.

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


መንግሥት_ሠራተኞች_ጡረታ_ለመደንገግ_የወጣ_አዋጅ_English.docx
69.0Kb
Public Servants’ Pension Proclamation No. ---/2021. This is the final draft which is approved by HPR recently..


የግል_ድርጅት_ሠራተኞች_ጡረታ_አዋጅ_መግለጫ.docx
48.7Kb
የግል ድርጅት ሠራተኞች ጡረታን ለመደንገግ በቀረበ ረቂቅ አዋጅ ላይ የተዘጋጀ አጭር መግለጫ




New Commercial code vs the old one.pdf
161.8Kb
Garaagarummaa Seera Daldaalaa isa durii fi haaraa bifa gabaabaa taheen!!(credit to kadiir Mahammad)


Adabbiin Labsii Manneen Murtii Naannoo Oromiyaa, Lak. 216/2011 kwt 48(2) jalatti fudhatamu battalatti(summarly) moo adeemsa idileetiin fudhatama?(Eliyaas Kaasaatiin)
Barreeffamni gabaaban kun Labsii Manneen Murtii Naannoo Oromiyaa, Lak. 216/2011 kwt 48 jalatti namni ykn qaamni kamuu ajaja Mana Murtii hin raawwanne, akka hin raawwatamne gufuu ta’e, yookiin hojii abbaa seerummaa sirnaan akka hin gaggeeffamne gufuu ta’e yookiin deeggarsa barbaachisu gaafatamee deeggarsa kennuu dide yoo ta’e manni murtichaa adabbii keewwaticha jalatti kaa’ame fudhachuu akka danda’u kaa’eera. Kanaafuu adabbiin keewwaticha jalatti kaa’ame kan fudhatamuu qabu battalatti(summarrly) ta’uu qaba moo? Himannaan idilee Abbaa Alangaatiin irratti dhiyaachuu qaba? kan jedhu ilaaluu qofa.
Bu’uruma kanaan manneen murtii Ajaja kennan kabachiisuuf dirqama qabu. Manneen murtii ajaja kennan bilisummaa guutuun raawwachiisuun isaanii amantaa uummataa horachuu keessatti gahee ol’aanaa qaba. Kaayyoon keewwata kanaa sirna haqaa, keessattuu hojii A/seerummaa deeggaruu fi kabachiisuudhaafi . Gochoota kanneen yeroo ilaallu haala seeraan ala ta’een bilisummaa Mana Murtii ykn abbaa seeraa tuquudhaaf ykn xiqqeessuudhaaf, akkasumas adeemsa sirna haqaa gufachiisuuf gochoota raawwatamaniidha. Dhimmootni kunniin Jeeqa Al-kallattii(Indirect contempt) fakkaatu. Kanaafuu manneen murtii ajaja kennan ykn murtii kennan yeruma sanitti(inistantly) kabachiisuu hin dandeenye taanaan tajaajila barbaadame sirnaan kennuu hin danda’an. Gama kanaan tarkaanfiin battalatti fudhtamu ofeeggannoodhaan yoo ta’e malee heericha kwt 17(2) jalatti namni kamuu himannaan osoo irratti hin dhiyaatin hin hidhamu kan jedhu waliin kan deemu miti. Namni himatame mirgoota “due process” jedhaman ni qaba; himata irratti dhiyaate beekuu, fi ragaa irratti dhiyaate gaaffii gaafachuun qorachuu; Gocha keewwata kana jalatti kaa’ameef tarkaanfiin yeroo fudhatamu garuu namni ajajicha ykn murticha akka hin raawwatamne taasise waan itti himatame beeksisuun ragaa yoo qabaate dhagayuun dansaa dha. Haa ta’u malee manneen murtii tarkaanfii gama kanaan jiru battalatti yeroo fudhatan uulaagalee kanneen akka Strict criteria; clear, serious, present, and imminent danger test” fi “reasonable bad tendency” kanneen jedhaman osoo ilaalanii gaariidha. Akka waliigalaatti tarkaanfiin adabbii keewwata kana jalatti fudhatamu tarkaanfii battalatti(summarly) kan fudhatamu ta’ee qaamni ykn namni tarkaanfiin irratti fudhatamu garuu sababa yoo qabaate sababa isaa dhagahuu yoo barbaachisa ta’e ragaa qabu fudhachuun(adeemsa idilee bifa fakkaatuun osoo hin ta’iin) ulaagaalee gubbaatti tuqaman faana ilaaluun adabbii hojii abbaa seerummaa kabachiisuu danda’u fudhachuu qabaatu. Galatoomaa


👇👇👇👇👇👇👇👇👇






Qajeelfama Durgoo.pdf
1.7Mb
Qajeelfama Durgoo Oolmaa Abbootii Alangaa Fi Ogeessota Biroo Muudamtoota Gumiin ta'aniis Murteessuuf Bahe Lakk.14/2013


Draft_proclamation_to_Provide_for_Federal_Rules_of_Private_International.docx
37.1Kb
Draft proclamation to Provide for Federal Rules of Private International Law


Six Continents Hoteles Inc. Vs Crown HOF interpretation .pdf
4.2Mb
House of Federation (HOF) Constitutional Interpretation decision on trade name



















20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

2 185

obunachilar
Kanal statistikasi