Finfinnee


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan



Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


siidaa minilik eddoodhaa buqqifamee kan Taddee birruu achitti dhaabamuu qaba santu seera. @finfinnee


#gaafii
Eddoon argitan kun maqaan isaa maal jedhama ykn eessa?
@ilmaabbaagadaa


#Finfinnee
Bulchinsii magaala Finfinnee waraqaa eenyuummaa kan Saba ofii irraa hin qabnee, karaa digital ta'een keennuf haal duree xumuree jira. Haanga danda'amaa ta'een Oromoota naannoo fi keessa magaala Finfinnee jiraattan itti yaadaa.
©Toleeraa Caalaa
@finfinnee


dhiheenyati oduuwwaan biiroo bulchaa magaalaa finfinnee injinar taakkala uumaa irraa qabannee dhihaachuuf qophii waan xumurreef channel Kenna nuu berksisaa!
#share
@finfinnee
@finfinnee
@finfinnee
@finfinnee


#Xiyyeeffadhu
Maqaan Ganamaa Kutaalee Magaalaa Finfinnee fi Oromiyaa Biroo 130 Meeqa Keenyaatu Beeka Laata?
===============

1. FINFINNEE - Addis Ababa
2. AGAMSA - Markaatoo
3. BADDAA EJERSAA - Ras Kaasaa Sefer
4. BAAROO KORMAA - Xuqur Anbassaa
5. BIRBIRSA GOOROO - Piassa
6.Caffee Araaraa -sidist kiiloo
7. CAFFEE aannanii - Meksiikoo
8. CALCALLI - Saar-bet
9. DAALATTII - 4-kiiloo
10. DILDILA ADURREE - Inxooxxoo
11. GARBII - Senga-taraa
12. GOLBOO - Ceerqoos
13. GULALLEE BADHAASOO - Qeeraa
14. HURUFA BOOMBII - Jaan-Meedaa
15. QARSAA - Kaasaanchis
16. ADOOLAA - Kibre-Mengist
17. BULEE HORAA - Hagere Maariyaam
18. EJEREE - Addisaalem
19. ROOBAA - Nifaas Silk
20. ADAAMAA - Naaziret
21. CIROO - Asebe Teferi
22.BISHOOFTUU - Debre zeeyit
23.BOTEE-Maqii
24.BAATUU-Ziwaay
25.Amboo-Hagerehiwoot
26.Sabbataa-Alamganaa
27.Hoolotaa-Gannat
28.Walisoo-Gihoon
29.Tulluu eegduu-Menagesha
30.Haroo sabbuu-Alem teferi
31.Roobee-Goobbaa
32.Lammii-Lamii
33.Birbirsa-Georgis Church
34.Dhekkaa-Yeka
35.Dhooqa booraa-22 mazoria
36.Doobbii-Qacanee
37.Laga harree-Laga haar
39.Dabbassoo-mashalookiyaa
40.Haroomaayyaa-Alemaya
41.Bakkanniisaa-Mekanisa
42.Bookee-Bethel
43.Qarree Gowwaa-Gohatsion
44.Haxaaii-Axaayyee
45.Abbaa Guuguu-Aarbaa guuguu
46.Dirree Dhoaa-Dire dawa
47.Karaa Maraa-Kaarra Maarraa
48.Saa Gurree-Saaguree
49.Naqaadallaa-Maqdela
50.Melka jaldu-Melka Jebdu
51.Naqqamtee-Lekemte
52.Karaa Qoree-Karaa Qorree
53.Illuu Abbaa Booraa-illuubaaboor
54.Oboraa-Waabaraa
55.Dhedheertuu-Dertu
56.Yaaa baloo-Yabello
57.Qolan Koomii-Welenkomi
58.Hara Dambal-Zway
59.Cuqqaalaa-Ziqualla
60.Mataaharaa-Metehara
61.Arsii-Aruusii
62.Bishaan Diimaa-Bisdiimoo
64.Qoqaa-Koqa
65.Mandayyoo-Fasil Awuraja
66.Bishaan Dhinsaa-Yilman Dinsa
67.Haqaaqi-Akaki
68.Irreensaa-Gudeellaa
69.Shaamboo-Shaambuu
70.Ilaalibalaa-Lalibela
71.Fincaaaa-Finca
72.Abboomsaa-Tinsae birihan
73.Hora-Filwuha
74.Hawaas-Awash
75.Qaalluu-Kality
76.Laga Qamalee-H/Giorgis Dildiy
77.Wal-arga-Wellega
78.Tulluu Daalattii-Tiliku Betemengist
79.Addababaii-Adebabay
80.Qilee-Asko
81.Suluula Garbii- T/Haimanot 82.Awwaaroo-Aware
83.Adaamii-Rufael
84.Sheik Hojole/Didiimtuu-Shegole
85.Waddeessa-Chercher Godana
86.Tulluu Ejersaa-Hanna Mariam
87.Lumee-St.Joseph
88.Labuu-Siga meda/Tatek
89.Laaftoo Tumtuu-Buna Board
90.Tulluu Dheertuu-Gofa Betemengist
91.Tulluu Heexoo-Buufata Poolisii Jahaffaa
92.Laalii-Intoto Mariam
93.Burqaa Ejersaa-Faransay Imbassy
94.Caffee Muudaa-Lideta
95.Dhakaa Araaraa-sherathon & Hilton area
96.Dolloo Buddeenaa-Gotera,Wello sefer &
97.Dhummuugaa-Ginfille
98.Fiichee-Xalian mishig
99.Golbaa-Addis ketema
100.Hadaa-Tele,Garaj,Cerkos Betekiristan
101.Harawa-kaca Fabirika
102.Harbuu-Gurd Shola
103.Harbuu Irreessaa-Ras
Hailu Sefer
104.Hulluuqa Kormaa-Istifanos
105.Jaajaa-Bihere Tsige
106.karaa Qorxii-Belay zeleke Qilxu straight
107.Burqaa Qorichaa-Yeka Michael,Around
Kebena river
108.Hurufa Raaree-Around Bus Station
109.Keelloo Masqalaa-Around 4-Kilo Campus
& Betekiristan area
110.Riqicha Alloo-Engliz & Russia Embassy
111.Caancoo/Arsii-Debre Selam
112.Bulikaa-Bulga
113.Collee-Debre Sina
114.Dheedheeraa-Dadar
114.Erar-Yarar
115.Gaara sibiiluu-Minilik Gibbii
116.Hankoober-Ankober
117.Goodaa Boombii-Tatek Defer
118.Bubbee-Yirga Dejen
119.Ganda Aliyyuu-Gandaliyyuu
120.Haadha Adii-Adaadii
121.Walda`a-Woldiya
122.Madaaroo-Ayertena
123.Kuukkuu-Hagere Marian
124.Jajjuu-Yejjuu
124.Tulluu Diimtuu-Bahita Gebriel
125.Tulluu Maraa- Tulluu Amaaraa
126.Wacaalii-Wucaalee
127.Waabee Shabal-Waabee Shebele
128.Malkaa Abbooshee-Baambiis
129.Mandooyyee-Baalee-Faasiil
130.Xarroo-Atana Tera

#HoraaBulaa!

@finfinnee


@finfinnee
@finfinnee
@finfinnee
@finfinnee
@finfinnee
@finfinnee
@finfinnee
Biyya tufaa munaa biyya habeebee tufaa


Ummanni oromoo Finfinnee irratti mirga addaa qaama biraa irraa hin fudhatu mirga addaa kenna malee !


Mee chaanaalii kana nuu beeksisaa!!!

8 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

228

obunachilar
Kanal statistikasi