Nama tokkoof icciitii tee himnaan; xiyya gaaf tokko ittiin darbatee siin waraanu ofumaa keetii kanniteefii jirta.
Namni gariin hoggaa siin wal -lole tarkaanfiin isaa ta duraa
iccitii tee san facaasudha ja'an.
Iccitiin hanguma si bira qofa jirtu iccitiidha . Si malee namni biraa dhageenyaan oduu gandaa taati.
━━━━━━━━━━━
🖋️
@jechoota🖌️