Jimma Tube


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


♻️ WAAN HUNDA BAKKA TOKKOTTI
📌 Odeeffanoo📰
📌 Bashannana😂
📌 Gabayaa 📠☎️💰 #merkato#
Nu qunnamuuf @Fikat52
Yaada keessanif👆👆👆🌺
@jimmittike
Shanan gibe will rise again💪

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri




Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


COVID-19

Dhukkubni hin mullanne
Kan qoricha hin qabne
Addunya wal ga'ee
Lubbuwwan gaaga'ee
Biyya keenyas ga'ee

Rabbi nuu haa eegu
Dhukkuba kanarra
Kan rabbiitu caala
Eegumsi mararra

Sababas geessifne
Of eegganno goone
Harka keenya dhiqanne
Wal irraas fagaanne
Wal tuttuqqas dhiifne
Wallaalas barsiifne
Ofis haa baraarru
Lammiis haa baraarru
Jala dabrfanne ifa haa agarru

✍ Shueyb Jihad
@jimmittike


Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
«እጆቼን እታጠባለሁ! እጆቼን ወደ ላይ ከፍ አደርጋለሁ!»
ኡስታዝ ያሲን ኑሩ


@mir dan repost


@mir dan repost


@mir dan repost
ክፍት የስራ ማስታወቂያ ለህክምና ባለሙያዎች
***********
የጅማ ዩኒቨርሲቲ ጤና ኢኒስቲትዩት ለኮሮና ቫይረስ COVID-19) ወረርሽኝ ቁጥጥርና ህክምና ስራ ተጨማሪ የህክምና ባለሙያዎችን በአፋጣኝ አወዳድሮ ለመቅጠር ይፈልጋል፡፡ ከዚህ በታች የተጠቀሱትን መስፈርቶች የምታሟሉ ባለሙያዎች መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እንገልጻለን፡፡

የመመዝገቢያ ቀናት፡ ይህ ማስታወቂያ ከወጣበት ጀምሮ 5 የስራ ቀናት
የመመዝገቢያ ቦታ፡ የሆስፒታሉ የሰዉ ሃብት ቢሮ ቁጥር 124


Mujahid Habo Official/ሙጃሂድ ሀቦ Official/
Beekumsaafii dandeettii qabnuun wal haa deeggarru!
https://telegram.me/Seemore1


☝#Wol_qunnamtii saalatin coronan hin darbaa😲🤔

🤗 Meetira 1 fagaatte yoo goote hin darbu😷🤕😂😂🤣🤣
@jimmittike


#Hospitaala_Jimmaa😒😒😒
@jimmittike




#COVID19 Manni marichaa mana keessatti sagaduun akka danda’amu beeksise

Manni Maree Waliigala Islaamummaa Ityoophiyaa murtee shari'aa har'a dabarse irratti qaama mana marichaa kan ta'e Manni Maree Uulamaa ibsa laateera. Ibsa kanaan tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf juma'aas ta'ee salaata juma'aa hafuun mana keessatti sagaduun kan danda’amu ta’uu beeksise.

Manni marichaa namni vaayrasichaan shakkamu kamiiyyuu juma’aas ta’ee salaata juma’aaf gara Masjiidaa , akkasumas barnoota amantaaf iddoo walga’ii ummataa dhaquun dhorkaa ta’uu ibseera.

Via Gadaapost
@jimmittike


Waa'ee COVID-19 gorsa ogeessa fayyaa:

Haala biyyoota biraa irraa yoo ilaallu torbaan lamaan dhufan kana tatamsa'iinsi Vaayirasicha biyya keenyattis haalaan dabaluu danda'a. Kanaaf of eeggannoo jabeessaa fudha. Yoo dandeessaan konkolaata keessatti wolukkamsanii deemuu irraa, iddoo namni baay'atee wolgahu irraa, akkasumas nama qufa'uuf haxxifatu irraa fageenya keessan (>2m) eega. Harkaa keenya saamunaan dhiqachuu, harka qulqulluu hin taaneen gonkumaa ija, funyaaniifi afaan keenna tuquu irraa of haa eegnu. Gorsaaf ajaja ogeeyyota fayyaatif ajajamoo ta'uun, weerara kana hanga danda'e haa qolannuu.

✍ Dr. Nuredin Luke
@Gadaapost
@Gadaapost


#Oduu_Cabsaa

Mannen barnoota guyyoota 15f sababa virusii coronatin akka cufaman labsame.

#Hubachiisa universitiiwwan hinbilaallatu!!
@jimmittike


The fother of online 4porpose!:

Rabbi isin haa tiksuu
Obboleewwan kiyyaaa
Dhukkubni hammaataan
Nuseeneera biyyaa

Kan fuulleetti ilaallee
Of sodaataa turree
Obboleewwan hedduu
Ittiin dhabnee agarree

Fuulleetti ilaallee
Dhukkuba hammaataa
Warra dhukkubeefuu
Garallee nu nyaataa

Amma biyya keenya
Seeneeragaa kunoo
Isinis sodaattanii
Sodaadheera Anoo!

Dallansuu Rabbiitii
Dhibeen dawaa dhabee
Maaloo of yaadannee
Hunduu harka wal qabee
Du'aay osoo godhee
Ol qabee gad qabee

Afaan beeku maraafii
Amantaa qabateen
Keessoodhaan waywaatee
Hunduu osoo kadhatee

Dhibeen tamsa'u kun
Silaa nurraa furaa
Ta'uu dhabnaan fixee
Sanyii nu unkuraa! @muehabo


#Koronaavaayras Hubachiisa‼️

Dhukkuba Coronavirus of irraa ittisuuf waan hundaa caalaa baarbaachisaan "harka dhiqachuu ykn qulqullina harka keenyaa sirriitti eeguudha" Haga harka keessa bishaaniif qulqulluun fi saamunaan yoo xiqqaate sekondii 20f dhiqattanitti funyaan, afaan fi ija keessan hin tuqiinaa!!

The most important step in preventing COVID-19 is washing our hand!!!! Avoid touching your nose, mouth and until your hand with soap and clean water for atleast 20 seconds.

✍ Dr. Gurmeessaa
@Gadaapost
@Gadaapost


Erga #Virusiin_Corona dhufe #HIVn hin bade jechuun dhugaadhaa?😂😂😂😜😜
@jimmittike


Abshir yaa Daaniikoo
Daanii ilma Kibiriitii,
Zinnashiin sijaallatti
Akkamiin si ariitii ?
Kiiloo afurii akka baatu
Eenyutu si daangessa,
Paarlaamaan yoo sijibbes
Soddaan kee si aangessa!
Kana tole yaa Daanii
Kan soddaa gaarii qabu,
Masjiidaaf waldaa gubus
Tasumaa aangoo hin dhabu!
Atimmoo kana booda
Xiiqii keessa of galchita,
Yoo feete Etoopiyaa
Karoora keen bulchita!
Garuu mee yaa Daanii
Kashalabbee lubaa,
Namni Waaqa beeku
Mana Waaqaa gubaa ?
@mujehabo


Asham Giiftii biyya koo
Sabboontuu haadha Aadaa
Maqaa kee taraa waamee
Hundinuu sibarbaadaa

Kan maatiinshee guddisee
Gameettii beektu safuu
Gorfamtuu uumama tolte
Nooruu Anaa dhufuu

Kolfi kankee seeqqannaan
Fuulleedhaa nama butaa
Sagalaee jaalala keetii
Onneedhaa nama dutaa

Sakaalaan jaalala kee
Dhungoodhaan nama ga'aa
Dhukkubni jaalala kee
Bar lafaan nama dha'aa

Qabaan jaalala keetii
Yoom beekee nama lakkisaa
Libsuu ija kee keessaa
Fuullee nama harksiaa


BEEKSISA HOJII‼️

Baankiin Daldalaa Itoophiyaa (Commercial Bank of Ethiopia) muuxannoo ZEEROOdhaan beeksisa kana baasee jira.

⚜ Position: Bank Trainee
⚜ Experience: ZERO year.
⚜ Education: Degree in Economics, Banking, Management, Accounting, Finance & Accounting or other business related fields.
⚜ Work Palce: Addis Ababa and Surrounding, Bahir Dar, Jimma, Dire Dawa, Shashemene, Adama, Gondar, Hawassa, Mekelle, Nekemte, Wolaita Sodo and Dessie)
⚜ Salary: As per Company Scale
⚜ CGPA: 2.5 and above
⚜ Age: Below 35
⚜ Only 2010/2011 graduates
- -
Interested and qualified applicants should apply through CBE career website: https://jobs.cbe.com.et:4453/OA_HTML/IrcVisitor.jsp and please attach degree document, curriculum vitae, 8th grade certificate, cost sharing, student copy and one passport size photograph within ten consecutive working days from the date of this announcement.

All documents should be scanned in pdf or .docx formats only and the size of the documents should be less than 2MB. A detailed guide on how to apply is available on website www.combanketh.et vacancy section. Applicants must apply only in one of their preference district. Please do not forget to apply after your registration.

🗓Deadline: March 20/2020

Via- Odaa Network
@Gadaapost
@Gadaapost

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

1 448

obunachilar
Kanal statistikasi