Mallattoowwan Jabina Dhugaa
Kiristayaanni tokko Dhugaatti Gaafa Jabaatu Mallattoowwan Qaba!
1) Nagaa Keessa isaatti Dhagaa'amuun
-Nagaan Kun Nagaa Qormaata Dhabuu, challengewan Dhabuu miti,Nagaan Kun Waan alaan Mul'atu irra Waan Dhaabbate miti. Nagaan Kun Nagaa Qalbiif Sammuu Namaa Kiristoosiin Keessatti Eeguudha! Nagaan Kiristiyaanotaaf Bu'aa Rakkina Dhabuu Miti!
“Nagaan Waaqayyoo inni hubannaa namaa hundumaa irra caalus, karaa Kristos Yesus garaa keessanii fi yaada keessan in eega.”
— Filp. 4:7
Marq 4:39
Nagaan Akkasii Kun Bu'aa Guutummaa Namummaa Ofii Waaqayyoof Akka bitamu Gochuuuti! Nagaan Raafama Garaagaraa Keessatti qabaatamu Kun dhuga baatii Gurguddaa Fuuldura Namaa Akka Jiru Mallattoo argisiiisuudha! Raafama Keessatti Nagaaa yoo qabaattan,Keessi aa baayyisee Tasgabbii yoo qabaate Dhugaa baati itti aane isaaf Dhufutu Jira!
2) Waaqayyoof Gad-of Dhiisuu
#yooseef yeroo Mana Hidhaa Galfametti hin falmanne,sagantaa,Karooora Waaqayyoof Of-dhiise.
Fars 73
3) Hidhata Waaqayyoo Wajjin Qabu sireessa!
#Mallattoo Jabina Dhugaa Waaqayyo Wajjin Hidhata Qabu Sirreessuudha! Guungummii irraa Gara waa hubachuutti Dhufa!
Waayiif Guungumuurra Gara waa hubachuutti Dhufuun Mallattoo Jabina Dhugaati!
Filiph 2:14
Guungumuu dhiisuun yaada Waaqayyotti walii galuun Mallattoo Jabina Dhugaati! Guungumaa Jiraatta taanan Ammayyu Nama "weak" ta'eedha Jachuudha ATI!
Namni Hidhata Waaqayyoo Wajjin Qabu Gaafa sirreeffatu Hidhati inni Namaa Wajjin qabulle isaaf Sirrata!
1Qor10:10
4) Kaayyoo Haareffame Argachuudha!
altokko tokko Kaayyoon Keessan Waan isin Jalaa fudhatame isinitti Fakkaate beekaa??
Kallattii isin harkaa badee beekaa??
Kaayyoon Keessan wayiin waan isin harkaa Butame isinitti Fakkaatee beekaa??
Mallattoon Jabina Dhugaa Qabaachuu Namaa Kaayyoo Haareffame Qabaachuu(Fresh vision) Isaadha!
Addatti Kaayyoo Namni Jiraatuuftu Akka tasaa Namatti Mul'ata!
5) Dhiisu Danda'uudha!
Gochuu Danda'u Qofa osoo Hin taanee Dhiisuu Danda'uunis Mallattoo Jabina Dhugaati! Gaafa jabinni Namaa Dhugaatti Guddatus(Max. Level Gahu Kana Jireenya Namarra Mul'achuu Jalqabuu waa Gochuu Danda'u osoo hin taanee Dhiisuu danda'uudha.
Baayyee Gaafa strong,bold taatu Jabinni hafuuraa Kun Dhiisuu danda'uudhaan Of+Mul'isa!
✍🏿Yooseef Warra Jireenyi Isaa akkaataa Akka dhabu warra Godhan,Akka inni oliif Gad jooru warra Godhan Gaafa Waaqayyoo fide harka isaatti isaan Kennu Waan isaan Isa irratti raawwatan Deebisuu Fi osoo hin taanee Dhiisuu filate!
Waan Namarra gahe Irraanfachuu Danda'uudha Mallattoon Jabina Dhugaa!!
Nan Jabaadhe Naan jechaaa Jirta Jechuun Nan dagadhe Naan Jechaa Jirta Jechuudha! Waan sana baattee yeroo Adeeemtu Jechuu Miti!
6) Qalbii Garii Qabaachuudha!
Namni Qalbii Gaarii Qabu Haala Ulfaataa Keessatti Waan Gaarii irratti Xiyyeeffata Kanaaf Yooseef fakkeenya Gaarii Nuuf ta'a!
Qalbii Gaariin yeroo Hundumaa Waanan Gaarii irratti Akka Namni Xiyyeeffattu Godha!
✍🏿Yoni