Kaayyoo koo


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


"Ati abdii hin kuttu taanaan amanis amanuus dhiisi hinuma milkoofta.

Yaada: @Truejusesbot

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Ergaa guyyaa har'aa

➡️" Namni isin tuqu agartuu ija kootii tuqa" jedha;
➡️kana Waaqayyotu dubbate;
➡️Waaqayyo gooftaan maccaa,
➡️"Ulfina anaaf kennee saba warra isin saamanitti na ergeera;"
Zakaariyaas 2: 8
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

@kaayyookoo
@kaayyookoo
@kaayyookoo


JIREENYA KEE MAALTU HOOGGANAA????


~~~~~~~~~
" Wanti namni itti dadhabee harka-tolinaan hojjetu hundinuu nama keessatti hinaaffaa akka kaasu nan arge; kunis immoo wanta waa'ee hin baafnee dha, akka nama qilleensa ari'uu tis;"
Lal 4: 4
~~~~~~~~~~~~~~~
Namni kaayyoo hin qabne akka markaba waanta ittiin kallatti to'atan(compass) hin qabneeti_jooraa,homatti kan hin gallee dha,namas miti.
~Toomaas karlaayil
~~~~~~~~~~~~~~~
JIREENYI NAMA HUNDUMAA WAAN ITTIN HOOGGANAMU QABA.
~~~~~~~~~~~~~~
1.Namoonni hedduun miira yakkamtummaan hoogganamu.
~~~~~~~~~~~~
~ " Namni irra-daddarbaan isaa dhiifameef, cubbuun isaas deebi'ee akka hin argamne godhameef haa gammadu!"
~~~~~~~~~~~
2.Namoonni hedduun haaloo fi aariidhaan hoogganamu.
~~~~~~~~~
~ "nama gowwaa aariitu ajjeesa,isa wallaalaas hinaaffaatu du'a iti fida"
~~~~~~~~
3. Namoonni hedduun sodaadhaan hoogganamu.
~~~~~~~~~
~"jaalala keessa sodaan hin jiru,sodaan adabatti hidhamee waan jjruf,namni sodaatu jaalalli isa iddoo hin geenye"
~~~~~~~~~~~~
4. Namoonni hedduun feedhi duroomuu qabaniin hoogganamu.
~~~~~~~~~~
5. Namoonni hedduun fudhatama qabaachuuf fedha qabaniin hoogganamu.
~~~~~~~~~~~~~
~" Yesus itti fufee, "Eenyu illee gooftolii lamaaf hojjechuu hin danda'u, isa tokko jibbee isa kaan jaallachuu, isa tokkoof of kennee isa kaan tuffachuu dha malee; isinis akkasuma Waaqayyoo fi horiidhaaf hojjechuu hin dandeessan."
~~~~~~~~~~~~~

Join godhaa share forward godhaa.
👇👇👇👇👇👇👇
@kaayyookoo
@kaayyookoo
@kaayyookoo




ᘜᗩᗰᗴ ᑭᖇOᗰOTIOᑎ dan repost
Chaanalii akkamiti kan isin barbaaddan?
🎁Kan badhaasota garagaraa irra argattan🎁
☑️ Gorsa fi haasaa beektoota akkasumas motivational history argachuudha. Moo
🔊Tarii chaanaloota oduu fi odeeffannoo irra argattan
❇️Barumsaa walitti fufaa,
📅 Luuqisii guyyaa guyyaan
🎉Faarfannaa haaraa fi durii akkasumas dubbii sagalee Waaqayyoo


Argachuuf kan feetan irratti cuqaasuun ▓▒►JOIN ►▒▓█ gochuun fedha keessan waliin walitti bahaa.
Chaanalii keessan tolaan beeksi
fachuuf ©Contact_Promotor™ nu qunnama.


Yoo channel kana jaallattan like godha


Kaayyoo koo dan repost
Yaada nuuf barreessu hin daagatin amilee keenyaaf gaariidha kara @truejusesbot keenya kaanan nuuf erga.


Umrii beektotaa (Adult hood) 25-itti

✔️Umriin yeroo kaayyoon jireenyaa toora itti qabatanii dha.
✔️Yeroo kanatti bu’uura kan godhatan.
✔️Mana barumsaa fi maatiidha
 ✔️Mucaa guddisuu
 ✔️Qabeenya horachuu fi qabachuu
✔️ Fayyummaa
 Soora
✔️ Bashannana

@kaayyookoo
@kaayyookoo
@kaayyookoo


Breaking News

# Du 'a Guddaatuu jiraam Baayyee waan Nama Gaddisiisu dha,
#Du 'a kanarraa eenyuyyuu ooluu hin dandahu,
# Sooressi , #Hiyyeessi , # Beekaan , #Wallaalaan hunduu itti deemaa jirraam... #Maaloo Maal wayyaa ?
#Baga_Gammaddan
#Namni #Maqaa_Gooftaa waaamu ni Oolaam
" Caaffanni qulqullaa'aan, "Namni maqaa gooftaa waammatu hundinuu in oola" in jedha."
(Roomaa 10: 13)
# Elaamee Ya obboleessaa Ergaa kana kan dubbisaa jirtu
# Qabeenyikee
# Firoonnikee
# Gamoo Guddaa fi # Konkolaataan kee fi
# Biyya Addunyaa keessaa biyya Bareedaa jiraachuun kee ykn Fira achii qabaachuun kee sin Oolchuum
# Kanaaf Gara Kiristoositti utuu yeroo qabduu
# Ammuma baqadhu maqaasaa waammadhu inni si oolchaa.
# Inni Nagaa namaaf kennaam , Boqonnaa warra dhabaniif boqonnaa, aara galfii warra dhabaniif bakka aara galfii amansiisaa taha..kanaaf
# Ammuma isatti of kennii lubbuukee # Du 'a oolchi.
# eebbifami yesuus si jaallata # Ammuma karaa
# inbox nu haasofsiisi akkamitti akka # Gooftaa kanatti jajjabaattu # Gorsaan si bira dhaabannaa.
# Barreeffama Kana # Share yoo Goote sin miidhuum Eebba malee...Eebbifamaa.

።።።።።።።።።።።።።።።።
Breaking News
#There is a big death, it is a very sad thing,
#No one can stay away from this death,
#Rich, #poor, #wise, #ignorant are going
on... #Please what is better?
#Congratulations _ to _ you _ are _
happy
#A person who calls on the name of the
lord will be saved
" The holy force says, " The one who
calls on the name of the Lord will stay."
(Rome 10: 13)
#Elamee my brother who is reading this
message
#Your #property is your property.
#your relative is your friend
#Big building and #your car and #car the world living a beautiful country
or having relatives will save you
#This is why you have time for Christ
#Now escape and call his name he will
save you.
#The one who gives peace to others,
rest for those who have lost rest, peace
to those who have lost it will be a place
of anger.. that is why
#Now give yourself #save your soul.
#be blessed Jesus loves you #now on
the way
#inbox us how you are strong #Lord we
will stand with you.
you #share this writing, it will hurt
you without blessing... Be blessed .
🌏Join godhaa forward godhaa dirqamaa keessa bahaadha.
👇👇👇👇👇👇
@kaayyookoo
@kaayyookoo


Mee luqisii kana haalaan hubadhu!


Rom 10:14
➡16 Namoonni immoo, nama itti hin amanne attamitti waammatu ree?
➡ Attamittis nama waa'ee isaa dhaga'anii hin beeknetti amanu ree?
➡ Namni utuu isaanitti hin lallabin, attamitti waa'ee isaa dhaga'u ree?
➡ Namoonni yoo ergaman malee, attamitti lallabu ree? "
✔ oduu gaarii fidanii dhufan maal maal nama gammachiisu!" jedhu illee caafameera. Warri kan
✔ Hundumti isaanii garuu wangeela dhaga'anii hin abboomamne; Isaayaas, "Gooftaa, eenyutu waan nu irraa dhaga'e amane ree?" in jedha.
✝✝✝✝✝✝
@kaayyookoo
@kaayyookoo


Si'i malee jetti Lubbuun koo! Faarfannaa
@kaayyookoo


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
@kaayyookoo




Kaan akka Waaqayyoo mudaa nama dhoksu jira??
🔶🔶🔶🔶🔶🔶🔶🔶🔶🔶
✔️Seexanni maqaa kee beeka!
✔️Garuu cubbuu keetin si waama!!

✝Waaqayyoo cubbuu kee beeka!
✔️Garuu maqaa keetin si waama!!

Join share taasisa hojii Waaqayyoo hojjeedha.
@kaayyookoo
@kaayyookoo


Hojii keenya yoo jaallattan like godhaa.


Yaada nuuf barreessu hin daagatin amilee keenyaaf gaariidha kara @truejusesbot keenya kaanan nuuf erga.




🎬 Ittan Si Hima F. Eebbisaa Baayisaa
👤 Ebisa Bayissa
💾 5.25 MB
@kaayyookoo
@kaayyookoo






Seenaa ajaa'ibaa kana dubbisa adaara.
=======================
Dubartii ulfaa tokotu baayyee
dheebottee gaaddisa mukaa tokko jala taa'aa
turte, bishaan baayyee dheebottus garuu
argachuu hin dandeenye.
osuma gaaddisa kana jala teessu copha
bishaanii mukarraa gadi cophu argitee
meesha bishanii xiqqoo tokko fuutee jala
keessee copha bishaanii kana kuusuu
jalqabde,

#Gaafa meeshan isheen jala keesse cophni
kuni walakkaa gahu
gammaddee dhuguuf qophooftee
gaafa jettu simbirti dhuftee meeshicha kana
dhooftee jalaa kuffiftee bishaanicha
dhangalaaste,
Irra deddeebin si'a sadi gaafa akkas jalaa
ta'u baayyee aartee dhagaa fuutee simbira
tana rukuttee ajjeeste,

#Simbira tana erga ajjeesteen booda, bofa
guddaa mukarraa bu'uuf gadi loo'u argite,
Sana booda copni mukarraa cophaa ture suni
copha bishaanii osoo hin taane hadhaa ykn
#summii afaan bofaa keessaa cophaa ture
akka ta'e hubatte.

#Sana booda baayyee rifattee
simbirti isheen ajjeeste suni lubbuu ishee
akka oolchiteef hubatte, sinbira sana
ajjeesuttis gaabbite!

#Yeroo tokko tokko Waaqayyos
akka sinbira tanaati!
yeroo nuti hadhaa ykn gaarii nutti
fakkaatee waan jireenya keenya
miidhuu danda'u waan lubbuu keenya
balleessuu danda'u gaafa inni nu dhoowwu

Waaqayyorratti gungumna!
wanti nuti itti boonyee barbaannee dhabne
suni tarii summii jireenya keenya galaafatu
ta'uu danda'a, Akka nu miidhu waan beekuuf

#Waaqayyo nu dhoowwata,
Kanaaf tarii inni ati barbaaddee
dhabde suni isa si kuffisuu fi si
balleessuu ta'uu danda'a.

#kanaaf Waaqayyo dabarsee siif hin kennin!
inni waan nu barbaachisu dursees
waan beekuuf abdiidhaan
obsaan teenyee isa Waaqayyo
jedhe eeggachuun gamnummaadha.

#Mee harka Gooftaa keetii gadi hin
dhiisin! mee ijji kee ammayyuu
isarraa gara biraa hin ilaalin
sababni isaa Waaqayyoon
amanatee Waaqayyoon qabatee
isa ilaalee kan qaanin deebi'ee lafa
ilaale hin jiru.

#Isa qabatee kan kufe hin jiru.
Mee har'a waan tokko akka gootun si
gaafadha.
wanti yaaddee itti boochee
Waaqayyoon kadhattee garuu hin
argatin mayinni laata!

Tarii inni Waaqayyo dabarsee siif
hin laatin suni mee kan jireenya
kee miidhuu danda'u ta'aa!
Mee second lama qofa fudhadhuutii yeroo
kana "YAA WAAQAYYO WAAN GAARII NAAF
GOOTE HUNDUMAAF, YAADA GAARII NAAF
QABDU HUNDUMAAF ATI ULFAADHU" haa
jennuun.
Mee haa galateeffannu Waaqayyo
kana! Isa ta'eef isa nuuf hin taanef, isa nuuf
ta'uuf jiru hundumaaf Waaqayyoon haa
galateeffannu,

@jireenya galataa haa qabaannu!
Ergaa barreeffama gabaabaa
kanarraa waa hubatteetta yoo ta'e,
obbolootaf hiriyyoota keetif
immoo # share godhi.
eebbifamaa!
✝✝✝✝✝✝
@kaayyookoo
@kaayyookoo
@kaayyookoo

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

758

obunachilar
Kanal statistikasi