KANA BEEKTUU?


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Kaayyoon Chaanaalii kana dhaloota sammuun isaa beekumsaan dagaagee oomishuu dha.
Chaanaalii kana keessatti wantoota akka
✓ajaa'ibsiisoo addunyaa
✓saayinsii
✓filoosoofii(philosophy)
✓xin sammuu
✓ kitaaboota adda addaa isiniif dhiheessina
Yaadaaf @benasphy

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Hello everyone 🤚
Download this amazing application to gain more knowledge like biographies of famous people, quotes, amazing facts, outstanding inventions, quiz and others download it now!!!




hello✋
This bot is created for book lover and thirsty for knowledge!!!!
@Knowledge_librarybot

In this bot you will get
🔷over 400 books from science, fiction, non-fiction and others. most of them is amazing and written by well known person
#reading revolution
🔷many documentaries which u will enjoy most of them like David Attenborough, Neil Degrasse Tyson, Stephen Hawking and others
🔷Amazing channels on telegram u haven't miss it
🔷Cool quotes that makes ur day knockout one!!
And others.....
Please don't forget it sharing this bot
@Knowledge_librarybot

##reading revolution

Developer
@benasphy


Sirius 🌟 star dan repost
Urjiileefi Gaalaaksota.pdf
4.4Mb
Qabiyyeen barreeffama kanaa
~Gaalaaksota
~Tuuta Urjiilee🌠🌠🌠🌠
~Holqa gurraacha😱😱
~Falaasamaafi k.k.f kan qabate yoo ta'u, dubbisuufi share gochuu hindagatiinaa!
Dubbisa Gaarii!😇


astiroonoomii.pdf
4.7Mb
Kitaaba ajaa'ibsiisaafi hawwataa waa'ee astiroonoomii ykn qorannoo hawaa Afaan oromootiin isiniif dhiyaate kana dubbisaa!!!waliif daddabarsaa!!! Dirqama afaan keenya guddisuus haa baanu!!
Kitaaba kana keessatti
Waa'ee pilaaneetii
Holqa gurraacha ( Black hole)
Urjiileee
Biig baang
Diwaarf pilaaneetii
Aduu fa'a of keessatti Kan qabatedha!!!

Dubbisa gaarii!!


Artificial Intelligence.pdf
5.0Mb
Artificial intelligence 😱😎
Kitaaba waa'ee artificial intelligence afaan oromoo yeroo duraaf haala ajaahibaafi bifa salphaan qophaahee kana dubbisaa!!

Dubbisuun nama guutuu nama taasisa!!


Kana Beektuu laata ?

♦Seeliin narvii sattawwaa seelota hundaa caala dheerata. Innis ispaanaayili koordii irraa hanga miilaatt meetira lama dheerata.
♦Nami yeroo dhalatuu lafee 350 yeroo ga'eessummaa immoo lafee 206 qaba.
♦Harkaa fi miilii lafee qaama keenya keessaa %50 qabu.
♦Biqiltuun jimoonspermii wetwiisha gammoojjii namiibiyaa bakka ho'aa olaanaa fi hanqinnii bishaan jiruu kanaatt waggaa 2000 kan jiraattuudha. Waggaa amma kanaa jiraattu keessaatti baala lama qofa baafti.


Jc Quality Button dan repost
Do u want to know about astronomy and physics? So all things u want is here join this best channel now.




KANA BEEKTUU. pdf.pdf
2.0Mb
Kitaaba kana dubbisaa baayyee namatti tolaa
Innis wantoota akka
✓ aja'ibsiisoo addunyaa
✓ seenaa namoota bebbeekkamoo
✓ saayinsii
✓ bineensota ajaa'ibaa
✓ seenaawwan dhokatoo fi ajaa'ibsiisoo, kanneen biroos Kan qabatee dha.


ᴋᴀɴᴀ ʙᴇᴇᴋᴛᴜᴜ ʟᴀᴀᴛᴀ ?

💥Raachii kan dhageessu ija isheetiin .

💥Hantuutnii boolla ishee bal'inna isa kan safartuun Areeda isheetiin .

💥Bofti nyaara hin qabu .

💥Doolfiin kan jedhamuu qurxummiin galaana keessaa yeroo rafu ija tokko qofaan dunuunfata .

💥Kitaaba Qulqulluu (bible ) keessaatt Maqaan Adurree iddo tokkottu hin tuqamne .

@kanaa_beektuu

AJAB ! 😲




Kitaabota dubbisuun dhaloota keenyaa fi sammuu keenyas ha jijjiirruu🙏🙏


𝙺𝙰𝙽𝙰 𝙱𝙴𝙴𝙺𝚃𝚄𝚄 ?

𝚋𝚊𝚛𝚊 𝟷𝟿𝟹𝟿𝚝 𝚕𝚊𝚖𝚖𝚒𝚒 𝚙𝚎𝚎𝚛𝚞𝚞 𝚔𝚊𝚗 𝚝𝚊𝚊𝚝𝚎𝚎 𝙻𝚒𝚒𝚗𝚊𝚊 𝙼𝚎𝚍𝚒𝚗𝚊𝚊 𝚆𝚊𝚐𝚐𝚊𝚊 𝟻𝚏𝚏𝚊𝚊 𝚒𝚜𝚑𝚎𝚎𝚝𝚝 𝚖𝚞𝚌𝚊𝚊 𝚍𝚑𝚒𝚒𝚛𝚊𝚊 𝚍𝚎𝚎𝚜𝚜𝚎 ; 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚊𝚍𝚍𝚞𝚗𝚢𝚊𝚊𝚝𝚝 𝚍𝚞𝚋𝚊𝚛𝚝𝚒𝚒 𝚞𝚖𝚛𝚒𝚒 𝚡𝚒𝚚𝚚𝚘𝚘𝚗 𝚍𝚊𝚑𝚞𝚞 𝚍𝚊𝚗𝚍𝚎𝚎𝚜𝚜𝚎 𝚍𝚑𝚊 .

ᴀᴊᴀʙ !


Kana beektuu?

🔰Gaara dheeraa addunya kanaa beektuu?

Baayyeen keessan gaara Everest Kan neeppaal keessatti argamu akka yaaddan Nan beeka garuu Karaa teknikaalaatiin gaarri 'Mauna Kea' haawaayii(Hawaii) keessatti argamu tokkoffaa dha.😁😱
Osoo jalqaba(base) isaarraa qabnee hanga fiixee(summit) isaa osoo hirrigne garuu sirri galaana (sea level) irraa yoo hin taanee Mauna kea tokkoffaa dha!
Wanti Isa duubatti deebise qaamni baayyeen isaa bishaan keessa waan jiruuf dha😔

#share #join
@kana_beektuu


Akkuma beekkamu yeroo message barreessinuu 'emoji' yeroo baayyee fayyadamnaa garuu
Namichi suuraa irratti argitan kuni emoji hanga uumeen booda kaffaltiin kaffalameef doolaara 70 qofa ture😔

@kana_beektuu


Saayintistoonni fooreensikii (Forensic) muraa rifeensa tokko qofa qorachuun saala,umrii fa'a Adda baafachuu ni dandahu!!😱


#share #join
@kana_beektuu


Gurra lama fi afaan tokko qabnaa; kanaafuu si'a lama Kan dubbannuu caalaa dhageeffachuu ni dandeenya.😎

~ Epictetus


Hordoftoota chaanaalii kana beektuu? Akkam jirtu👋 jechaatii chaanaalii kana eegalla

Kaayyoon Chaanaalii kana dhaloota sammuun isaa beekumsaan dagaagee oomishuu dha.

Chaanaalii kana keessatti wantoota akka
✓ajaa'ibsiisoo addunyaa
✓saayinsii
✓filoosooffii(philosophy)
✓seenaa namootaa
✓xiin sammuu(psychology)
✓kitaaboota adda addaa fi k.k.f isin Kan dhiyeessinuu ta'a.

Isinis Chaanaalii kana walii daddabarsuun(#share gochuun) dhaloota beekumsaan dagaagee waliin akka oomishnu isin gaafadha🙏

19 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

243

obunachilar
Kanal statistikasi