Sagantaa ๐
@Keyralumma irraa (MATA DUREE WAA'EE IIMAANAA)
๐๐TASGABBIIN DUBBISAA๐
Baayโeen keenya waaโee iimaanaa ni haasofna.
Iimaanaa dabalachuuf ni carraaqna. Garuu maโanaa (hiika) isaa ni beeknaa?
Dhugumatti, iimaanaa jechuun maal jechuudhaa? Iimaanni qalbii qofa irratti daangeefamu dandaโaa? Namni hiika iimaanaa madda
sirrii irraa yoo beeke fi hojii irra oolche, jireenya gammachuu fi
miโaawa jiraata. Sababni isaas, namni miโaa iimaanaa argate,
jireenya tasgabboofte jiraataa. Miโaa iimaanaa dhandhamuuf hiika isaa beeku fi hojii irra oolchuf tattaafachuu qabnaa miti ree? Harโa
yoo Rabbi fedhe, madda sirrii fi hayyoota Islaamaa beekamoo
wabii godhachuun hiika iimaanaa beekuf ni tattaafanna. Kanaafu
imaanaa jechuun maal jechuudhaa?
Dhugummaan (haqiiqan) wanta tokko karaa sadiin beekkama.
Takkaa karaa afaanitiin fakkeenyaf โaduuโ, takkaa immoo karaa
shariโaatiin fakkeenyaf โiimaana, Islaamaโ, takkaa immoo karaa
aadaatin fakkeenyaf โqabuuโ. Hiikni shariโaan jecha tokkoof kennu
takkaa hiika afaanitiin walitti galuu dandaโa takkaa immoo garagara
taโuu dandaโa. Hiikni shariโaa hiika lugaa (afaanii) caalaa hiika
balโaa kennu dandaโa.Kanaafu kana irratti hundaaโun hiika iimaanaa
karaa lamaan ilaalu Dandeenya..itti fufa.......
๐Gorsa bareedaafi Jechoota gaggaarii argachuuf
๐
@Keyralummaย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย JOIN๐ย godhaaย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย
ย ย ย ย ย
https://telegram.me/๐๐๐ช๐ฃ๐๐๐ฆ๐๐๐