Freelancing Platforms (platform biyya keenya keessatti sirnaan kaffalan)
1. Upwork
2. Fiverr
3. Freelancer
4. PeoplePerHour
5. Guru
Creative Freelancing
7. 99designs
8. Behance
9. Dribbble
Remote Work Opportunities
10. We Work Remotely
11. Remote.co
12. Indeed
Platformiwwan armaan olii kunneen kanneen Nuti hojiilee online dhugaamatti mana keenya qofa teenyee hojjennee irraa fayyadamuu dandeenyuudha.
Hojiilee nuti as irratti hojjennus kanneen nuti hayyama seerawwaa baafannee banner maxxanfannee hojjennuu gadi salphaa waan ta'aniif kan hojjennu osoo hin taane manuma keenya teenyee dandeettii qabnuun hojjennee kanneen irraa fayyadamnuudha.
Hojiilee online nuti social media irraa argaa oollu baayyeen isaanii dhugaa miti. Kanneen dhugaadha jedhaman immoo torbee muraasa dhugaa ta'anii hojjetanii Sanaa booda Uummata saamanii kanneen badan fa'adha. Fkn: fias777, INP, Ads, BBH, GTM, VGM, Punto, drout.....baayyeesaani beektu.
Platform ani gara oliitti isiniif tarreesse garuu warroota isin yoo badanis itti hin gaabbineefi baayyees amansiisoo ta'aniidha. Yoo isaan badanis muuxannoo isaan irratti horattaniin bor kan barbaaddan filattanii hojjechuu dandeessu.
Amansiisoo kan jedhamaniifis hojii eegaluuf kanneen kana irratti qarshiin isin hin barbaachisu.
Kan isin barbaachisu dandeettii waa hojjechuuti.
Platform wwan kana irratti hojjetanii kanneen miliyenera ta'an asuma biyya keenya keessatti namoota kumootaan lakkaawwamaniidha.
Fakkeenya yoon isiniif kaase. Youtube irratti isinumti kan beektan
Yoni moh fi mikii(etubers) baayyeen keessan ni beektu. Search gootaniis waan baayyee chanal isaanii irraa barachuu dandeessu.
Platformiwwan kanneen irratti hojii eegaluuf barnoota akkam akkamiitu nu barbaachisaa warreen jettaniif Baayyeedha. Isin immoo akka filannoo keessaniitti barnoota gosa tokko yookin hanga barbaaddan filattanii irratti hojjechuu dandeessu.
Barnoota kana barachuu kanneen barbaaddaniif course muraasa guutummaatti hojii kan isin eegalchiisu isiniif kennuu Nan danda'a.
Eegaluuf kan isin barbaachisu bilbila smartphone dha, laptop ykn desktop kanneen qabdaniif immoo baayyee filatamaadha. Taus dirqama qabaachuu qabduu miti.
Kanneen barachuuf fedhii qabdan barreeffama kana. Mallattoo 👍 (like) gochuun na agarsiisaa.
Sanaa booda garee Telegram dhuunfaa banuun achin bilisaan isiniif kennuu Nan danda'a.
Join: our channel
@kitaabota_pdf