#Itoophiyaan yoo karra galaanaa argatte faayidaa nageenyaa fi diinagdee naannawa kanaaf fida- Jawaar Mohammad
T.me/SuleAwalJolobisXiinxalaan siyaasaa Jawaar Mohaammad toora X irratti yaada barreesseen, Itoophiyaan haala nageenyaa fi diinagdee ilaalcha keessa galchuun ulaa galaanaa argachuuf gaaffiin cichitee gaafachaa turte fedhii lammiilee biyyattii hedduu keessa jira jedhe.
Tuullaan qabeenya humna namaa fi leecalloo uumamaa Itoophiyaan harkaa qabdu carraa karra galaanaa kanaan yoo dabaalame, bu'aan gama nageenyaa fi dinagdeen argamu naannawa kanaaf faayidaa guddaa qabakanaan jedhe.
Mootummaan Itoophiyaa carraa ulaa galaanaa kanaaf wayita #Somaalilaand waliin waliigaltee wal-hubannoorra ga'u, bakkasaa Somaalilaand misoomaawwan bu'uuraa Itoophiyaan qabdurraa fayyadamtuu akka taatu eerame.
Dabalata dubbisuuf as tuqaa
https://t.me/AddisstandardAO/2947