🌙 Taatee Remadana 2
📅 Guyyaa akka arraa bara 670 G.C biyya Tunisia 🇹🇳 keessatti jaarmaya guddaa QEEYRAWAAN jedhamu khan ittiin jalaqabamee dha. Magaalaan jaarmayni kuni keessatti argamu jaarraa 4 magaalaa gudditti islaamaa afrikkaa fi Andalus (spain 🇪🇸) taatee jirti.
🕌 Jaarmeeyni guddaan kuni kaayyoo lamaaf jaarame.
1. waraanni islaamaa akka buufata waraana (kaampii) godhatanii Baniinsa (futuuhaata) adda addaatiif akka isaan gargaaruufi.
2. Akka dhaabbata University islaamaatti fayyadamanii barattoota achitti barataniin Amantaa islaamaa afrikkaa keessa facaasuufi.
Kanaaf hoggaa gabaabsinu khaayyoo lamaafi suniis Jihaadaa fi Da'awaa dha.
🕔 Yeroo ammaa kana Qeeyrawaan kaayyoo jaaramteef guutuu guututti yoo dalagaa hin jiraanellee barattoota amantii islaamaa baratanii barsiisan fi ulamaa'ii gurguddoo oomishaa addunyaa dhaaf dhiheessaa jirti.
By khalid Ahmedin
@Hamzanaik1@Hamzanaik1Join godhaa 👆👆 akkasuma share waliif godhaa