Oduu Geda


Kanal geosi va tili: Somali, Somalicha


This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Somali, Somalicha
Statistika
Postlar filtri


Doonlaad Tiraamp Filannoo Ameerikaa ji'a Sadaasaa darbe adeemsifame injifachuu hordofee Amajjii 20 yeroo Lammaffaaf masaraa 'Waayit Hawuus' galu. Amma marroo lammeessoof dhufuun isaa addunyaaf hiika akkamii qabaata?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/AEwiUSR








Itoophiyaan gaala miiliyoona torba tahu qabaachuun biyyoota addunyaa sadarkaa duraarra jiran keessaati jedha masariitiin Live Stock Data for Desions jedhamuufi odeeffannoo dhimma bineeldota

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yXuEU10




Magaala Chaayinaa Guwaanshii keessatti sagaleen maashina uffata hodhuu dhagahuun kan barameedha. Ganamaa hanga galgalaatti sagaleen kunis karaa foddaatiin warshaalee keessaa ni dhagahama.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kdeM46H


Namoonni Doonaald Tiraamp gaafa Waayit Hawuus seenaan hojiiwwan ijoo akka hojataniif kaadhimate 10 eenyuu fa'idha? Itti gaafatamummaan isaanii hoo hangam cimaadha?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QfAYHGC




Liivarpuul garaagartee qabxii jahaan liigicha dursuu itti fufeera. Arsenaal immoo dirree isaatti Aston Viilaa osoo dursuu qixa bahe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9WS0Uor


Liivarpuul garaagartee qabxii jahaan liigicha dursuu itti fufeera. Arsenaal immoo dirree isaatti Aston Viilaa osoo dursuu qixa bahe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9WS0Uor


TikTookiin US'tti toora intarneetirraa kan kaafame seerri haaraan miidiyaa hawaasaa kana dhorku hojiirra ooluuf sa'aatii muraasni wayita hafetti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YuDO4p5


Mootummoonni hedduun naannoo Gaanfa fi Baha Afrikaa mirga namoomaa bu'uuraa ''ifatti tuffachuun'' qeeqxota isaanii humnaan akka callisan gochaa jiraachuu gabaasni Humaan Raayitis Wooch (HRW) beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/IvSxksr




Tuuttuu Malaakuu magaalaa Ingiliiz Reediing keessatti naannoo Paarki Paalm jedhamuutti kaaffee fi reestoraantii qabdi.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/95PZMiz


Hojiin haaromsa Gamoo Faasiil kan Gondar keessaa tibban doowwannaa Ministira Mummee Abiyyin walqabatee wayita ifa taasiseetti, bifti gamoo kanaa ijoo dubbii ta'aa dhufeera. Ogeessi qorannoofi hojii haaromsaa kana beekan BBCtti kan himan qabu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1HTRDjE


Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad guyyaa 'seena-qabeessa' jedhan Jimaata Amajji 10, 2025 ture Gabaa Istookii Itoophiyaa kana ifatti kan jalqabsiisan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/phx96lR


Godina Harargee Lixaa Aanaa Xuullootti qaamoleen nageenyaa meeshaalee waraanaa dhukaasuun akkasumas uleedhaan jiraattotarratti miidhaa geessisuu kan himan jiraattonni, ammallee yaaddoo keessa jiraachuu BBCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BHMGFlJ


Manni murtii Indiyaa nama hakiimii dubartii tokko gudeedee fi gochaa ajjeechaa irratti raawwate balleessaan irratti murteesse. Taateen kunis yakka guutuu biyyattiitti dheekkamsa guddaa uume ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tdXyWho


Xinxalaan Ispoortii BBC Kiriis Saatan tapha Arsenaal dirreeisaa irratti Aston Viilaa keessummeessu ilaalchisee, bara darbe Arsenaaal akka waancaa hin injifanne dhorke gahumsa Aston Viilaan Arsenaal irratti agarsiiseedha jedha.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FBO8z2Z

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.