Oromia Libration Front(OLF)


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Kaayyoon keenya:-
=> Kaayyoo Taaddesaa Birruuti
=> Kaayyoo Aliyyii Cirriiti
=> Kaayyoo Abiishee Garbaati...

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri




Jajjabee_Oromiyyaa
@OLFOLF
@OLFOLF
@OLFOLF




Waloo Mootii (Gooticha Dirree kokor) dan repost
Gandummaa

Gandummaan facaanee
Hin taanu ulee hokkoo
Walirraa fagaannus
Hiddi keenya tokkoo

Jireenyi hardh'aa kun
Osoon ta'iin burree
Oromoon bahaaf lixaa
Waliin bulaa turree

Elaamee yaa lammii
Elaamee yaa tiruu
Oromoon hortee tokkoo
Qomoon addaa hin jiruu

Atimee yaa isa:-

Gandummaan bokoktee
Fakkattu quufaa raachaa
Kan hiyyeessa beelisitu
Ofii murtee nyaachaa

Isa dhugaa sobaan faaltee
Lammii addaan baastee
Kun boorana kun wallaggaa
Jechuun nu facaastee

Inni kuni shawwaa inni kun inni kuni baalee
Inni kun harargee inni kun salaalee

Yaa isa jechuun qooddee
Haadhoo addaan baastuu
Isa jaalala faaltee
Gandummaa facaastuu

Isa haadhoo gidduu
Keesse ibiddaaf kiyyoo
Ani siifan boo'ee
Dhuma keetiif wayyoo.

@motitakele
@motitakele
@motitakele
@motitakele join godhaa yaada keessaniif karaa @Tokkicho naaf qoodaa.




Jaal_Marroo Maraa Saba
@OLFOLF


WBO
@OLFOLF


Jaal_Marroo
@OLFOLF


Dhagaa keessan jiraa
Dhugaatu manaa na baase
Gabrummaa saba kootu
Garaa koo na raasee

Elaamee yaa tiruu
Elaamee yaa firaa
Waraabuun sin nyaattu
Anatu siif jiraa.

@OLFOLF
@OLFOLF


Jaal_Kaayyoo
@OLFOLF


Goota gaafa Xiiqii
Kan sabaaf dhaabatee
Alaabaan mo'ichaa
Maqaa keen yaabbatee

Uumata danuu qabda
Haamileen sin cabiinii
Bakka deemtu maraa
Moo'ichan dhabiinii
@OLFOLF


Oromoo_Walloo
@OLFOLF


Kichuu Koo
@OLFOLF


Jaal_Biillaa
@OLFOLF


Jaal_Guraaraa.
@OLFOLF


Jaallan Dirree Qabsoo.
@OLFOLF


Jaal Falmii Kormee
Join
@OLFOLF


typing ... dan repost
Beenyaa Daawud Ibsaa Abbaatti Nuuf Bahi.


typing ... dan repost
Jaal Mohii


Jaal Guraaraa.

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

150

obunachilar
Kanal statistikasi