Komii Fayyadamtoota imo fi Deebii Dhaabbatichaa - #share godhaa waliif dabarsaa
******
Komii Dhaabbanni imo Suuraa Jawar fa'a Fuulgocha(profile) irraa nujalaa haqaa jira jedhanii Fayyadamtootni komii dhiyeessaa jiraniif dhaabbanni deebii kenneen, Namni kamuu Suuraa ofiii malee, Suuraa nama biraa fuulasaarra kaayee nama biraa fakkaachuu akka hin qabne dhoogguudhaaf ammaaf Suuraalee namoota bebeekkamoo namootni baay'inaan fayyadaman jiran haquu eegaluu ibseera.
Guutuusaa Marsariitii keenyarraa dubbisaa
https://www.oroict.com/?p=11687